KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
HIR-KOO KUTAA 25FFAA
Күн бұрын
HIR-KOO KUTAA 25FFAA
Рет қаралды
285,913
Etv Afaan Oromoo
1
1
HIR-KOO KUTAA 25FFAA
Жүктеу
Пікірлер: 514
@MisganeRaga
9 ай бұрын
Hirkoo + Instructor+Gamtaa.... hundumti keessan JABAADHAA ( Qaxaleewwan Keenya)
@Firomsa104
8 ай бұрын
❤❤❤
@samimezgabu9443
9 ай бұрын
first viewer and liker✌✌
@EGD402
9 ай бұрын
Congratulations😏
@dawitmtaal4306
9 ай бұрын
@@EGD402😂alright!
@lamesachuluketube
9 ай бұрын
Jabaadhaa Hojii Guddaa Dabalata Isinii irraa Eeganna .......❤
@RozaGabishu
9 ай бұрын
bayyem baredaa hara'a bayyem kolifinee 😂😂 jabadha. ❤❤
@SuleimanAli-p4r
9 ай бұрын
hir-koo Kenya Mombasa iraa laalo jiraa bayee isin jaalana nuuf jiraadhaa
@SABAAF.tube7740
9 ай бұрын
Qaxalee wan jabaadha hedduu namatti tola😂😂
@OrooMovies
9 ай бұрын
🤣🤣utuu ijoollee godhachuuf hin dhama'iin abbaa ijoollee yeroo taatan❤
@AbdulazizMuhammaa
9 ай бұрын
Nuuf jiraadha ❤😂❤❤ dhugaa rabbii bayyee isin jaalanna addaan nu jalaa hin kutinaa 😂❤❤itti fufaa❤
@JahaLetaofficial
9 ай бұрын
Wooow, baayyeema namatti toltu ijoollee Oromoo❤
@muleetaddasaa
8 ай бұрын
Wowwwww bayyee namatii tolaa ijolee oromoo❤🥰
@HussenSiraj-c2x
9 ай бұрын
Isin hordofaa jirra jabaadhaa heddu nu booharsaa jirtu
@BojuAbraham
9 ай бұрын
wow baayyee bareeda.ogeetti fayyaa sanaafi hiriyaashi sanas hirmaachisaamee baayedhuma yaadne .ijoollee harmee hayyuu hunda isaanii hirmaachisaa
@WaraaboKubi
9 ай бұрын
Guddinnii artii oromoo nu bonsaa very nice 👍👍👍👍👍👍👍
@ااين-و9ز
8 ай бұрын
Kolfaan Dhumnee barana wayoo wayoo Gara koo hojii kee nyaadhuu Gammaata
@AdugnaLomiiadugna
9 ай бұрын
Nuuf jiraadhaa dhugaa bayee isin jaladhaa 😂😂😂😂😂😂😂😂 abboo waqoo hojii kee nyadhuu 😂😂 uuuuuuffff garaa Koo ❤❤
@Chalamahammad-f7i
9 ай бұрын
What a generation ❤❤❤❤❤❤❤
@anwaramiin2369
9 ай бұрын
Jaabadha Namati Toltu Dhugaa! ❤️
@safia1290
8 ай бұрын
Qori nuu reebaa jira what a generation ❤♥️😂🙆
@eliasman6124
9 ай бұрын
jabaadha dhugaa hojii guddaadha garuu boomin takka akka tasaa galee bahe ture ishe kana sirreffadha
@ABDIIHuseen-e4p
9 ай бұрын
Wow baay,ee namatii tollaa jabadhaa
@MareshetBelay
9 ай бұрын
😂😂😂😂😂 Ohhhh amazing I liked louphing instructor as of angry 😂😂
@degagachali6669
9 ай бұрын
Akka har'aatti kolfee hin beeku 😂😂😂😂😂😂
@DagneLemma-qv5ys
9 ай бұрын
Baga Waaqayyoon Uummata keenya Oromoof isin kenne !! Jabaadha Episode kun daran namati tola!!! 💝💘💙💚🧡❤️♥️💛
@DagneLemma-qv5ys
9 ай бұрын
💛♥️❤️🧡💚💙💘💝💜
@Sabboonaa684
9 ай бұрын
Nuuf jabaadhaa❤❤❤❤❤
@Obsii365
7 ай бұрын
Kolfaan dhumnee barana hojii keessan moo 😂😂😂 Jabaadha dhugaa baay'ee namatti tolaa...❤😍😍🤗
@Wankooshow
9 ай бұрын
Dansaadha. Continue more jajjabaadha❤ worldwide❤
@JahaLetaofficial
9 ай бұрын
Episode'n kun garuu baayyeema ajaa'iba dhugaa😂😂😂
@gudinayadeta8188
9 ай бұрын
Waahee shamarranii barsiisota caalaa hin beektani. Barsiisota irraa buhaa.
