Yaabo amma booda of irraa dhiisi ati waan balleessite hin qabdu balleessaa kee kan araadaas isiif dhiistee jirta kanaafuu qabamuun carraadha malee balleessaa keetii miti isiin duruma dhugaan si hin jaalannee kanaafuu garaa kee jabeeffadhu rabbiin si haa jabeessuu
Пікірлер: 207