KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
KOOMEDII KANAN BOHAARAA/ QOPHII ADDAA
Күн бұрын
KOOMEDII KANAN BOHAARAA/ QOPHII ADDAA
Рет қаралды
291,965
MO'AA TV
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 707
@hawwiijesus201
4 жыл бұрын
Wow tokofaraatn ilalee like naf xuqa Ya qaboo atii naaf jiradhuu dibirti nara balesiite qophuman nati hamate tutee ama bagaa nuf jiratan isin 💋💋❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@maymoonama297
4 жыл бұрын
👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻❤❤❤💜💜💚💚😆😆😆😆😂😂😂😂😆😆😆😆😆😆😆😆😂😆
@merertufufa6703
4 жыл бұрын
Akabaredadirmkesimalokoo
@firiiboruu2032
4 жыл бұрын
Qaboo Waaqayyoo Si Haa Eebbisuu Dhugaa Ergaa Hedduu Of Keessa Qaba Nama Sirritti Hubatef Kolfa Fakkata Malee Eebbifamaa
@fatimahussien9518
4 жыл бұрын
kkkkkk
@sabronuree8900
4 жыл бұрын
Kkkkkkk
@SamsungSamsung-pc4lr
4 жыл бұрын
Jiradhaa sabontotaa ilmaan lencaa jiradhaa bayee nama buharsituu👍💪💪💪💪😄😄😄😄😂😂😂😂😂kkkkkkkkk
@aalok2862
4 жыл бұрын
Wowwww bayyee namati tolaa naaf jiraadhuu👌👌♥️♥️♥️
@arifashak6072
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk yaa qaboo waan bira siin hin jedhu waqayyoo umrii kee siif haa dheeressu jiraadhu waqayyoo isiin haa eegu lammii koo 😍😍
@abbahkhoshabi1470
3 жыл бұрын
Wwwwwoooooo bayyee ittiin boharee qaboo jabadhuu jabaa🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@mergemulatu7820
4 жыл бұрын
Uuuu barana kolfi marrummaan nucire maalo.umuridheeraa isinif haakeennu rabbi.!
@shawayyeeambooCor
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk wayyoooo nan du'ee yaa qabooo malooo baay'ee naa kolchiiftee!!! nuuf jiraadha
@ababachfayera826
4 жыл бұрын
Uuuuuffeee yaa qaboo eebbifami jabaadhu jajjabee koo
@qewe2330
4 жыл бұрын
Ati Lidiyaa shifarati maqaan kee naa deebisi maaloo
@qewe2330
4 жыл бұрын
51766380 asi irratti naa bilbili Kuwait alami jedhama yoo Lidiyaa taate
@shawayyeeambooCor
4 жыл бұрын
@@qewe2330 anan jechaa jirta haadhookoo? Lakkoofsiikee naaf ba'uu didee bar.
@rabiiabduraman3888
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkk kkkkk
@Naturallife735
4 жыл бұрын
Wallah bayye natti tolee yero bayyee irra dedebi'e lalaa nama gamachisa abiyi fakatte 😂😂🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@derartukebede694
4 жыл бұрын
Bagumma waqaayyo sin nuuf keenne hadhokoo nuuf jiradhu waqaayyo baraafi jirenyaakee haa ebbisuu Eebbifamii
@gedemamuleta8657
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk waay mumichaa ministera Dr Qaboo baayee namati tolaa dhugaa ebbifamaa ebbifamaa
@khadijaomar4495
4 жыл бұрын
S
@dasitadiribadsta5524
3 жыл бұрын
Kkkkk nuuf jiradhu namichi gowan Lammii kenya fixee isa dhuguma samun isa duwadha iraa hojete dhugaa galatomi 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😃😃😃😃😃😃
@Obsanit
3 ай бұрын
Wow oromookoo. Nama hin ubannef kolfa. Yoo hubatan garu ergaa gudda of keessa qaba. Jabadha itti fufa.
