KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
😢Leensaan dhokattee maaliif arabatti deebite 😢
Күн бұрын
😢Leensaan dhokattee maaliif arabatti deebite 😢
Рет қаралды
6,703
Fayyoo Jaalalaa
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 99
@masibirahanu5204
21 күн бұрын
Uuufff😢 ijoollen haadhan tolti jedhama dhugaa da'imaa xiqoo gatani demun sirii miti ijollee dhisiti yero kana abba mana godhatani bira demun bulti digudha garu hunda miti kan egus jira garu kan ijollee kana osoo dhisani demu batani biyyi lafa hin gutu dhuga rakkane 😢 waaqayyoo jirenya ishe wajjin haa ta'u
@lensalamaa
3 күн бұрын
😢❤
@FatmaFa-lu5qs
22 күн бұрын
Fayyoo jaabadhu rabbiin umrii siihaadheressu ati jaabdudha dhugaa jiran ille nama jabadha ❤
@lensalamaa
3 күн бұрын
SB godha
@lensalamaa
3 күн бұрын
Dhufan jira
@Abeelove
22 күн бұрын
Gaffiin hannaa tube dhagaahameera fayyoo dhugaakeeti jechaaf iddoo kennuun gufuu hojii ilma namati
@fenetdheresa3910
21 күн бұрын
Fayyoo attis cimtuu abban mana ketis cimaa jiruke gixim gotee qabdetta jabadha
@FathimaAlshamsi
20 күн бұрын
Beeka fi ayuun hoo esati badan sila argee hin beekuu
@tigesttigest5862
19 күн бұрын
Anis gfii kotti
@lensalamaa
3 күн бұрын
@tigesttigest5862 maalfii icciti nama gadii basuun 😢
@tayitutube891
22 күн бұрын
Abboo sirrii gotee maal godhuuree Ethiopia biriin balaa ta'ee silaa
@sabboontuuwallaggaalixaa
22 күн бұрын
Bagaa nagan dhufte qalii uuuffff Yaa Jirenya Biyya Rakkoo Cimaadha Ana Shee
@Chaltu.6789
21 күн бұрын
Hannaa gatoomii dhugaa yoo namaniii bade akkasiiti deebii isaa yeroo argaan baayyee namaa gaamachiisa Faayyoo jalalaa ebbiiffamii atilee gaafii dha deebii garii waan debiiftee ❤❤🫶🫶🫶
@fanushalomicom1137
21 күн бұрын
Dhugaa keetii fayyoo koo ❤
@Nayimalove
22 күн бұрын
Isaa dhuga ati gobozidha jabadhu Fayo ani gara waga 5 olii sii. hordofa ture ❤ ❤❤❤❤❤
@furtuushow1543
22 күн бұрын
Baga naagaan dhufte Fayyoo maatii Fayyoo maatii naaf ta'ame pls
@alamitube1875
21 күн бұрын
Fayyo koo oromo kuni gafa tokko ol nama basa gafa tokko gadii nama busa kanafi jecha namatifi iddoo qabachuu dhisuudha malee leensa eda kanafi bade abshir kaa❤
@lensalamaa
3 күн бұрын
Icciti nama gadii basuun maaliin
@NetoBekane
22 күн бұрын
Uuuuu maaqa waqayyootin hin debiteyi😢😊😊
@biliseetube2622
13 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@Ewnetmedia2303
21 күн бұрын
Baga nagaan dhufte faayoo dhugaa baayee ulfaata jireenyi biyyaa
@zxczxc3083
22 күн бұрын
Waqaayoo ishii haa gargaruu ijjoolee ishee waqaayoo haa eguuf 😢 Dhirii yoo demes yoo ta'ees tokkuma dubartii malee hin jiratani argasani
@user-qh5yk8md8j
22 күн бұрын
Waqayoo nu gargaarii maalumaa jiraa bayee namaa gadisisti😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@BontuIntalaaShawaa
21 күн бұрын
Ani Biyyaa hin galuu Kalas waq😢
@tigesttigest5862
19 күн бұрын
Akan jedhiin lubuu waan itti bayyanatuu qopefadhuu biyyi ormaa amma yomitti ofidagattin jalatu jibitus galuunke hin ollu
@ShitoAbata
8 күн бұрын
Ebifami wara dedebuu kana gorsime Muno,akkanatu namudate kana darba foyofnatu Mala nu Arka balese
@Nayimalove
22 күн бұрын
Biyaatis abaan hojete ni argata ❤
@dhugaafmedia8867
21 күн бұрын
