Gaaffiin misoomaa baroota dheeraaf gaafachaa turre nuu deebi’utti gammanne jedhan jiraattonni Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Bal’oo.
Pirojektiiwwan misoomaa Aanaa Malkaa Balloo keessatti hojjataman bakka Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Hooggantuun Biiroo galiiwwanii Oromiyaa Addee Maskaram Dabbabaa argamanitti eebbifaman.
Негізгі бет Ойын-сауық Godina Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Ballootti pirojektoonni eebbifaman.
Пікірлер