@burteeintalaashawaa7713
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkk wayyoo garaa koo kolfaan nuu fixee maaloo qaboo umurii nuuf dheeradhuu saboonaa keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞♥️♥️♥️♥️
@siifanwaaqayyoo9902
4 жыл бұрын
Kkkkk dhugaa akkanii har'aa kolfaa holetii takumaa hin kolfine jabadhuu qabboo koo waqayyoo goftanii baraa kee yaa Eebisuu hamaa dhumatii siyaa dhabuu goftanii!🙏🙏🙏
@azoz87samri65
4 жыл бұрын
Maaloo qaboo koo!!!! baay'ee galatoomi danyii koo 😂😂😂😂 wayyoo garaa koo !!! garuu ergaas baay'ee qaba. ❤❤❤❤👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪
@boniiamboo8414
4 жыл бұрын
Wowowowow baye namati tola wara mo'a TV Eebifama muca kuni baye nama kolifisisa dhuga😂😂😂😁😁😁😁😁
@firiyyefirii4469
4 жыл бұрын
Ani hardha Arge Erga darbe 😅😀😀 Heddu namati tola Galatoma 😍😘👍 Style dubbanna kana Kan O.B L.M ti 😅🙄🙊🙊
@kuulleebuttujjiikuulleebut2107
4 жыл бұрын
Akkataan isinii jalaadhuu 🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷💐💐💐💐💐💐💐qaboo koo Koottii kee kana Isaa Namichii Hoodhaa Sii jala Balleesse Sanadhamoo 😁😁😁😁
@sabontuuorommoo1665
4 жыл бұрын
Woyoooo yaa qaboo koo nuf jiradhu wolahii bayee sijalanaa😃😃😃😃😃😃😃😃😃🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👌👌👌💯💯💯💯💯♥️♥️♥️
@famiyafamiya3483
3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk kolfaan duee jiradhuu gota prom 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️
@bontuuwalggaa2091
4 жыл бұрын
Waqaayyoo barafii jirenyaa keessan haa ebbisuu bayee namaa kolfsiftuu dhugaa
@kenaakenaawapayyootti1113
3 жыл бұрын
Kkkkk dhugaa qabooo bayee namaatii tolaa ittii mudii ❤️❤️❤️💪
@gfhj2889
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk Uuuuuuuffff bayee Namati tolaa Nuuf jiradha Anii garuu kaniin Anii jedhuu Obolesaa kenyaa isa Obsaa garii qabuu kunii bayee barumsaa irraa Argane mee Galatomaa
@hgskskks4647
2 жыл бұрын
😄😄 bayyee nama boarasitani bar jabadha
@ayantukabeta9021
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkk yaa garaa koo na dhukubee jiraa maalii kuni immoo 🙊🙈🙈🙈🙈🙈🙈kkkkkkkkk
@fireenadhii4764
4 жыл бұрын
Kkkkkk ijjolee kana lamman baay,ee jaladha jabadha qashtiwan koo
@YahiqobGetacho
6 күн бұрын
Jabaadhu nuu isiinin bohaarra
@sifanjesus6029
4 жыл бұрын
Uuuuuufffffeeee kkkkkkk 😀 😀 😀 😁😁😁😁😁😁😁Nuuf jiraadha maloo eebbifamaaaaaa😁😁❤️❤️
@bontuuyubtube1838
4 жыл бұрын
Qaaboo.maaloo waqayyoo saa.ebisuu
@seennahundaa9498
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk maloo gara koo qaboo kolfaa du'ee bayyeee namati tollaa💪💪👌👌👌❤💚❤💚❤💚❤
@ማርቲፍቅር
4 жыл бұрын
Kkkkk Kkkkkkk hedduu nu boharsitanii ebifamaa😍😍😍😍😍😍 Bagaa gessanii hundumtii kessanii🙏🙏
@maliyamaliya9925
4 жыл бұрын
Qaboo atis hiriyaan kee sunis Rabbi galma yaaddaniin isin haa gahu
@سميرا-ر3ب
3 жыл бұрын
Uuuuuuuu uuuuuuu yaa gara koo kkkkkk hora bula jabbadhaa bayee bareda dhaa
@eyobgari4813
4 жыл бұрын
Baay'ee gaariidha jabaadha
@mrasnaqechi7313
4 жыл бұрын
Wwwww Galatomaa bayee barumsaa qabaa jiradhaa lamii koo 👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤
@tiijiioromiyatube145
4 жыл бұрын
Galatomaa guddaa 😀😀😀😀😀😀🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😅😅😅👏👏👏👏👏
@tesgesjesus560
4 жыл бұрын
Qabboo koo Ani Ayyani osoo hin gain sii waamata turee❤️❤️❤️❤️❤️👍👍👍👍👍
