Dhuguma ijolen tigire kun gara namatti hin jabtani ani gocha isani argeraa dhuga🥹waqayyo isani haa eebisu🤲🤲🤍🫰 Obbolet..ko osoma isaa kabaja kee fudhateti debitee sin jedha akka yada kotii garuu isa ati jala baddef akka halo sii hin bahane ofi eegano godhii👍👍❤
@AaishaaAliyyii
Күн бұрын
Game keynaa qaalii jabadhuu jabaa nama Dhugaa rakon kara kan wan himamumiti akasuma rakane garu obsan as geyne malee oboleti tiyaa qalii ati nama wan hudaa dabarse sa ghaedha wan abaa ke sini jedha dhagefadhuu abaan ofii wan hin taneti si hin naquu baredu ko rabii ke kadhhadhuu biya tanati wan si rakisuu malee hin agartuu nama abaan ke si filetii herumii🎉🎉❤❤
@yusraoromo6322
Күн бұрын
Abshirr yaa oboleeti too qoromaani dubartii bayeedhaa jabadhuu
Game liki telegram keti asjala nukayi ani yero hedu yale si argachu hin dadenye yeron si hordofu jalqabera kase oromia 24 ira jaqabe hinuman barbada naf hin mikofne lakofsa katinis nahin bahu kara nam @xalayya jalala jedhunis sibaresa ture garu barefami kiya sihu bira nagahu 😢rayeti tokan qofa dhabata yero ergan nama bira gahe rayti lalan tahami ke garu takani kanaf sibira gahusa akamin mirkanefadha cal jedhe dhubachufimo sihi tahu nama bira tahu wanin hin beynef nan sodadhe me mal naweya😢 peles nadebisi ❤😢❤😢
@TizitaKasu-d1h
Сағат бұрын
Yoo dhuguma si jallataa ta,e isuma dura sanaatti herumi😊
@AlAl-eu2gg
Күн бұрын
Abshii Obbelittii koo❤️🩹
@quluceiluu5780
Күн бұрын
Isaa Ishee Jalatu Dura Sana Maaf Dhiste Isati Debi
@zarero9710
2 күн бұрын
Anayu durse 😊
@Hababaye
2 күн бұрын
👊wan shaqabdef
@Emutube23
2 күн бұрын
Maatii nafi ta'ii
@BelayineshFaji
Күн бұрын
Waaqani si ha gargaaru ya hadhoo ko akka koof isumaa kabaaja ke fudhateeti herumtaa akkana hubaadheti si jaalataa
@Hawi-tube
Күн бұрын
Dhuga jiru itti himi hin dhufini ani siin fedhu jedhini siif jedhe dhufe akka rakko bira irran genye
@saphalookadiir3634
Күн бұрын
Namoonni dawwatan hundi like godhaa galatooma giddisu qabnaa channels kana 😊
Пікірлер: 58