Yaa balloo yoo Rabbiin sodaatte jawade bira geessuu miti bakka jawade jiru itti hin himin kana mujrima.ati zako jawade maal bira si geessanii mitii mee dura gara rabbii keetii deebi'ii dalagaa kee sanitt sheenawii towbaa deebi'i jallaa!!
Baloo Atuu ufirra fagessii namani obolessa wolin dhalate hin yanne siifis hin yaadu akkaa mana ketu hin dhufne hadara Ati qalidha balo❤❤
@samsungmobilee5215
3 ай бұрын
Hin geesiin kana bineessaa Baaloo obbooleessa miti bineessaa maalee
@manhalam4141
3 ай бұрын
Subahanallah rabbiin siif haa araramu
@WerkneshBeda
3 ай бұрын
Baloo garidhaf sitii dhufneevamale gara gubatatii kariraa jawadee balesuuf dhufe atii balo wani humani si jedhuu yk si baresu dubaifadhu kana namicha obolesaf bola qotuu akamin si bira dhufayuuu
Warrii godhanii ka'anii Rabbiin naaf hadhiisu jedhanuu wallahy Rabbiin isiniif hin dhiisuu Rabbiin wanta hunda nan dhiisaa shirkii garuu hin dhiisu jedheraa Nuuf dhiisa jettanii hin eginaa utuma isaaf dhiiga kessan dhangalaaftanii kana booda dhiigni kessan najasaa hin abdatinaa dhiifama rabbirraa hin argattanuu Abdan 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Jamsfindee
3 ай бұрын
Badawaa gowaa Holla walh rabin obollesaa aka ketii kana rabii namara ha qabbuu
@Msaratii
3 ай бұрын
Baloo👍👍👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪
@Smeerh-e6o
3 ай бұрын
Zako hin kihjibin umma tetif jacha jawade bira dhaquu hin fene miyon ati bira deemte mallaqa kanniteefi ka sihrii godhu san birati ergite san qabamte hicciti baftif sodate ammas oso miyon hin qabamne amana hin jirtu ture akka ifii keti itti gote furmate maqàa ballesuf
@LachiseLachise-lj1bn
3 ай бұрын
Baloo hin geessin kuni bineessaa
@Jimmaa-s6h
3 ай бұрын
Akkaa hin gessinnee ballo
@Samiraa-b3q
3 ай бұрын
Ballo hin gessin itti deebisuuf amma ajesuuf laa akka hin deemne biraa uuuu
@user-ik8el2pq6x
3 ай бұрын
dhugaa keetii Galatomii booll❤❤❤❤
@zubeetube2127
3 ай бұрын
Durraa maa wakattaa turitee subanallaah furimatee jedhaa turee majinunaa hin qanofituu garuu
Пікірлер: 484