@bellalebanon1320
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk dhuga waaqayyo saa ebbisu bay,ee nama boharsita
@keriiyaahassan1961
4 жыл бұрын
Si biraa hafe dubbin jabadhu
@maggijenesaispas5957
4 жыл бұрын
Wowowowowo ittii. Fuuffaa nuboarsiittaanniii. 👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️😂
@tayibatyoutube3166
4 жыл бұрын
Hedduu namti tola jabbadhu
@boontuusalaalee5975
4 жыл бұрын
Qabookoo naatti Toltaam dubbiin kee hojiin kee Hundi 👏👏👏👏😁😁😁😁😁😁
@AlamAlam-vq5lj
2 жыл бұрын
Dhugaa bayyee namaa boharsita waqaayo umurii si yaa dheresu ebifami baraa kee gutuu
@caaltuushallamaadubai869
4 жыл бұрын
Kkkkkk bagumaa nagaan du'ee du'aa ka'uu gooftaa keenya yesuus kiristoosiin isiin gayee
@sabakoooromonyoombilisomaa3843
4 жыл бұрын
Inumaa tarbdekaa abiy ahimad😁😁😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@buurbuur542
4 жыл бұрын
Ergaa guudaa dabresiitaniiy qerokoo nibilisomtuu rabin esin haeguu abseraa bara baran duuraa rabin esin haeguu nama dukubaa duugatii wayen oromuma 💪🏿💪🏿💪🏿👌🏾❤
@sisayfares3956
4 жыл бұрын
Hhhhhh kolfa du'e bayeee namati tola dhuga jabadhu
@bareduoromiya2530
4 жыл бұрын
Qaboo dhugaa jette barumsaa gudda of keessa qaba jabadhu
@abenezergetachew4645
4 жыл бұрын
Jabadhaa bayye namatti toltuu
@saraawada2301
4 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍😍😀😀😀😀😀🏃bishaan naaf fidii 😁😁😁😁
@mastumasarati2168
3 жыл бұрын
Wowo bayee😁😁😁😁🥰🥰🥰🥰🥰🥰 namaa tiiloola
@caaltuushallamaa3241
4 жыл бұрын
waaqayyoo gooftaan isiin haa ebbisuu ijollee waaqayyoo obbolaakoo
@angelcell-qs6on
9 ай бұрын
Qaldi fakata male erga baye qabaa iti fu namati tola🎉💔👍🙏🙏🙏🙏
@Dubai-gy9hx
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkk uuuuuuuuuu dhugaa bayye nama kolifisisa 👍👍👍❤❤❤❤❤
@ofiinbontuhintalashawaa1238
4 жыл бұрын
kkkkkkkkkk wayyoo gara koo jiraadha dhugaa amma garuu korona cufe
@afandiimohammad9226
3 ай бұрын
❤❤❤❤
@blinebline9518
3 жыл бұрын
Bayyee issin jaladhaa 🥰🥰🥰💞💞💓💞💓💓💓ijjolee Waqayyoo
@worqinoshbenya5453
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk bayye namati tolla nuuf jiradha .ergas gudda of keessa qaba Nama hubatef
@boniiwalaggaa3983
4 жыл бұрын
Jabadha bayyee tokkoo namatii tollaa diraaman kessaan
@xggdgagx8875
4 жыл бұрын
Kkķkķkkkkkkkk baay'ee namattii tolaa baga kenyaa tataan sabboontootaa tenyaa👏👏👏
@qassimmulla7566
4 жыл бұрын
Kkkkkjkkkkkkkkkkkkkkkkkk wayoooo ebifamaa NAA bashanisaa
@margejesus8934
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk wayyooo kolfaan du'ee guddaa galatooomaa baayyee namatii tolaa
@yomyomy7219
2 жыл бұрын
Wow maalnawaya uuuu sinanijalaadhaa
@dadabaqqelee4176
4 жыл бұрын
Wayoo anoo koolfaa duu.ee maaloo nuuf jiiraadhaa 😍😍😍😘😘😘
@aayyantuuitalaashawaa6492
4 жыл бұрын
WAQAYOO baraf jirnya kesan haa Eebisuu Eebifamaa Eebifamaa. Dhugaa Waqa bayee bayee namati tolaa Eebifamaa barumsa Garidhaa
@keyadhaile4320
3 жыл бұрын
Wow bayyee baredaa dhugaa kolfaan dhumnee baranaa ❤♥️❤
@abdiinjiraabdiinjira7492
4 жыл бұрын
Uuuuffffiii ebbiffamaa dhugaa taphaa bareedaa
@ganethganeth6448
3 жыл бұрын
Maloo kolfaanii fixaanii😃😃😃😃😃😃💯💯💯💯💯💯💯💯💯🌹🌹🌹🤙🤙🤙🤙
@جمانهمحمد-ف8ل
4 жыл бұрын
Qaboo ulfadhuu bayyen si jalladha si kabajas jiradha qomoko kkk
@abdiinjiraaiyesuusbiraa4249
4 жыл бұрын
