Yooyyaa habtee koo jabaa oro koo ♥️💚♥️ Si bira laftii guyyaa dha moo habtee ani rafuufi osoo jedhu dhufte dhugaa!!,💓♥️ Nagaan bulaa ordoftonii habtee oro kiyyaa ♥️💚♥️
Yaa hojii kee Habte kkkkkkkkkkk itti nu fufiii haaluma kanaan qaali nama 💪💪💪👍👍👍👍👍💪💪💪😍😍😍😍😍😍
@shukritube1790
3 жыл бұрын
ya oromo dubbin ifatti si batee amma ho mal jettu lakkisa ya oromo tokko tane ha kanuu tokko tokkon dhumu irra bakka tokko ha kanuu ha falmannu😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@bachafikadu7609
3 жыл бұрын
Haabtee ilma Abbaa Gadaa jabaadhu
@kenaakenaawapayyootti1113
3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaaniikaa Hafatamu
@tuliamanuelbabubabu5311
3 жыл бұрын
VRAVO HBTAMU❣ you are brilliant,.Gallanni kee WALABAUMMAA FI BILLIISUUMNAA SIIF HAATA'U!
@bogaleshiferaw7151
3 жыл бұрын
Jabaadhu! Tarii Loqodakee ta'uu danda'a. Haa ta'u malee sirna barreeffamaa keessa 'gossina' kan jedhu haalaan hin beekamu. Inni sirriin 'gogsina' kan jedhudha. Innis jecha 'gogsuu' jedhu irraa kan dhufedha. Kanaaf utuu sirreeffattee dansa yaa nama jabaa!
@obsaabdella3347
3 жыл бұрын
Baga nagaa dhufte general keenya 😍😍😍😍
@saliyauae272
3 жыл бұрын
Yooyyaa qaxalee keenyaa habtisha ❤💚❤👍
@zeynabaabdulahi2477
3 жыл бұрын
Rabbin issa ha gogsuu umata Oromo si dhisi abaan kee minlik hin dandenee halaya Rabbin si ha naqu
@ufitahiijiraadhu91
3 жыл бұрын
Baga nagahani dhuufte Hafte kenna 😍😍😍😍
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
3 жыл бұрын
Rabbi isaa haa gogsuu harreen kuni
@wayessagurmessa1626
3 жыл бұрын
hojiin kee nama boonsa dhugaa, jabaadhu
@bireedinqaa904
3 жыл бұрын
Nuuf jiradhaa qomoo koo
@hasensuphian1277
3 жыл бұрын
Hammttu Waaqayyoon siraa haa qabu
@aminajun722
3 жыл бұрын
Rabbiin issanii haa goyyissuu insha Allah yaa Rabbii 😢😭😭😭🤲🤲🤲🤲
@simboolamesaa2012
3 жыл бұрын
Habteekoo nuf jiraadhuu
@hordofaagussa9416
3 жыл бұрын
Obboo Habtaamu, Waan jiruu halli ati itti dhiheesitu laaluu fi dhageefatuuf namatti tolaa hedduu gaarii dha, jabaadhu sin jenna.
@fatomaahmed2831
3 жыл бұрын
Jabadhuu sanyiikoo PP MUST GO
@kenaakenaawapayyootti1113
3 жыл бұрын
Well come jeneeraa ana dhufuu qaxalee keenyaa
@amanetuutee1391
3 жыл бұрын
Baga naga dhufte qanqicho 💪
@dejenebekele3057
3 жыл бұрын
Dhugaa waqqaa baayyee Namati toltaa dureessaa keenyaa garuu maqaan kee habtamuudha inni maqaa keenyaa miti waan tahefi dureessaa sin jedhee
@jumilahusen6070
3 жыл бұрын
Bagaa Naga nu dhuftee 👌👌👌👌❤
@duulaaentertainments6597
3 жыл бұрын
Nufii jiraadhu habitee ❤❤💪💪💪🌷🌷🌹💐
@aminajun722
3 жыл бұрын
Issanumatu dhabama insha Allah yo waqayoo jadhe
@tajuushow6136
3 жыл бұрын
Jabadhuu jabaa koo
@orostar7396
3 жыл бұрын
Baga nagayaan dhufte qaxalee keenya
@funnyethiopianvideo1238
3 жыл бұрын
Oro star Maatii naf ta’ii haadhokoo
@justfororomiya5338
3 жыл бұрын
Welcome back bruv. Homa Ajesu dadeetu fedha Allhitin male I believe that fam.
@sabaafloli954
3 жыл бұрын
gingilchi yoo kan galuufii jiraate
@AyanaaJiraata
Жыл бұрын
Namtitni fikadu jedhamu kuni oromo miti
@zemereawoke1944
3 жыл бұрын
oduu hundii kessaanuu xaragama fayidaa hin qabdanuu
@seenaa7402
3 жыл бұрын
Welcome Jeneraa keenyaa ❤🌳❤
@aberadadi8616
3 жыл бұрын
Oromo people must be united and stand together to protect Oromo people,to over come every thing!!!!
Baga dhufute Habtamu qaacaalle hin feedhuu simalee
@gelaneeripa1289
3 жыл бұрын
Well come
@aberakelbessa5746
3 жыл бұрын
Habtish me Caffee sana keessaa gaaffii ABO Shane maalif balleessuu dadhabdan jedhee kan gaafate sun eenyuudha laata addaa nuuf baasimee fuulaa fi booda isaa fi mirga Isaac fi bits Isaac sakataana.
Пікірлер: 146