Barnoota bareedaadha Bultiin tiyya Akkana diigamte Heerume jia tokko keessatti osoo wal jaalannu Na sobani mana kiya na baasanj Si ammo Nama Amma Si dhiise deeme Boru akkami waliin jiraatta miti hiiki jahani achuma wal hiikne 😢 😢😢 bultii bareeddu keessa bahe Alhamdulillaah Amma Ta San Caaltu Heerume Jiraachu jira 😊
Пікірлер: 42