KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
Hir-koo Kutaa 19ffaa
Күн бұрын
Hir-koo Kutaa 19ffaa
Рет қаралды
263,790
Etv Afaan Oromoo
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 434
@abadanahammad7263
11 ай бұрын
Jajabadha waan garitti jirtanii. garuu akka kooti sila yeroon itti nuuf dabalamtee bayyee nutti xiqaxxe waan ta'eef. Hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ermiimulgeta
11 ай бұрын
Namooni akka koo hirkoo jalaatan like godhame
@abdidallo7501
11 ай бұрын
Miira koo qabachuun dadhabeem wayyoo koofaan du’e waaqoon taatoo cimaa❤ taheen jira
@SuleimanAli-p4r
11 ай бұрын
isiinan jalladha❤jabadhaa from Kenya Mombasa love you hir-koo
@waktolasaketa431
11 ай бұрын
Jabaadhaa ijoollee Oromoo dowii warra Amaaraa irraa bilisa nubaasaa jirtu.
@JalAmishatube
11 ай бұрын
I'm from Brazil 🇧🇷 like diraama hir-Ko 😊
@boonigalatoo3797
11 ай бұрын
Why u lie😂
@mesfintchali8284
11 ай бұрын
Hojiin keessan baay'ee nama barsisa waan baratame osoo hin taane waan oromumma keenyaa boonsuudha..nu jiraadha..
@anwaramiin2369
11 ай бұрын
Ijolee Qaaqaali Jajjabadha Namati tooltu ❤️❤️❤️
@PetirosBira
11 ай бұрын
Dinagdeen maaliif hirkoo keessatti hin argamne isaa egaati jirraa🎉
@SintayoDeressa
11 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf dandeetti addaa qabdu.nuuf jabaadhaa baayyee nu bohaarsaa jirtuu.Hirkoo itti muddii
@hawwiimolee7887
11 ай бұрын
Wowow ❤❤❤❤❤bay'ee naamati toltu nufi jiraadhaa
@MegartuBoni
11 ай бұрын
Baay,ee namatti toltuu waqaayyoo isiinii haa gargaaruu 🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@fatmamohammad5160
11 ай бұрын
Anatu duraa ilale🥰🥰🥰😁like godhaa
@mohammedomarmohammedomar7747
11 ай бұрын
Osoo isin jirtan sammuun keenna hin dhiphatu.nuuf jiraadhaa❤
@bayesatekalegn
11 ай бұрын
Maaltu akka kana keessa dubbaata hirkoo❤❤❤❤
@abdiimuuziqaaofficial7835
11 ай бұрын
Hirkoo Sitcom ....Aartii keenyaa cimsaa jirtuu
@RomiyaAmiin
11 ай бұрын
Bilbila kiyya na Jala bade kunoo B kana nama ilaala jira❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zeytunaaahmed7264
11 ай бұрын
Woyoo garaa koo irkoo hojii kee moo kolifaan nuu ajefitee wly 😂😂😂❤❤❤❤❤
@FiroAchalu
11 ай бұрын
Yeroon isin ilaalu baay'eedhuma na dinqa hirkoo❤
@mameeoborraatube9334
11 ай бұрын
Wallaahii diroonii koflaatiin dhukkee nurraa kaaftan hay irkoo
@MustefaketeboBonsoo
11 ай бұрын
Wow keep it up.we are love all them good job.one of raise up oromo continues by condition.......❤❤❤❤❤❤
@MasaratUlfina-hr7tz
11 ай бұрын
Na marartuu jabadhaa obbolotaa Qalii❤❤❤❤❤❤ hundumtii keesaan Abdii borii
@qabsuuraqulqullootaa8144
11 ай бұрын
keep it up u guys . instructer a best actor in this film
@kiyyakumsa5747
11 ай бұрын
Isiinan jalladha ❤ jabadhaa waqayyoo isiin haa garggaruu 🙏👌👌👌
@amaandastaa
11 ай бұрын
I am from Jamoo 😂😂😂 hirkoo baayyeen jaalladha ❤
@marugurmu5248
11 ай бұрын
You guys are so energetic Fantastic
@tigisthailu3786
11 ай бұрын
Waayii Hirkoo hojii kee😂😂😂 Jabadhaa itti fufaa baayee bareeda❤❤❤
@MucatiiArsiiQueen
7 ай бұрын
Eeee kolfee why 😂😂😂😂😂 hirkoo ko Akka ittii si jaladhuu❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@hawwiiintalaatawayidootube9335
11 ай бұрын
kkkkk Hirkoo hojii kee kolfaan nuu fixeem 😍😍
@tolesanigatu6217
11 ай бұрын
Amma kana sitti dadhabee asitti si arguu koo😂😂😂😂😂😂😂😂 nan due dhugaa
@GemechuMohammed
11 ай бұрын
Akkam jirtuu yaa hirkoo jirtuu jabaadha
@DAD_Tub
11 ай бұрын
Hirkoon inuma danda'am! What a generation?
