Wly muktar rabbin bala ati hin bekken sitti ha busu caltu miskina tana mana kira kesati dhifte inshallah bala rabbi isiniti ha butu caltu abshir muktra ufi sare uf godhe
Dhirrti Arsii dubartii bir qabdu 📈 Dubartii mana Qabdu📈jaarii kanatii Amanan dhuga rabbi Jaartii dura fudhan inuma hin yaadatan❌ Alhamdullahii anuu gaaf herumu jaarsii Kiya mana hin qabu Oso ilmo irraa hin dhalnii biyya ormaa dhufte✈️📈 Amma haadha mana isarra of dandahe jiradha Amma of biraa darbe isatu motora🚵🚵bite Dubartiin tena dhirratii of hin gatina wolahii daalgadha warra dhirra kanayu dubartii caala
Auzubilaa Maali Umani Bishaan Yamani Dhugee Kun Akkam Tahaa Subahan Allah Caltuyuu Mana Kirayii Keessa In Bafanee Ilmokeyuu In gudifane Maal Nadhoo Lakofatuu Iciii
@user-kj9mo8hd8w
25 күн бұрын
Subahan Alha namaa jibisifataa daimaa san matii irraa futee baranotaa ishee addan kuchiftee kana hojjataa 😮🥺🥺🤕🤕
Muktar Atis Amma nama taate malee duraan dhalaa meeqatu si dide 😂😂woy dhiira ormoo😢
@sofikedir2361
23 күн бұрын
Namni akka koo adunya kanara dubarti jarsa nama jela demtu jibitani like godha. Osso biyyaa jiradhe wlh mutari sif ishis wani isni godhu garu mal godha fagenyi haa gadhatu!mucayo fedha kee hin qabne gidin bute ilmo ira arganani badhe kessa ilalu egalte mida kee rabbiin bira argadhu mal jedha sila imimani caltu laga gute ta.e si haa dabarsu barnota isha adani kuchisifte cara meqa itti cufte wlh siti haa cufatu adunya akerani nisha Allah konkolatani woli isin barsise lameni kesanu bakka tokkoti isi haa ganu .an vedio nama yoo lale male kometi kanu hin jaladhu garu kan caltu na gube wlh gubadhu ati mutar .abshir caltuu ta ati caltuuma yorroo kamu......
@foziyaaawal5773
22 күн бұрын
Biyye nyaadhuu atii wallahi rabbin hin sodatuu ka caltùu Hadhaa da.imaa dhiftee dhalaa mutalaqaa wajjin demtaaa badaa gowwaa
Пікірлер: 2 М.