Jireenyaa jeenani ani ofi yaadadhee😢kanuma biyya urmatii gara akka jabadhuu na godhee 😢 fayyoo koo dhugaa keeti jaarsii barana hin amanamuu ijoollee ishe tese gudifachuu qabdii 😢garuu ummu kanus bohaa jirti amma gabite😂😂😂😂 8:44
@lensalamaa
3 күн бұрын
Fayyoo kaana arbaa keen kutaa😢icciti nama gadii basuun maaliin
@Desta-r8o
22 күн бұрын
Basiifii galiin biyyaa keenyaa wal hinmadaluu dhugaa rakkisadhaa jiruun biyyaa keenyaa
@KibbinashAbdisaa-wu5dl
22 күн бұрын
Tole fayyoo ebbifami mee Amma moo Bekkif Ayyuun essati baddan isaan kanas nuf fiddi😢😢😢😢
@memeal9923
20 күн бұрын
Atii lense duraan micayo sanan saratanya ko jechaa turtem atakiltii nyatiii kkk
@FiroomtuuShow
17 күн бұрын
EDAA kanaaf badee ani maalumaa taatee jedha bar😢
@dibbadibba6210
20 күн бұрын
mana qabidii mitii akmitii debitee
@waletubi2267
21 күн бұрын
Galatomii jabduu dubartii❤❤fayyooo tenyaa❤❤
@misooorotube20
21 күн бұрын
Ufee yarbbii akkamuma tanaa😅😅😅
@Uae4040-w3u
22 күн бұрын
3:55 3:58 3:58 3:58 4:00 4:00 4:00 4:01
@furnemiresa1
22 күн бұрын
Dhugaa tanaan bayee namaa gadisisaa anii nagalaa jedhe mudamaa ijolee keenyimoo hamilee nu fudhu akkatii😢😢
@امطالب-ل3ص
22 күн бұрын
Gali akkuma namni jiraatutti jiraatta
@furnemiresa1
21 күн бұрын
@@امطالب-ل3ص eshii dhugaadha waqaayoo humaa namaa jirachisaa
@intalaworrakush5670
21 күн бұрын
Yeroo baay'ee haasawaa kee irraa wonti hamilee naaf tahu waa'ee arbatti deebihu isati cichitee mormitu natti tola ani nagumaan gallaan wollahi rabbi biyya arbaatti na hin deebisin thank you faayo
@memeal9923
20 күн бұрын
Siridha lensen esa bade jecha ture .me Hayuu fi bekan badan Mal tahan ??
@sinantube1
21 күн бұрын
Anis gLuu hedda garuu debi'een dhufaa lataa jedheen sodhachaa jiraa waaq😢😢
@memeal9923
20 күн бұрын
Barbachiisaaan jarsaa ishef amanamu qabachusetii ilmo qabachuseti jirushe foyefatii biya kesa ojete dafte jijiramtu ykn mana jirenya kirah galti ojete ijarate qaldi mitii bagaa demte Kan oto nerumin sagale debiia jiruyuu kirah attiyu ilmo lama godhate kotuu mana ke araa sanatii meshaa bitataa.dalagaa ilmoke qabate ojetatu banataaa fayo
@KhalilKhalil-z4b
22 күн бұрын
Fayoo koo umurii nuufii dheradhuu tiruu koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GuGu-qj4rh
22 күн бұрын
👍👍👍👍
@ZinayiiFayyee
22 күн бұрын
Akkaa lapeen kiiyyaa naa cabee😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@user-hr8pe4dk7v
21 күн бұрын
Jabadhuu fayushee tenna ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@biiftuu383
21 күн бұрын
Dhugaa keetii
@shumigirmaa8231
22 күн бұрын
Wel comee hadhaa kakuu❤
@innaatuugeetachow7946
22 күн бұрын
Jabadhuu Jabduu too ❤❤❤🎉❤
@shawayeararsa9443
21 күн бұрын
Maal taate uffata gurrachaa uffattee koode😢 an eegan sii ordofee tureraa
@amdisa-tt1xq
21 күн бұрын
❤👍❤❤❤❤
@HhjskjKckxjxnxn
21 күн бұрын
Uuuuuffff😢😢
@hanatu
22 күн бұрын
Fayoo jalaa eyee vidoo ko kabajee debii na kenufii galatomii 😢😢❤❤❤
@user-hn8lb8vo7q
22 күн бұрын
Eyee hundumaa.kenyaati.gafii.ta.e galatoomii fayoo❤❤❤🎉🎉
@HalfiyaaJunedii
21 күн бұрын
😭😭😭💔💔💔
@user-bx1ep2ps1i
22 күн бұрын
Dhugaa moo 😢😢anu hin dhabee mali tate jedhee lessani Arabati debite mo😢😢woyee ani fayyo iraa waa heduu sii ira baree jabadhuu atiii
