Galatoomi Dr ani Vaalsininii foolii hin qabneen fayyafama yeroo hundumaa❤
@furnemiresa1
3 ай бұрын
Vazenel finisaa namaatii naqaa malifidha dr
@RabiyaGudeta
Ай бұрын
Galatoomi Dr ani yeroo baaye milli kiyya waan dafquuf vazilini hin dibadhu yero hin dibannemo na gogoga video nuuf dalagi wae dafqa irra akm qorichisa nii jira mo hin jiru yero dheeraf barbaade dhabe
Dr Mee furmaatni dhukkuba dugda maalli fknf yoo mallatoo dhitaa'u of irrraatti arginee maal goochuu qabna ?
@user-bu5vy6tv6k
3 ай бұрын
Eebbifaamiiii dokt❤
@Yeroo331
3 ай бұрын
Dr bagaa nagaan karaa barnota mormaa olii barsisufi nagaan dhuftan
@FantuHurisa
3 ай бұрын
Vaseline Cacaobutter bareedamoo ??
@GanetMegersa-bo3ll
3 ай бұрын
Doctor galatomi 😘 Gaaru dibata kana al tokkoti ykn yeroo tokkoti dibata lama fayyadamu ni dandenya? Jechun.... ganama vasilini galgala immo gosa biraa?
@FanEerku
3 ай бұрын
Dhufeen ilalaama gafaan biyyaa galee😢😢😢😢😢😢
@MaseTujo
Ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@MadinahMA
3 ай бұрын
Mee dr wantoota dhibee tiruu nurraa ittisan nuuf himaa akkasumas mallattolee dhibeetiruullee nuuf himaa
@MusilimaJihad
3 ай бұрын
Dr ganama ganama yero hirriba irra ka'u dhiigni afaan Ko keessa ba'a dhukkubbin natti hin dhaga'amu maalif
@SumyaaHusen
3 ай бұрын
Dr mee gara nama gudatuu akkam gonee ofii iraa hirfanaa
@user-go1jj1xf1q
3 ай бұрын
Thank you Dr ❤
@AsilyaaBashir
2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Dr galtomiii
@JimmittiJimma-wp8pi
3 ай бұрын
heddu galatooma dr kenya jallatama nama 😍😍
@hindibnegerba6782
3 ай бұрын
Dr maaloo pls Dr Fayyisaa Ispeeshaalistii gogaa sana nuuf dhiyeessi
Пікірлер: 417