KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
Hir-koo - kutaa 50ffaa
Ай бұрын
Hir-koo - kutaa 50ffaa
Рет қаралды
282,010
Etv Afaan Oromoo
1
1
Hir-koo - kutaa 50ffaa
Жүктеу
Пікірлер: 1 М.
@SADORATUBE
Ай бұрын
Dramaan hirkoo kan isiin bohaarsuu fi Hirkoo warrii jaalatan akka koo mee agarsiisaa👍👍👍👍👍👍👍👍
@onefuny
Ай бұрын
Jira anoo😀😀😀😀😀😀😀😀
@kimiyafuad8866
Ай бұрын
Baay'ee tokkokaa
@Adebetube-sr9wk
Ай бұрын
Hirkoon namatti tola kkkk
@Abdi._.M3
Ай бұрын
kosii wayii qabi afaan. Hirkoon nama hundumaatti tola.
@Sanyiioro-jz2yy
Ай бұрын
Matii naf ta'amee oromoo
@Huze748
Ай бұрын
Namni akka ko dirama hirko jallatan like itti roobsa pls❤❤❤❤❤❤subscribe na godha sabaa koo!
@user-no7hf9nh5i
Ай бұрын
Namni dirama hirkoo jibuu hin jiruu akka koo akka koo hin jedhiina hin dabara
@melkeabu657
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@AlemuSeleshi-fg9zo
Ай бұрын
❤❤❤❤
@henk-ln3wa5rk2u
Ай бұрын
Ana
@user-rg8lt7kj9j
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Sanyiioro-jz2yy
Ай бұрын
Nagan isinif hata'uu oromoo koo mee waarii hirkoo hordoftan pills hadaraa oromumaa maatii naf ta'aa oromoo koo ❤❤❤❤
@RahaJihad-gs1sr
Ай бұрын
Sii goodheeraa
@user-zg9ib1ne7q
Ай бұрын
Mee warri diraamaa hir-koo jaallattan 👍godhaa!!
@Dontgiveup737
Ай бұрын
❤❤
@dureti9328
Ай бұрын
Please don't let this girl go...dhaabidhan yaa hojjaattu...በቋሚነት አሰሯት እባካችሁ...she is so talented I know her on TikTok 😊 People who agree with me 👇
@Azoz-mn2kj
Ай бұрын
Let me see send me her tiktok link
@MasiiTolasa-iv9vp
Ай бұрын
Anatu duraa godhe like godha❤
@Obsaamin1
Ай бұрын
Big respect
@kiyyaakoo2375
Ай бұрын
😅😅😅😅
@Dagimtakile53Ta
Ай бұрын
Namni akka koo Hirkoo jaallattan Like naa tuqaa
@user-df7ub1uv1f
Ай бұрын
Abboo Hojii keessan Gamtaafi Hirkoon nuuf jraadha hunduumti keessanu sin jalaadha ❤❤❤
@ShueybiiSadiqoo
Ай бұрын
Teenyee isiin Egaa jiiraa Amaa dhuftanii ❤
@TeferiTulu-sj5cf
Ай бұрын
Jalqaban laale❤❤❤❤
@MeseratAdugnaLamessa
Ай бұрын
Wayyoo akka caltun mansur gote si goti inistuu😂😂😂😂😂
@FaaruuwaaqaTube
Ай бұрын
Mee ilmaan gujii like godhaa😂😂❤ hirkoo....🎉😂😂
@ShueybiiSadiqoo
Ай бұрын
Diraamaa keessan kaanaa kutaa tokko raan isiin hordafaa Araa kunoo kutaa 50ffaa geenyee jiiraa jabaadha kaanaa Aktarota keessan baayyee jiiraa saa,a 30walakara gara saa,a tokko ollii guddissaa
@ramadanmohammad-fl8mf
Ай бұрын
yaada kootin wal fakkaata
@urgessasoressa
Ай бұрын
Hirkoo fi Gamtaan waan hinaafan fakkaatu!!😂😂😂😂
@Seenaamucaawallagga
Ай бұрын
Diraama qofaa miti ergaa qaba Keessattu Safuuf Duudhaa oromummaa amma kana kan wal qabatu Waan Hawaasa keessaa ifatti bifaa Artiin nuf qoduun keessan Enyuumma keenya Callaqqedha Baayee Galaatooma ❤❤❤❤
@firoomtube2987
Ай бұрын
Namnii akaa koo diramaan jaraa kanaa susii itii tahee jiraa garuu😂😂😂
@feyisagelashe7219
Ай бұрын
Hirkoon(Waaqoon) biyya kana irraa gara biroo move gochuu qaba jedhee hin amanu yoo visit gochuuf ta'een ala. Qaamni dhimmi ilaalu gurbaa kanaaf waan ta'uu qabu hunda osoo godheeyin jedha. isaaf osoo hin taane aartiidhuma keenyaaf.
