Dorgaa Dorgee Barattootaa kutaa 7ffaa Godinaalee Oromiyaa 8fi Magaalota 6 hirmaachisuun qophaa’e irratti Barataa Abdii Zakkaariyaas Qellem Wallaggaarraa 1ffaa bahe.
Dorgaa Dorgee Barattootaa OBN Biiroo Barnootaa Oromiyaa waliin ta’uun qopheesse.
Dorgommiin kunis gosa barnootaa 6 kan wal morkanidha.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.
Негізгі бет Dorgaa Dorgee Barattootaa kutaa 7ffaa Qaxaleewwan Godinaalee Oromiyaa gara garaa irraa walmorkan.
No video
Пікірлер: 80