@urjiioromia5833
11 ай бұрын
Waaqo irraa akkam taana yaa rabbii 😂😂😂 Kofleen du'ee wlhi ❤
@etichalamessa
11 ай бұрын
Hirkoon baayyee balleesse. Yoo Xiqqaate icciitii baasuu hin qabu ture....Silaa bulchee gaafatee adda baafachuu qaba ture. Maqaa Instructor Mootummaa balleesse!
@isiyaaqalamuu
11 ай бұрын
Hirkoo hoojiikee nyaadhuu inestrator wayoooooooooooooo
@KasseamHussein-yv2hj
11 ай бұрын
Wol jajjabessa saba ko ❤❤sabescrib godhaa wol haa jabeffannu jedhe haceen😢😢
@turkiihusein4661
11 ай бұрын
Jabaadha itti fufaa ❤wagga sadi dalaga dhabe amma hojii argate way hirkoo
@Ayyuu25th
10 ай бұрын
Darajjee ma nu fixxaa uuu uuu uuu lolkiyyaan yeroon ofitti qabu;akka an hojii hin qabne irraanfatti👌🫂🫂
@chaltufayisa1400
11 ай бұрын
Anii yeroon hirkoo arguu kolfaa hoojii isaa yaa hirkoo😂😂😂😂😂😂
@kennadubaro2910
11 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂 wayoo hirkoo hojii kee nyadhuu xawulaa jalaa kaan barbaduu lilmoo setee moo😅😅😅😅😅😅😅😅😅 wath generation 😅😅😅😅😅😅😅😅
@obseetemesgen9331
11 ай бұрын
😄😄😄😄 maal Hirkoo bira essa dhaqna qoban akka nama maraatee kolfaa dhugaa
@zeritu8501
11 ай бұрын
Meqafaratin lalee 15mo 16 jabadhaa goftan isin dukaa haa ta'uu❤❤😂😂
@kindebuli3098
11 ай бұрын
I really appreciate Instructor ideas
@kanehtube5390
11 ай бұрын
Isan dhageessaniittuu jedhe hin dhageenyee?
@dararituubiranuu6552
11 ай бұрын
Hir koo koo si egachaa turee❤❤❤❤
@alemayofikadu2967
11 ай бұрын
hirkoo baayyee jaladhee siiti toluu aboo
@abushoromoo6128
11 ай бұрын
Diraamaa hirkoon keessa jiru osoo hin kolfin namni xumuru jira taanan fayyaa Hin qabu😊
@Sameer-oc7oe
11 ай бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣aniimo jechaa kee kolfe kani waqo ossoo hin tane
@DawitKifilu
11 ай бұрын
Baay'ee Natti toleera.20ffaa Abdiidhan Egna❤❤❤❤❤❤❤❤
@kennamaariyaam4968
11 ай бұрын
Hirkoo hoojiikee nyaadhuu 😂😂
@YahyaaSaadiqoo
11 ай бұрын
Diraamaa keessaan baayyeee namatti tola jabadhaa
@abdisabokona6416
10 ай бұрын
hirko is the best comedy act...........all are good
@Samindo-po3mn
10 ай бұрын
Chiikittii ishee haaraan ni bareeddiim naa gaafadhaamee😂😂😂😂😂😂
@ETUUTUBE430
11 ай бұрын
Wow welcome❤❤❤❤ jabdhaa insitarcter
@TsehayFather
11 ай бұрын
Wow bayyee namattii toltuu jabaadha
@hdks432
11 ай бұрын
Bayee siin jaladhaa ❤ dhugaa natii tolaa ❤
@DawitTeferi-t8f
11 ай бұрын
Ijarra hafaa qaqqalii.namaa. nuf jiradhaa
@rahmarah8692
11 ай бұрын
I can't with hirkoo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
@sabaif_oro_tube2863
11 ай бұрын
Jabaadha jajjaboota koo ❤❤❤
@jethior
11 ай бұрын
ijoollee sanniin eessaatti gattan yaa jaranaa?
