tarkaanfii Cululuuqaa WBO golelee Oromiya Mara keessati qabsoo irbuu shiniingaan ademsifamaa jiru ilaalchisee ibsa guddaa akkasumaas injifannoo Kaaba Shaggar
Anaalee garaagaraa keessatti diina qulqulleessuun salaalee keessatti akkuma itti fuufetti jira. Aanaawwan akka Kuyyuu, warra jaarsoo, Muloo, Dagam fi Darraa. Gandoota akka yuuyyoo Cibraa, Yuuyyoo Gosee, koyyee aqaalee,Tamsaasaa Roggee, hanga Qarree taateetti lola tureen diina heedduu du'aa fi madoon adabee jira.
Akkasumas ona Dagamitti ganda hundee agamsaa fi leemman carqiitti ammas Ona Muloo Ganda eekkaatti bakakkaa roobsaa oole gootichi.
Meeshaa heedduus irraa guureera.
Негізгі бет Музыка 24/06/2024 tarkaanfii Cululuuqaa WBO golelee Oromiya Mara keessati qabsoo irbuu shiniingaan
Пікірлер: 15