Abdu mobile app masha Allah tabarakallah ijoo dubbii jette dhugaa. Garuu me TikTokn ko akkataa lakkofsa ittin jijjirradhu wallale na hubachiisi hadaraa .
@iqlimaamme6870
22 күн бұрын
Welcome back thanks
@user-iw6nl8eg7o
22 күн бұрын
Baga nagayaan dhuftan Abdii
@Aanaame
22 күн бұрын
Thanks abdu
@farhannaasir5686
21 күн бұрын
Garuu habshaa fi oromoo woliin hin madaliin habshaa sabaa fi sablamotaa gurisifitii oromoon kopaa ufii sochotii
@@Muktarmechanic1. Oromummaan maqaadhaa Eshii kan kee oromoo dha moo arabaa?
@Muktarmechanic1.
22 күн бұрын
@@AbebaDamesa-wc7ls Oromo qulqulluudha 👌 muktar jedhi mee gad fageenyaan. Kee kun kan jara yahuuda sanilleen wal hin dhufu
@AbebaDamesa-wc7ls
22 күн бұрын
@@Muktarmechanic1. Mukater oromoo oromoo taanaan Mohammad fi Daniel illee oromoodha yeroo gad fageenyaan dubbisnu. Oromummaan maqaadhaa taanaan inni kaan Israel tti inni kaan Arabatti yaa'ee kaa Dubbii hin nyaatiin mee ati 🤕
Пікірлер: 98