@farukabafogi5241
10 ай бұрын
Hir-koo #1 faa qabaachu dhadabe I can't wait jechunu kana❤
@MotumaBekele-ls9dd
11 ай бұрын
Baay'ee namatti tola thank you
@qanqeeshaw
6 ай бұрын
waw😂😂😂❤❤❤ hirkooo bayee namatiii tolaa
@zaraamanuel7847
11 ай бұрын
Anatuu duraa ilaalee❤❤❤❤❤❤❤❤
@RozaRozy-xi4cl
11 ай бұрын
Akkattan isiin jalladhuu ❤❤❤❤❤❤
@tolesanigatu6217
11 ай бұрын
Instructor nagaa dhaa isini baayyeen kolfe
@AbdurahmenHsan
10 ай бұрын
Way hirkoo hojii kee moo❤❤❤❤
@Hinso.Kenesa
11 ай бұрын
Ani maaluma isiniif godhuu❤❤❤
@NajiiJemal-l5f
11 ай бұрын
Well come baga nagaan dhuftanii🌷
@abrahabrahss1457
11 ай бұрын
Hirkoo ❤❤❤❤bayyee namaa garamaa
@gemechubayisa4175
11 ай бұрын
Jabaadha! Akkam namatti toltuu dhugaa!
@kamilakamila926
11 ай бұрын
WoW wow nama kofalchisa dhugaa
@mitty5502
6 ай бұрын
Gamtaa ani sii jaladhee akkami ta,uu😢😢
@salihahamza9761
11 ай бұрын
Amaanu'eelif waaqoo and milkeessaa😅😅😅😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Hundikeessanu ❤❤❤❤❤
@TsionMelaku-ro5gl
11 ай бұрын
Jabaadha bayyeen isin jaalladha🙏
@AdugnaLomiiadugna
11 ай бұрын
Woyoo garaa Koo waqoo hojii kee nyadhuu 😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅
@AragashkababaaAragash
11 ай бұрын
Wayyoo garaakooo hojikee nyaadhuuu hirkooo😂😂😂😂😂😂
@Karayu449
11 ай бұрын
Please Kolfa kana Irraa Qusadha
@LegendMan-c7e
11 ай бұрын
Jabadha guys gamta & hirko I like so much ❤
@Suyyee
11 ай бұрын
Baay'ee namaati toltuu dhugaa❤❤❤❤❤
@reediuu953
11 ай бұрын
DIGIRII Qabatani ojii Malee tahuun hin Cimuu 😅
@zeytunaaahmed7264
11 ай бұрын
Heduu namatii tolitaan dhugaa jabadhaa ❤❤❤❤❤❤❤
@kuliyeejawar8935
11 ай бұрын
Ayyyyyyyyiiiiiiiiii Hirkoo good job 😅❤💚❤️
@Gazi896
11 ай бұрын
Ayiii Gamta Qodaan kee Hirkoodha mo😂😂
@jaaluuoro5370
11 ай бұрын
Jabaadha ijoollee keenya ❤❤
@bakkalchabariitube-yi2kn
11 ай бұрын
what a generation hhhhhhhhhhhhhhhh yaa hirkoo
@OrooMovies
11 ай бұрын
Iddoo biraatti ofitti qabaaka isammoo🤣🤣🤣🤣
@anuwaartube5906
11 ай бұрын
Wallaahi gurbattiin hirkoo jedhan kun nu fixxeetti 😂😂😂😂
@dibaabeentertainment
11 ай бұрын
Ani Yerooman Wakoof Amoo Wal birattii Arguun kolfaa du'am ani
@biyaakooloromiyaa5771
11 ай бұрын
Bayee namati toltuu jabadha
@myphone7481
11 ай бұрын
Waw jabaadha namaat toltu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@NimoWaqo
11 ай бұрын
😅😅😅😅😅😅😅hinbareeda itti fufaa
@indiadino
11 ай бұрын
Baayyee namatti tola jabaadhaa ❤❤❤❤
@HundeeHundee
11 ай бұрын
Baguma milkooftee❤❤❤❤
@EboRebira
11 ай бұрын
Uuu kolfaan ddhumne jaabadha isin jaallanna❤❤
@leenii694
11 ай бұрын
Nuuf jiraadha hundi keessanuu❤
@tonyyazbeck4770
11 ай бұрын
Nan qabadha jedhe naa harkaa baate hojii hirkoo 😅😅😂😂😂❤❤❤❤
@JohnDeraje
11 ай бұрын
What a generation!!!
@sofiatube5579
11 ай бұрын
Lubbuu matii naa taa
@UrgesaGonfa-ov9ui
11 ай бұрын
𝑮𝒆𝒏𝒆𝒓𝒂𝒕𝒊𝒐𝒏 𝒊𝒔 𝑪𝒐𝒓𝒆 5𝑰
@BabekMasfin
11 ай бұрын
dabii=hirkoo ❤❤😂😂😂😂😂dabii wajin hojedha
@AfdalRobe
11 ай бұрын
Waaqoo waan harka keetii nyaadhuhhhh
@jacksmith2638
11 ай бұрын
Jabadhaa bay'ee namati toltuu ❤
Пікірлер: 434