"Maatiinkoo Qaama Miidhamtuudha jedhanii daandii gubbaatti na gatanis, gidiraa hedduun booda jiruufi jireenyakoo gaggeeffachuurra darbee dargaggoota sagaliif carraa hojii uumuu danda'eera" - Aadde Galaanee
Негізгі бет Dubartii Jabduu Gidiraa Hedduu Dabarsitee,Namoota Biroo Deeggaruurratti argamtu
Пікірлер: 34