@AbdiAlemu-k6h
9 ай бұрын
woow dhugaa rabbii kolfaan nu fixaan jalladheraa akka kanatii kolfee in beekuu mucaa keessan oromoo samara university Abdii Alamuu jabaadha isiin hordofaa jira
@Brani-dk2hn
9 ай бұрын
What a generation❤❤❤🥰🥰🥰🥰
@jamaalwaliyyii4407
9 ай бұрын
Gamtaa waan hojii kettii nyadhuu waan hirkoo iratii bartee hardhaa instraktaar motuumma salphiiftee hardhaa😂😂😂😂😂
@tonyyazbeck4770
8 ай бұрын
😅😅😅😅
@oromtitishawaa539
8 ай бұрын
❤❤jajaabadha dhugaa bayyee namaati tolaa kan haardha adumaa😂😂😂😂
@HanamulatuDhaba
9 ай бұрын
Uuuuufffff.eessa Koon isinii dhaqaa an baayyeema na marartume❤❤❤
@nabsomee5812
8 ай бұрын
What a jeneration ❤❤❤❤❤❤❤❤
@tesfayesentayehu6498
8 ай бұрын
"WHAT A GENERATION ?" JEDHAN INSTRUCTORIN!!
@FoziyaaShawaa
9 ай бұрын
Jabaadha hojii keessaa baayyee namaa tollaa ❤❤❤
@DinkaDereje-dz4cs
9 ай бұрын
Ana kan naaf hin galle bishaansaa dhugdanii moo akkamii silaa kan hirkoo maal godhu gad nu naqeeeeerrr❤❤❤❤❤❤
@DachoTube
8 ай бұрын
Yaa harmee ayyuu raajii argitu barana❤❤❤
@mimiBirhane-x3w
9 ай бұрын
Maayinnii maaloo inni har'aammoo addadha.
@dessialiy7600
9 ай бұрын
Wayyo Hirkoo Halkan Kiyya baarechitee😂 Jabadha Dhugaa ❤
@AdanoAs
8 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@hannaaabetu3455
9 ай бұрын
Thanks so much 🙏🙏 oromo king ❤❤❤❤❤❤❤
@MuraadAhmad-n6m
9 ай бұрын
Dhugaa ijoolleen tuniin baayyee jajjabeessu barbaachisa Dhugaa jabaadha itti fufaa ❤❤❤❤
@johntalila9854
9 ай бұрын
Hii Gamtaa Hojii kee nyaadhu barana hoo❤❤
@filoksiab5610
9 ай бұрын
❤❤❤ bayyee namattii toltanii jabadhaa ittii nufufaa ❤❤❤
@BorifanTube-ox9rb
9 ай бұрын
akkasi male yeroodhan gadhifame coment like gochun gammachu keessan agarsisa
@MotumaHirphasa-d6v
8 ай бұрын
Bayyee nuttii tolee itti gammada jirra!!!
@keriamirressa8865
8 ай бұрын
Baayee namati tola 😂😂😂❤❤❤❤❤❤
@Milkiihabtamu28
9 ай бұрын
Wayyoo gamtaa instructor ajjestee hojeekee nyaadhu
@samikebebe511
9 ай бұрын
Suusiidhuma natti taatani !! nuuf jiraadhaa
@natinaelfikadu-ok3jt
9 ай бұрын
baayyee namatti in tola, jabaadhaa!.
@IbsaaTamasgen
8 ай бұрын
What a generation 😉😮😮😅😅😅😅😂😂😂
@SharafAbdi-wo3sx
8 ай бұрын
Dhugaa bayee isiin jalaanaa garuu Adaa nuuraa hin kuutiinaa
@asterburaka3150
8 ай бұрын
kakkaate😄😄😄 what a generation❤❤❤
@Temesgen.Mezgebu
9 ай бұрын
Kolfaan wal maraachine ka😂😂😂😂😂
@getahundamissie634
8 ай бұрын
What a generation 🎉
@zeritu8501
9 ай бұрын
Daansaamadha hojin kesa dhugaa jabadhaa❤❤❤😂❤❤
@alexokelb2254
9 ай бұрын
😂😂😂 Garaan na dhukkube dhugaa osoon kolfuu.