Wowowo Ebbifamaa bay'ee namatii tolluu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@abdithom1940
4 жыл бұрын
Baay'e itti bohaareera. Irraas baradheera
@caaltuushallamaa3241
4 жыл бұрын
jabaadha ittii fufaa isin duukaa jirraa obbolaa keenyaa waa hedduu isinirraa barannerraa diraama kanattiis bay'ee bohareerra😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@bereketbb5850
3 жыл бұрын
Maloo kolfaan dhumane kkkkkk😍😍😍🤣🤣🤣🤣
@gamachusharaf8274
4 жыл бұрын
Jabadhu
@fateseyid7578
4 жыл бұрын
Ebbifama baay'ee namaa kofachituu yaadda gaaridha barumsaa
@biftualemutesgera4098
4 жыл бұрын
Uffeeekaa hin hafne dhugaa naa tataanittuu 😆😆😆😆❤️❤️❤️❤️
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
4 жыл бұрын
Kkkkkkk kkkkk sirra bareda kkkkkkk wly kkkkkkk
@tanextube410
4 жыл бұрын
hhhhhhhhhhhh baayyee nama koflachisa
@sanyiihachaluhundessa3529
4 жыл бұрын
Mala.nyana.mana.keessaa.tenye😁😁😁😁😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣🤣Mali.bordigardin.akan😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
@abdinkoojiratadhaa1442
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkk wayoooooo garaa koo uuuuuuuuuuuuffffff ebifamaa 😁😁😁😁😁😁🙏🙏💕💕💕💕💕
@leniijoy9481
4 жыл бұрын
Wow My sr it is good comedy.thank
@burtukantasfayee1245
4 жыл бұрын
Ammas jabbadhaa baay,ee namati toltuu ebbifamaa😍😍😍
@birtukanteshoma3347
4 жыл бұрын
Ogumaan kanaa caaluu sisinfii haa bayyaatuu
@orogroup4
8 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@orogroup4
8 ай бұрын
Guddaa galaatoma dhugaa
@ermiastariku1514
4 жыл бұрын
ijoollee tokkoffaa dhugaa kan caalu irratti isin arguun hawwi keenya eebifama caaala hafa
@abiyutadale3955
4 жыл бұрын
Baay'ee namaatti tolaa dhugaa jajabaadha.
@iteneshdereje196
4 жыл бұрын
Goftaan ayyaana kaanan oli siif ha dabaluumee
@singitanoromiyaa5087
4 жыл бұрын
Wwwwwwooo barumsa gudda of keesaa qabaa nuf jiradhaa babareedu ijolee oromoo💖💖💘💘💘💘 nu bashanistani kolfaa nu fixani 😃😃😃😂😂😂😅😅😂😂
@wabikumaal2716
3 жыл бұрын
Akaatani siin jaaladhuu ibsuu dandaa'uu nufi jirdhaaaaaa
@almazkhanoom5371
4 жыл бұрын
Kkkkkkkk kolfaa barumsaa argaachudhaa galatoomi
@shawayyeeambooCor
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk waniin sin jedhuu hin qabuu nuuf jiraadhu baay'ee naa bohaarsiite
@sabontuui8683
3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkkk Nufii jiradhaa dhugaa kolfaa umnee ijoo🤣🤣🤣🤣
@sinbbonneewallagga1767
4 жыл бұрын
Qabo koo naaf jiradhu esuma jirata attii lata bayyeen sii jallaadhaa 💚❤❤
@bhstube2772
4 жыл бұрын
ilmaan abba gadaa bayee sini jaladhaa matii nagodhaa oromoo dhigaa kiyaa ♥
@obseenegaayesus1713
4 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk Osoo Kolfinuu Ergaa Qaba Ebbifama
@motulema7465
Жыл бұрын
Kkkkkk wayyo Garan naa dhukubbe
@bonsaarabo8367
4 жыл бұрын
Woww kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk heddu bareedadha
@hanyaggaro4886
4 жыл бұрын
Ani dhuga mucakana nanjalladha kkkkkkkk yagarakooo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@sofiioro7434
3 жыл бұрын
WØW ergaa bayee qabaa nuf jiradhuu 😍
@daraartuuaschalo8849
4 жыл бұрын
Woyyyyyoo heeduu kolfee dhugaa eebifamii qabiyeekoo mo'aa TV wqy dachaa isiin haa eebisuu bagaa du,e du,a kaa,u gooftaa geetan❤❤❤❤❤❤❤🌴🌴🌴🌴🌴🌿🌿🌿🌴🌴🌴🌴🌺🌺🌻🌻🌻🌻❤❤
Пікірлер: 707