Abdi adara miseji ko yo argite naf debisi Silkin koo adisi dha garu sa'a namni dawalu sagale male baka dawlamu hin mulisu ega namni dawale chufe dhufe baa 💕💕💕 Ammas fula silkki koti irrati wayit sand fespok nan jedha yon kana 2n xuqu dhise kessa nagalchu hin dandau
as wr wb bayye galatomi sanyiko gaffi xiqoo si gafachu fedha wastaphin suras hatau rikerdis hatau erge ani garu online irra in jiru in argine itu an in ilaalin yo haqee animo akkamin argachu danda.a adarake api akkamin ha fayyadamu naf isi ok obbolessa akira ??????????
naf hayaama gafiin tiyyaa Ani hogan play store irra kitabaan hogan busadhe nin sena hogan ja ee irrati gad tuqe naf hin banamu saniifu Akaa iti banamu nabarsisa
@abdiwabetube144
5 жыл бұрын
Baga nagahaan nu dhuftee beeka nama
@rahamaarsii8217
5 жыл бұрын
Rabbii sii haa gargaruu
@ziinatahmed8412
5 жыл бұрын
Wan akan narakisara wallahi
@barsisadinislamauu
Жыл бұрын
Anii maqaan kiyyaa shek usmail Ahmad wahiin sigafachu fedhe
@awaliiawalii788
5 жыл бұрын
Nuu jiradhuu abduu kenyaa bayee naa tii tolas
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
11 ай бұрын
Dhugaa.jeeti
@semiramustefa2582
5 жыл бұрын
Mashaalla mashaalla yero bayye naa rakisa ayii
@fanosyemareyamiileji8587
5 жыл бұрын
Gaalatomii abdii
@shahhussainmalakand3625
5 жыл бұрын
Abdi jawali ko commmit naa didee addarra furmataa issa nafi debsi lakofsa kee dhabee wsp ykn sin dawala si gafadha jedhee 😥😥
Uuuuff waan na rakkisa jiruu keessa tokkoo kanadha. GALATOOMI ABDUU😍😍 ... App. Silkii kiyyaa keessa jiruu akkamin size isaa xiqqeessu danda'a?? App muraasa qofa qabate jira silkiinkoo. App biraa buusuuf iddoo hin jiruu nan jedha Suuras ta'e Audio akkasuma vidio keessa haqeeti jira. App naaf hin buusu yoon kan bira unistull godherre. Mee fuurmatasa naaf himi Dhiifama wajjin???
@arafatmahammad9325
5 жыл бұрын
Heduu baredadha galatomi
@iyesusgoftafhajalala1696
5 жыл бұрын
Abdu baaye galatomii ebifami dhifama dach
@shaafihuseen2472
5 жыл бұрын
Wow mashallah tabarakallah galatoomi bro
@shamshiyaibrahim1399
5 жыл бұрын
Dhugaa ketii appi sunii bayee silkii balesaa
@Alhamdullaah
3 жыл бұрын
As wr wb akkamii Abduu
@robeebunnoo
Жыл бұрын
Walayii naa didee anii karan silkii ilaluyuu dhaban jiraa
@nejatbadrujimmaa307
5 жыл бұрын
Anii gafiin qaba Si gafadheraa imo dhan garuu nan debiifnee wan hin bekne sira gafadhe barun fedha naaf himi gafi kiyya imo dhan si gafadheraa dhagefateta
Пікірлер: 177