@AdugnaEbisa
Ай бұрын
Komeedii kana akka jirutti Gamtaa Bariisootu hojjete!😂😂😂😂😂😂
@nemerajorgo3372
Ай бұрын
ጎበዝ እንስትራተር ደረሱበት።
@ArarsaTesfaye430
Ай бұрын
Hirkoo Baga nagaan dhuftaan. ❤❤❤❤❤ Hirkoo❤❤❤❤❤.
@SuleeymaShah-wx7oi
Ай бұрын
Wow amazing jabaadhaa isin nama Oromoon qabduudha.
@user-yt2bb9tx7u
Ай бұрын
❤❤❤❤ hirkoooooo Baga nagaan dhuftan
@ImaadQaasim-cd2hi
Ай бұрын
Mee warri akkakoo diraama irkkoo jaalllattan laik godhaa❤❤
@WolooTube
Ай бұрын
Jireenyi mensuur jemaaliif caaltuu gaafa diraamaan ibsamu kana fakkaata!😂
@qeerrooentertainment482
Ай бұрын
Namni akka koo hawwiin Diraamaa hirkoo eegu jiraa yoo ta'e dhugaa like godhaa
@kiyyakennaa1097
Ай бұрын
Barnoota sirrii yeroo sirriitti dhalootaf kennaa jirtu. Ani Bohaaruuf osoo hin taane Barachuufan isin hordofa❤
@FalmataaAbdurahman
Ай бұрын
Dhuga keti
@sabaanboontuu3939
Ай бұрын
Amma torban gahutti ariifadha dhugaa diraamaa hirkoo❤
@HamidMamee
Ай бұрын
Torebee dhufu diraamichi isuma arraa kana bakka itti dhumerraa itti fufuu qaba warri jettan like robsuun mirkaneeysaa
@ekramsweets2051
Ай бұрын
Ijoolee biyaa koo jabadhaa
@BerkaBe-lz6ht
Ай бұрын
What generation funny 😂❤❤
@user-ff1ql9un6g
Ай бұрын
W wwww H,@G @I 😊😊😊❤❤❤😂
@AyaAyantu
Ай бұрын
Kkkkkk uuffee yaa jaranan otoguya guyadhanu ojetani sini dadame hin qufamu dirama kesani nufi jiradha lami koo❤❤❤❤😂😂😂
@user-zg7pz4rv7e
Ай бұрын
Akkuman isin jaalladhu qaaliiwankooo nuuf jiraadha❤❤
@user-ed8sb5dh7c
Ай бұрын
Uffee diraamaan kun yoo xumuru eessan dhaqaa isan yaadda'a taa'ee😢❤❤❤
@KeriyaMitiku-pm2ig
Ай бұрын
Innistiracter 🎉🎉congratulations ❤bagga gammadan nama bashanansisa 😂susii natii tahee diraman hirkoo kuni,jabbadhaa 💪💪🫶👏👏👏
@Sanyii.jawarii
Ай бұрын
Hayii hirkoo hojii kee nyadhuu 😂😂😂❤❤❤❤
@kumaad2904
6 күн бұрын
Nufi jiradhaa maqaa yesusinii ❤❤❤❤❤❤❤
@user-lf9qq9br1s
Ай бұрын
Baga har'a geessan!
