Musilimooii mootuma Arabatif guyyati yeroo 5 saagadan amaanti kenya irrati yaada hin kennina isiinif hin gale wan ta'ef hin komatamtani hin beekne dhuuga .hiika quurana keessani osoo beekne amaantuu mootumaa biyya Arabatif .
@waaqayyojaalala3026
8 жыл бұрын
+Muhammed Ksa hin sodaatin namni si muufachiise yoo jiraate dhiifama godhiif!! kiristoos bifa waaqayyo inni ittin namatti muldhatuudha Qalasiyaas 1@15
@timothybaye3009
5 жыл бұрын
Ameeeeeen
@kenawakuma7201
11 жыл бұрын
GOWWOONNII WAAN JEDHAN HIN BEEKANII HIN KOMATAMAN .GARUU GOOFTAA IYYESUUS KIRISTOOS INNI WAAQUMA.
@mohmedmotlek5201
8 жыл бұрын
Uuuuuffffiii gooftaani si haa ebbisuu dachaa dachaa
Wanti hamaan nama qajeelaatti ni baay'ata, Waaqayyo garuu kana hundumma keessaa isa ni baasa. -Macaafa Faarfannaa 34:19 Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan ni geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha. -Gara Warra Roomaa 8:28
Пікірлер: 68