Nagaan mana kanaf ha ta, u baga nagaan dhufte sanyii ofii wow bayyee namati tola jabadhu waqayyoon jalalaa nuf ha kenu biyyaa kenyati nagaha nuha busu waqayyoon wan hunda dandaha inni karaa isa iraa nuha qabu 🙏 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nagaa waqayyoo bakka jiraatu kallatti sif bayyatuu yadaa baredaa gora garii fidaa mata dure garii qabate bayyee nama gammachisa kana itti fuf yadaa bayyee bareda jabbadha itti fufu the night of the night yadaa garii akkamutti fufu
Пікірлер: 85