@BbdBbhd
Ай бұрын
Baga naga dhuftaan ❤
@user-cl3tg8nz6z
Ай бұрын
Wwww Bagaa Nagaan dhuftaan dhugaa bayee isin jaladhaa ❤❤❤❤❤🎉🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@ShumitMilkeso
Ай бұрын
Love this great man
@ShueybiiSadiqoo
Ай бұрын
Amma dhuftanii hirkoo
@meseretabdissa219
Ай бұрын
Hirkoo dhiisi lakkii walittifidi.
@jigsaa1986
Ай бұрын
Safuudha Abbaakoo Gamtaan kun ajaa'ibumaa! 😅
@user-kr9gn3xi8l
Ай бұрын
Bagaa nagaan dhuftanii matii diramaa hirkoo jabadhaa namaattii toltuu ❤❤❤❤ Ergaan kun mansur ilalata hojii kessaan nyadhaa gamtaa fi essumaa demee kolfuu lataa hojii kessaan kana😂😂😂😂
@user-ln9uw9eg1y
Ай бұрын
Barasisani kuni bayee goyomani haraa cara akkana 🚘 🏡 ⛹️🏋♂️🏋♂️🏋♀️🏋♀️🏋 🐕 😂😂😂😂😂
@aberuteressa9024
Ай бұрын
😅😅😅😅😂😂😂😂kani ketuu ha caluu
@merkebedechesa6940
Ай бұрын
Inistirakterin tole jedhe siti her herumure jedhe 😂😂
@user-gy9dr1tc4j
Ай бұрын
atimee Hirkoo akkamiidhaa dhugaa hundumti keessaniyyuu adda anaf
@jsifiitub2786
Ай бұрын
Hojii keesanii nyadhaa 😂😂wayii mansuree😮😅😅😅hhhhh
@obseobse4517
Ай бұрын
❤❤❤❤hirko my lovee
@MasaratUlfina-hr7tz
Ай бұрын
Inistuu kunii caromudhaa 😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa hirkoo sin jalanaa
@user-mc8fd2vx8f
Ай бұрын
Jabbadha oro koo siin waliin jira saba guddaf median guddan nu barbachisa
@kemalahmed5124
Ай бұрын
Baga ngyn dhuftaan🎉
@user-zg9ib1ne7q
Ай бұрын
Garuu harmeen Hirkoofaa Beekaanfaa maal ta'aniitu nu jalaa badanii?
@milkiigt-8139
Ай бұрын
❤❤❤😂😂😂😂😂uuuufffff..hojii keessan nyaadhaa
@SenbetaKabeta-hg3ni
Ай бұрын
Anaaf naaf ergaa waan akkasii kan biraa yoo jiraate
@user-qi1wc8ol9k
Ай бұрын
Dhugaa bagaa nan dhuftaan bayyee nama ti toltuu waqaa
@BAKALCHA-GUJII
Ай бұрын
1ffaa ana
@AbebeDereje-sl4js
Ай бұрын
Jabaadhaa!! baay'ee Namattii tola.
@Sanyiioro-jz2yy
Ай бұрын
Qaaliwan oromoo koo bayyee isin jaladhaa dhugaa❤❤❤❤
@user-mc8fd2vx8f
Ай бұрын
Hi
@AmiirYusuf-fp2hn
Ай бұрын
Obama badee Debisa yanee
@user-ky8lg5ns8f
Ай бұрын
Welcome hirko ❤❤❤❤❤
@mamassanidigaa847
Ай бұрын
❤❤❤
@HabtamuAlemayehu-ve5qi
Ай бұрын
❤
@user-wi1tc1yi4s
Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@abdulkariimQaasim
Ай бұрын
@FalmataaAbdurahman
Ай бұрын
Hirkon kun natti tola dhuga😅😂❤❤❤
@Muzamil-dh9yl
Ай бұрын
Nan kolfee dhugaa rabbii
@MusxafaTamam-kq3mw
Ай бұрын
weel comee❤❤❤
@FiranbonSaman
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-wr4go9rr2h
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@FirooAliye
Ай бұрын
Jabadhu haluma kanan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fuaadhuseenbaalee
