tarkaanfii Cululuuqaa WBO mirga ofiin off bulchuu hiree murtteefannaa haala qabsoo Oromo fulduraatii ittiin adeemuun danda'amu irratti yaada hayyootaa akkasumaas haala yeroo ammaa guutuu Oromiyaa keessatti adeemaa jiruu fi tarkaanfii Waraana Bilisummaa Oromoo kutaalee Oromiyaa keessati fudhachaa jiru yeroo ammaa maal fakkaata waan jadhu irratti qabsoon Oromoo Fi Oromiyaa garam adeemaa jira akkamiti adeemuu qaba waan jadhu irratti ajjecha golelee Oromiya Mara keessati Waraana Mootummaa Fashisti Fi hidhatoota finxaaleeyyii Fannoon rawataa jiru irrattis waan qindeefanne qabna hanga dhuma qoppii keenyaati nu Faanaa turaan afeerraa keenya
- 9 күн бұрын
04/07/2024 tarkaanfii Cululuuqaa WBO mirga ofiin off bulchuu hiree murtteefannaa haala qabsoo Oromo
- Рет қаралды 9,101
Пікірлер: 12