mana koo keessa kaameran jiraachu jalqaba nin beeka ture Amma yeroo ani Application kana buusee irratti gadi dhahu sirritti natti iyya Ani gurfaa kootin jira yeroo Application Shagalu bakki Camericha Jalqaba itti arge garuu Ala yeroo baaba Shuggaa ol Seenan Karra gubbaadha Yaa Rabbii Biyyarraa nu baaste Lubbuu teenya harka kee keessa jirtu Bakka hundattuu Camera keetin nu eegi 😭😭
@QeerooTv
3 ай бұрын
Dhugaa Isatii Baradhaa Oromoo Ko❤
@samirrakalidii4468
6 жыл бұрын
Wowooww masha allaha tabarakala bayee namati tolaa
Irraa debi'an shek nu godhitii nu barsisii adaraa Kee bay'ee naa aja'ibee sibilaa hundatii akkaa waan iyyutii malee kun kamera natii hin fakkatuu
@aymanismail7426
2 жыл бұрын
Jajabadhu
@derartualiyi2620
Жыл бұрын
Naaf banaamu didee mee akkami siresa
@muniraabdu6706
2 жыл бұрын
ya rabbii an appicha bufadhe na ojjechuu dide me mal godhu qaba
@shaikunuish654
6 жыл бұрын
Obbolleessa nu goorsuu keetiif guudda galaatomii garuu .inni kunnii magneti irratti iyyaa maalee cameera miti kanaaf cameera hin see.iina
@mimiyyeetaddesa4757
2 жыл бұрын
Dhugaa keetii ana naa aja'ibeem tesoo hunda sofa bakkaa sibilii jiru hundatuu ni iyyam
@abrahimlovejamila428
3 жыл бұрын
Thank you
@AMINAAmina-t8p
Жыл бұрын
Eshii kameraa mana kessaatti ykn kushinaa irratti ol fannisan kuno isiin kontaktii goteee hojii ani kushinati hojjadhuu laltii yoo isitti hin mul'atin akkam mee ifa naaf godhaa
@ghhredgg5960
6 жыл бұрын
Garuu kameran guddaanis bakka hedduu jira manan hojjadhu. Alas mana keessas guddaan ni jira. Kameran 4 ala jira kan mana keessaa tokko qofan beeka
Пікірлер: 67