VIDEO haaraa gadhiisnu hiriyyootaafi maatii keessan bira akka ga'uuf, Share, 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 godhaatii ittiin Eebbifamaa. Galatoomaa!
@Qananii12345
3 ай бұрын
Wan waqayyoo na gargaree irraa waldaa ka gargaruun barbadaa Ebbiifamaa ❤
@ObsineetLammeessaa
3 ай бұрын
Eebbifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@Waaqayyoogariidha-v3z
3 ай бұрын
Eebbifamaa🥰🥰🥰❤️❤️❤️🙏
@julfarbulgaria3996
3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@ituumucaajalalaa327
3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@ObsaShone-oe9zk
3 ай бұрын
Warri gufuu namaa duraa kaasuu hin dabdeenyee nama gufachiisuu hin dadhabani!! Warrii nama jajjabeessuu hin dandeenyee nama kuffisuun hojii isaaniitiim.
Jirenya koo kesati yomin gale maatin koo ijani arga jedhe mit kanani hawee yomumani gale Waldaa kana dema lata jedheni hawa male waaqayyooni gaftani koo in du,wa kesa jirachisu bichani cara.kana naafi yaa kenu 💔💔💔💔😭📖
@tagayfikadu4664
3 ай бұрын
Jabaadhu guyyaa Waaqayyo jedhetti dhuftee irratti ni hirmaatta. Waaqayyos si gargaara.
Goftaan siyaa gargaaruu waldaas ni dhaqtaa maatii kees ni argiitaa
@beezatujo338
3 ай бұрын
@@Ayelu-pe8bm jira in mana nu base yesusu kirstosi nu walin inuma gala cara kanasi waaqayyooni inuma nuufi kena 😢
@muhammadal-hashimi2487
2 ай бұрын
Even though I don't speak Afan Oromo, I still must say that Miss Lidiya Deresse has a very beautiful voice and I enjoy listening to her. I say this as an Afro-American in the USA. Wa alaikum as-salaam wa rahmahtullahi wa barakatu.
I was really sensing it is very powerful, sitti haa debeluu gad hin bu'íin , Zemenish yibarek, hin beeksisti immoo , she is very decent she was taking care of her dressing on the stage Waaqayyo si haa eebbisu Lidiyaa mee warri kaanis osoo akka isheetti of eeggatanii maal ta'aa amma sirbanii bu'an otoo ofuma isaaniitif waaqeeffatanii buánii gaariidhan jedha
@OlaniForworkorbussiness
3 ай бұрын
Waggaa kuma nuf jiradhuu waqayyo sii haa ebbisuu baraa namni waqeeffanna gatii dhowwatee bara keefii uumuriikee waaqaf kennitee ebbifamii bara baran liduukoo
Пікірлер: 682