@burteeburte
8 ай бұрын
Wayyoo garaakoo uman kolfe dhugaa hojii keessan nama boonsa
@johnabel7752
9 ай бұрын
abeet jinjenaaaaaaaaa
@lizatamatm9597
8 ай бұрын
Wawwww Dhuga hedduu namaatti toltuu nu jiraadha jabaadha itti fuffaa❤❤❤
@freecell1191
9 ай бұрын
Wly hara'a bayyeen kolfee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@biyaakooloromiyaa5771
9 ай бұрын
Jabadhaa bayee namati toltuu❤❤❤❤❤❤
@MikiMicky-db6bu
8 ай бұрын
Jabaadhaa hin bareedaa
@muleetaddasaa
8 ай бұрын
Jabadhaa hojii kana caluu siniiraa egnaa🥰
@DebeleDechassa
8 ай бұрын
Amanuu hedduun sii jalaadha garuu tuqaa sirritti kennaa
@AbdulfattaBayaan
9 ай бұрын
Jabadha garu addan hinkutina❤❤❤❤
@Leencaaleencaaoli
9 ай бұрын
Wow amazing
@YAKUBJEMAL-ro2ye
8 ай бұрын
What a generation 😍
@proggenius2024
8 ай бұрын
wow, script fi video quality keessan dabaleera. Nama bohaarsitu, jabaadhaa.
@deressatube4947
8 ай бұрын
Wey Gamtaa, eat your work jedhe Fayisaan
@AbdiOromiya-n8j
9 ай бұрын
Wwooww bayye Namati toltu jabadhaa
@ZenuFaris-yq2zc
8 ай бұрын
Isin anaaf bohaartiidha. Barsiisaa nu bohaarsitu. Bara kolfi dhibe kanatti qirqiddanii nu kolfisiiftu. Galatooma!
@ADISUMELAKU-g8g
9 ай бұрын
what a jeneration
@daannoohabtamu2553
9 ай бұрын
😂😂😂 jabaadha baayye namatti tola
@leenii694
9 ай бұрын
Baayyeman kolfe dhugaa! Kan hara'a kun adduma😂😂❤❤
@bbbbjjjj5979
8 ай бұрын
Yarabbi dunee kolfaan
@SiyfuJibiril
8 ай бұрын
Jiradha hirkkoo bayee jaladha itti anissu dhani obamaa
@DebeleDechassa
8 ай бұрын
Amanuu hedduun sii jalaadha garuu tuqaa sirritti kennaa ❤
@maskaramdarajee4970
8 ай бұрын
Hirako ko 😂😂❤❤❤
@adisuewunetu7638
8 ай бұрын
Harmee Ayyuu....
@jiraataadhayesuus8617
9 ай бұрын
Garaan Koo hamma na dhukkubuttin kolfe😂😂😂😂Jabaadhaaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤
@Boki_Official1
8 ай бұрын
Ulfaadhaa ❤
@suramesfin5860
9 ай бұрын
Harmee hayyuu yaadame......
@ummiisufiyaan5554
8 ай бұрын
Hedduu namatti toltan jabaadhaa baruumsa guddaa qaba ❤❤❤❤❤
@meronkiflu8162
9 ай бұрын
Kolfa Instructor nama dinqa dhugaa mee ilaalaa yeroosaan kolfa
@MuluneshDebela
9 ай бұрын
Ayii Gamtaa
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241
9 ай бұрын
Ayii Gamta kan hojii kee nyaadhuu uuufffeee 😂😂😂😂😂😂iniistaraaktaarti xiffoo keesse
@mohmedmenkul5590
9 ай бұрын
Hamaa isinirraa haaqabu jabaadhaa. Galatoomaa nutiis isincinaajirra.
@kadirortube8201
8 ай бұрын
Hoji wako moo😊
@DameWakgari57452
8 ай бұрын
AJAHIBA DHUGAA! AMMAS ABDIIN ISIIN EEGAA JIRRAA KUTAA 26FFAA!
@AyanBule
9 ай бұрын
Amazing
@TekalignBenti-n1g
8 ай бұрын
dhugaa isin qaalii keenyadha galatoomaa❤
@user-xu8xe8xy2x
8 ай бұрын
What's a jeneration
@anawarekalifa4781
9 ай бұрын
Amalefuu jabadhuu kaa itii anuu nu fidii
@BaahuddiinWallaggaa
7 ай бұрын
Abbaa ayyuun ta'a jedhanire😂😂😂
@FiloWardi
9 ай бұрын
Hoji kesani Inistirakteri kenyaa salphiftani😢🙆♀️ 😍😍😍❤❤💚❤❤ 😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@kafaneeaebba8773
9 ай бұрын
Ajaa'iba jabaadhaa ❤🥰
@leenii694
9 ай бұрын
Meetii❤
@kafaneeaebba8773
9 ай бұрын
@@leenii694 lubbittii koo ❤️🥰
@nasiraatube
8 ай бұрын
Jabaadha ijollee qaqqalii❤❤❤❤❤❤❤
@AlamuHardiim
8 ай бұрын
Bayy,ee namattii tolaa😂😂😂❤❤
@johndedafo4816
8 ай бұрын
Hay inistirkatarin bayye na kofolchistee haraa kkkkkkkkkk
Пікірлер: 514