Kanaan booda bilbilli kee tasuma sijalaa hin badu.
Akka carraa bilbila keessan eddoo gootan yoo dhabdan ykn yoo bade ykn hatame akkamitti akka argattan yaaddanii beektuu? Furmaanni kinooti. Aappiin har'a isiniif qabannee dhufne kun bilbilli keessan hoo isin jalaa bade ykn hatame haaluma salphaan akka isin argattan ykn barbaaddan isin fayyada. Aappiin kun kaartaa fayyadamuun bilbilli keessa akka jiru isinitti hima. Yoo argachuyyuu dhabdan akka namni sun bilbila sana hin fayyadamnee jalaa cufuu ykn secure gochuu dandeessu.
Dabalataan yoo bilbila sana argachuu dhabuu keessan yoo mirkaneeffatan icciiti ykn faayilawwan bilbila keessanirraa qabdan guutumatti haquu ykn balleessuu ni dandeessu.
Aappiin kun nama bilbila harkaa qabu hundumaa ni fayyada. Namni bilbila harkaa qabdan hunduu buufadhaa itti fayyadama. Dursaa haala itti fayyadama isaa baraa. Sana booda bilbilli keessan bade ykn hatame taanan yeruma sana barbaaddani argachuu ni dandeessu.
Aappii kana liinkii armaan gadii kanarraa buufadhaa!
bbcko.com/fm/
Waliif qoodaa!👇👇👇👇👇
Негізгі бет Музыка Kanaan booda bilbilli kee tasuma sijalaa hin badu.
Пікірлер: 2