Hedduu nama gadisisaa hayyii duniyaa gababaduu jechaa rakko kana hundaa mudatan yaa Allaah
@RozaM-es8uc
3 ай бұрын
Rabii isaa habasuu❤ imo issii haa balesuu
@jiituutasfaye4302
4 жыл бұрын
Baay'ee baay'ee nama gadisisaa tishii nama yeroo rakkina kiyya na gargareee dhisee Abba qabeenya jalaa kachuu rabbiin nuyaa bararuu seenaa kee kan dur dabarsitee kan hin beekne waqayyoo umma isayuu kan dagateedha qabeenyi fixensaa ganamati tunii qoshaadhadha dhugaa rabbii qabeenya jechaa Abba ilmoo ishee irraatti kana hundaa rawwati
@rabiyaaqasiimkadir6331
4 жыл бұрын
Subaahana Allaah ya rabbii ati nu bararii nama akkan tiraa nu qabii ya kariim
@ChaltuAsma
3 ай бұрын
Ta'uus balesan ishedhaa nama gadisisuu isaa senaa ishee jijiree irrafatee nama biraaa waliin egaluu hin qabduu turee 😢😢😢😢😢
@صوفياحسن-و8ز
3 ай бұрын
Baga iti naqe ishen nama jalate nama jalalaf isi duka demi ajesuf murtesite mashala Baga bade fulisi
@sumayyabhamdashaggerfinfin8652
4 жыл бұрын
ya Allah dhuga dhugaaaa yomiyyuu nama wajji jiraa hujima ofii argattee isa Rabbin wajji hajiratu essattu Itti dhisuu qaba turee garuu isii qofamii isalle itti dabaluu qaba turee isi rakasa tanaf jedhe miskin wagga kana mara hidha ta'a me amma isi hajalatuka namichi rakisni sun
@جعفرالجعاري
4 жыл бұрын
0
@sumayyabhamdashaggerfinfin8652
4 жыл бұрын
@@جعفرالجعاري !!!!! 000....
@hanyaggaro4886
4 жыл бұрын
Baga itti naqeee
@Radhia-n2p
5 күн бұрын
Baga,itti.naqee
@Salma-kf3vb
14 күн бұрын
Uuuuuuuuuuuffffffffffffff bayyee baayyee nama gaddisisaa dhuaa senaa kan nufi qodduu keettif bayyee gallattommii dhugaa.
@SaheeSahe
3 ай бұрын
Bagaa itii naqee bagaa malif abba mana fi mucaa ishe dhistee bagaa iti naqe
@caaltuubaancheecaaltuubaan1924
4 жыл бұрын
Waqayyo nuun haa olchu dhugaa bara itti jalalli nama kessa badee qabenyi dursaa ta'ee bolla salphinaatti nama gatu Ani garuu ballessa kan qabu caaltuu akka ta'ettan hubadhe. Garuu hojii ishii dhumarratti argatte. Waqayyo nama haa bararu isa akkanaa ka'umsa ofii dagachuu ishiitu mana ishii diige Nu hoolchi yaa rabbi
@walloomedia7571
4 жыл бұрын
Ani garuu hin gaddu sababni 1ffaa waan dhaaba opdo taatef 2ffaa waan jireenyan isa gubdeef Inniis baga irratti naqe gube inni wamaa hin tahu barri 9 xiqqaadha garuu ishiidhaf baatin 9akka waan bara sagaliiti
@chaltutamrat8068
4 жыл бұрын
Zalalm Aboo. Chaltu giicii. Biiyaa. Goottaa wayaanee. Ka n. Arriittrr
@zinatzinabmybestkalid7171
4 жыл бұрын
Wallayyii yooo dhugaa ta'eef. Bayyee. Garahaa. Nama nyattaa uuuufffff
@yasmintube6534
4 жыл бұрын
subbahan allah yaa rabbii attii nu egii adaraa atti😭😭😭😭😭😭😭👈inaalilaah waainaaileyhii rajiun gallatomii shimee sabba wallah barumsaa bayye qaba haga dhumatti nama dhagefatef❤👈
@siifaniwalagaamostofa722
3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@siifaniwalagaamostofa722
3 жыл бұрын
uuuuuuuuuuuu ffffffff
@obseeyoutube6630
4 жыл бұрын
Baga maaliif abba mana ishee jijirtiree Dhiirri dhiiraa caala
@lamolllamo3085
4 жыл бұрын
Caltu tu balese mucani bayexurudha
@maryamalshamsi4678
4 жыл бұрын
Subana Allah subana Allah rabbii nu haa lafisuu
@amatiikiyyanniboonaislauma5590
4 жыл бұрын
Yaa subahaan Allah namanii akkamitti bakka irra ka'e irrafataa
inni hidhaa isaa gafaa xumuuree nibahaa ishiin fuuli ishii badee malee kana rabbii nuu haa olchu
@hindiyahussein9752
4 жыл бұрын
Yaa subahanall ☝️ yaa rabbi wanta akka male nurra qabi Ani jara lamenirratti murtesu hin danda'u wanti hundi rabbumarra dhufe uuuuuuuffffffff heddu na gaddisise 😭😭
@BayiraAbareshad
2 ай бұрын
La'ila ha'ilalla 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@sifaanfayyaakoo7419
Жыл бұрын
Jireenyiis waraanaa kanaaf Beekumsii Eegumsaa Bultiinis dirqama Hiriyyaan yakkarraa TOKKUMMAAN wal eegii Rabbiifi nama jaalatan Daguu dhorkii rifeensii love rights ❤.irra of qusadhu dhaloonnii. Kan darbee Rabbiin haa yaadatuu
@nasraammad.yeburqalij2360
4 жыл бұрын
Ya subahan allaah yarabii ati nubararii wahundara nuegii yaallaah
@صوفياحسن-و8ز
3 ай бұрын
Baga Baga it I naqe isho
@uaes-t7j
Ай бұрын
Uuuuuuufffff dhuga hoji.ko ada kute sa,ati dhera dhagefadhe ,galatomi obolesa ko barumsa hedu u ira argadhe ❤❤❤😂
Ya waqayoo atii nu basii amanamun ofifi nama fi mitii Caltuun kan irra gahee hojii ishiitin garu Jiman wagaa 9 bayeedha rabii isaa ya eguu meqaan adabamaa jalala mana hidhadhan waqayo osatuu bekaa
@masaraatmasaraat2199
4 жыл бұрын
Wayyo caaltun bakka yaade geenyan bakka kaate dagate nama gaddisisa😭😭😭😭😭😭😭😭
@mamlove9184
4 жыл бұрын
Kabajamtotafii jalatamtotaa hudii keesanuu yutubi koo matii nafi taha asuman bayee galatom mati koo naftahatii naa jajabeesaa adaraa wan a dadaa sifi qabadhee dhufaa inshallaa
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
2 жыл бұрын
Yaa ilmma namma jabina saa garuu jiman edoo issi dhisee gari turee immon jirena saa dhagesee yotii debitee bekamu gaa malee garu tok dhifam godee lammat difam godun niulfata male 😭💔
Bayee nama gadisisa ani bar duran abbaa mana ishitu balesa qaba jedhee bayee iti gadaa ture. Dubara balagee taka takka nama gadisisti kan darbee dagachun gari miti
Пікірлер: 495