Ай бұрын
Naaf taatani jirtu dhugaa ❤
@makidaoussen8155
Ай бұрын
Hirkoo koo anafilee soqii adaraa kee abaa manaa😅😅😅😅😅
@ililiishowaa6749
Ай бұрын
😂😂😂😂
@AbdisaDesalegn-tj4zb
Ай бұрын
Kkk😂
@AbdulbasitJewar
Ай бұрын
An sif tà,u
@ElasAlezre
Ай бұрын
🎉❤isinitaa haa toluu
@tadeseibsa4814
Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Meeronwlg
Ай бұрын
😂❤❤❤❤sin jaalana nuuf jabaadha❤❤
@user-ic1lu1ms4l
Ай бұрын
Welcome bagaa dhuftaan tiyyaa faa Baye yadee jiraa bagaa dhuftani
@user-gq2yg7jx2l
Ай бұрын
Wel come
@user-kr6hv2xc3s
Ай бұрын
Aja'ibaa
@FadilMamanur-bh1cy
Ай бұрын
Eid mubaarak
@abditube9865
Ай бұрын
Kun wa'e mansur jamali dhengaddatin wal qabata😂
@AsaantiiTaammiruu
Ай бұрын
Sareellee qaba😂
@doyowario5253
Ай бұрын
hirkoo
@AbbaaAbdii-tw7yr
Ай бұрын
Diramaa irkoo bayee namatii tolee jabadhaa silaa xiqoo nuf dheresitanii natii tolaa
@UmerJemal-zb9et
Ай бұрын
Baay'ee namatti tola dhugaa 🎉❤❤❤
@ADINANABRAHIM-jv5oc
Ай бұрын
So beautiful
@FayeJesus
Ай бұрын
woow...amazing
@user-hb8fw4xd9w
Ай бұрын
Dirama Hirkoo bayeen jaaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@miresawakuma-yy1io
Ай бұрын
Wajjarsa kana Dhabate hafu barbada hin fudhuu senatiin mana kirati hafuu barbadayii dirama kana kesa imo tiyan ibushee Nani Areem
@AbdiBoruTubefamily
Ай бұрын
EID MUBEREK FOR ALL MUSLIMS
@BAKALCHA-GUJII
Ай бұрын
❤❤❤❤
@gemechisifa2693
Ай бұрын
wayi instructor Motuma ijoollen ittuma tapatte!
@AbdallaaDawud
Ай бұрын
Tiyyaan Esa Kutee irkoo Pils Fidaa maloo 😢
@MohammedNuuru-rx3jb
Ай бұрын
Diraaman Hirkoon baayye nama bohaarsa garuu namoota baayye sana of keessaa maalif dhiise
@HamzaKemal-vp5qh
Ай бұрын
Inistiraaktarii heerumsiise jennaan kabajaan koo gadi haa bu'uufii😂😂😂😊 ayi hirkoo 😊😊😂
@AbdallaaDawud
Ай бұрын
Refun dhufee Haraa Dalgaf bizin turee
@hamzaabbaamacca640
Ай бұрын
Diraaman hirko erga jabaa of keessaa qaba jabaadhaa❤❤❤
@intaalaoromoo4084
Ай бұрын
❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂 baga nuu dhuftan qaliwwan kenyaa
@AlemayoQoriche
Ай бұрын
Hirkoo very nice
@firaoltesfaye2726
Ай бұрын
mansur jamal fi caaltuu gara filmitti jijirame😂😂😂😂😂😂
@IsraelDebisa
Ай бұрын
Gamtan aji'ibaa dhugaa
@ashrafmajali7422
Ай бұрын
Welcome hirko❤❤❤❤❤❤❤❤
@amanikadira5969
Ай бұрын
Jarana wanti kun mansuurin tuqan se'e 😂 ወይኔ መንሱሬ ሾርኔዉ ላንቺ ነዉ 😁
@GosaAdugna-xl2do
Ай бұрын
Baga nagaan dhuftee Hirkooo
@user-ud4uq7yk6w
Ай бұрын
Nuf jiraadha Qaliiwwan keenya ♥️♥️ Fuudha Didaaniree Inistu 😂😂😂😂😂
@user-kp4py2vo5d
Ай бұрын
Welcome hirko 🎉🎉❤
Пікірлер: 1 М.