glory to God! This day is special day in Oromo historical background after 27 years.
@godanahalake7674
6 жыл бұрын
Aabba Daawud Ibsaa, nama cimaa, nama biyya ijaaruu danda'u, nama seenaa Oromoo guutuu beeku, seenaa duraan qonyate deebisu haaromsuuf kitaaba dubbisuun isa hin barbaachisu, saammuun isaa ga'aadha. Seenaa kana yo dhaga'uu imimmaan qabachuu hin dandeenne....Jiraadhu, jiraadhu...jiraadhu.
we thankyou tagay and leader of o romo liberation fronet jaal dawud ibssa he gave all of his life for the people he love oromo people ,, merhaba ,, merhaba ,, welcome our father our brother our hero tagay fredomfighter dawud ibssa ,,
Guyyaan kun guyyaa sena qabeesa duwwaa ottoo hintaane, guyyaa dhoqsaan jibbiinsiif sodaan sabni biroos haa ta'u dhaabni oromoo garaa isaaniif bullan maaliif akka adda bilisummaa oromoo sodaatan dhugaan isaa jaalala sabni oromoo ABO dhaaf qabu iffati mul'suudhaan iccitii bara dheeraa iffati mul'ise waan ta'eef nuuf guyyaa gammachuutiff dhugaan ni qallati malee hincitu akkuma jedhamu dhugaan oromoo ottoo hincitin turtee iffatti baateedha. Kanaafiyyuu baga ittiin nu ga'e. ++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++ This date is so historical and it is a day on which the fact why other non oromos and those oromo organizations lived to fill their stomach hate OLF/OLF’s army is clearly disclosed through the mass based oromo support for the OLF leaders led by Mr. Dawud Ibsa. It is, thus, a great day for us!! This date proved the oromo saying, ‘Truth may get so slim but not cut’ --- ‘Dhugaan ni qallatti malee hincittu’ --- “እውነት ትቀጥናለች እንጂ አትቆረጥም” የሚባለውን ገሐድ አወጣ ይህ ቀን፡፡ ++++++++++++ ይህ ቀን ሌሎች አንዳንድ ኦሮሞ ያልሆኑና ለሆዳቸው ብቻ ያደሩ የኦሮሞ ፖለቲካ ድርጅቶች ለምን ኦነግን ሁሌ እንደ አውሬ እንደሚፈሩና ስሙንም ሊያጎድፉ እንደሚጥሩ ኦነግ ባለው ሰፊ የህዝብ ድጋፍ የቆየ ሚስጥር ገሐድ የወጣበት ቀን ብቻም ሳይሆን እውነት ትቀጥናለች እንጂ አትቆረጥም የሚባለው አባባል ትክክል መሆኑን ጭምር ያሳየን ቀን በመሆኑ ደስ ብሎናል፤ እንኳን አደረሰን፡፡
Пікірлер: 77