@kemilaabdureman8149
22 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qh5yk8md8j
22 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢
@HalimaaHalimaahalimaa
22 күн бұрын
Oboletii te.e hoo Rahamaa esaa jirtii fayyo
@Uae4040-w3u
22 күн бұрын
Irraa kesa jiraa??? Maf Akkaas jetaa garu yeroo tokkos akkas jete turtee Wara na gadi jetu kana maltuu si gadi godheeka? ya Rabi nu basi
@aminatube3119
22 күн бұрын
Dhugaa hijab sii irra baredaa ❤
@oromummaandhiiga1633
21 күн бұрын
Era hin sobin fayyoo leensaan biyyuma jirtii pranki nu goota moo😂😂
@alimaali7762
22 күн бұрын
❤❤❤😢😢😢😢❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@genetgemechu6159
22 күн бұрын
😢😢😢
@abebaararsa8171
22 күн бұрын
Leensuu yeroo meeqa search godhee dhabee maal tate laata dhugaa😢
@fhff1903
22 күн бұрын
Namani biya arab barate oso haga fedhe biri qabate biya araba susi iti ta.e😂
@Yeroon859
21 күн бұрын
Kanaafuu achuma turaa hin galiinaa jechuu keetiiree
@Zenabaatobe
22 күн бұрын
😢💔💔
@almazjod9296
22 күн бұрын
Miskiin waaqayyoo nuu laafisuu
@Ahmed-lt6pc
22 күн бұрын
😢😢😢😢😢💔💔🤦♀️🤦♀️🤦♀️
@sofiawlok6612
21 күн бұрын
Dhugaa.keetii
@komashk9735
22 күн бұрын
Dhugaa keetii fayyookoo
@burtukanasefa6069
22 күн бұрын
Dhugaa jeetii ijeelln haadha waliin baaredii❤
@ObsineetLammeessaa
21 күн бұрын
Maaf uffata gurracha uffate mee nàaf deebisi
@wsnwsn7573
21 күн бұрын
Baga demtee akkaa si yutb irrtii techee odessuu didee oduu Mali egaa desse je,a guttee akkanumtu odessta
@almaztasfayechannel4o130
17 сағат бұрын
Yes
@hhi4562
22 күн бұрын
Hin huqatee lubuuu tiyaaa waa nyadhuu lafenii saa cabadii hin yadinaa fayoo too uuuuuuuuuu
@abebaararsa8171
22 күн бұрын
Hin jedhamu😡
@user-hn8lb8vo7q
22 күн бұрын
🥰🥰😍😍F❤❤😍😍🥰🥰🎉🎉
@hhi4562
22 күн бұрын
Lakofsaa kee ergii meee fayooo
@derbiderbi9026
21 күн бұрын
💖❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💖❤️
@SabboontuuHintalaaWallaaga
21 күн бұрын
Attuu Debbii Hojeedhuu Odduu Dhisiittii
@AishaHajii
22 күн бұрын
Sitti yoo tolee namaa hudafu tolee jechumiti
@Hayaati-j3y
22 күн бұрын
Fayyoo akanati wagaa ufatee ni baredaa
@kiyyaakoo2375
22 күн бұрын
𝐔𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐢𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐧𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐢𝐢 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐣𝐚'𝐢𝐛𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐝𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐝𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐨𝐨?😢
@makiama9561
22 күн бұрын
Sababa Abban Isii du'eefi😢
@orotube431
22 күн бұрын
yero bayee si hordofa ture taka komanti sif barese hin beku ara garu Baye nati barede janan sif barese yero hunda akati ufadhu kotuu
@kiyyaakoo2375
22 күн бұрын
😮😮😮
@sabboontuuwallaggaalixaa
22 күн бұрын
Maal Kun Cabi
@orotube431
22 күн бұрын
😏@@kiyyaakoo2375
@orotube431
22 күн бұрын
@@kiyyaakoo2375 😏
@kiyyaakoo2375
22 күн бұрын
@@sabboontuuwallaggaalixaa 𝐜𝐚𝐛𝐚 𝐬𝐢 𝐡𝐚𝐚 𝐨𝐥𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐧𝐢𝐦𝐨𝐨
@Uae4040-w3u
22 күн бұрын
3:55 3:58 3:58 3:58 4:00 4:00 4:00 4:01
@user-qn8ys3js3g
21 күн бұрын
😢😢😢😢😢
Пікірлер: 99