As wr wb Ahbaabii Fillaah! Gorsi kun Gorsa Jummaati ammas Haaraya mata dureen isaa Munaafiqummaa Hujii Kutaa 2ffaa je'a. Munaafiqummaan bakka lamatti qodamti: Munaafiqummaa Guddoo fi Munaafiqummaa Xiqqoo (Hujiiti). Vidiiyoo tana keessatti waa lamaan dubbadhe. Lamaan:
1ffaa. Yeroo Ahaddii Namaa Seene Ni Diiga
2ffaa. Yeroo Nama Waliin Wal Falme Khararraa Maqa. Vidiiyoo tana keessa Beekumsa Guddaatu jira Daawwadhaa waliifis share godhaa. Baarakallaahu fiikum 👏♥
#subscribe #share #hakimhassen34 #islam #khuxbaa
Негізгі бет Khuxbaa Jummaa! Muناfiقmmaa Hujii!
No video
Пікірлер: 36