FiB: Yaa'ii mana marii magaalaa Finfinnee irratti kantiibaan magaalatti aadde Adaanech Abeebee bu'uura heeraatiin Finfinneen magaalaa guddoo naannoo Oromiyaa tahu isiidha mana marichaatiif himan.(July.18,2022) Finfinnee
Негізгі бет Ойын-сауық FiB: Aadde Adaanech Abeebee Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa ta'uu mirkaneessan.
Пікірлер: 88