tarkaanfii laalessaa waraana Bilisummaa Oromoo WBO kutaale hunda keessatti fudhachaa jiru
haluma kanaan jajabeen godina Arsii Bahaa aanaa Martii keessatti duulaa bobbaa irbuu shinnigga milkeessuuf godheen diinaa du'af madoon adabuu beeksise!
Korommiiwwan Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Baha Oromiyaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan godina Arsii Bahaa aanaa Martii gandoota magaalaa iddoo lamatti kaleessa Waxabajjii 30 tarkaanfii fudhateen diina watwaachisee jira.
Warqiileen Oromiyaa aanaa Martii ganda Gaado-Gaaddullaa fi ganda 02 keessatti waraana sirna bututaa suphuuf magaalaa keessa yaatee uummata nagaa hiraarsaa turte mooraa isheetti itti marsuun tarkaanfii laalessaan adabeera
Tarkaanfii kana baaraguun loltoota WBO dheessan keessa 3 qawwee fi hidhannoo gatuun achi buutee dhabamuu isaanii odeessi keessoo PPti ba'e ni addeessa
Негізгі бет Музыка 01/07/2024 tarkaanfii laalessaa waraana Bilisummaa Oromoo WBO kutaale hunda keessatti fudhachaa jiru
Пікірлер: 19