waaqayyo bayee sin yaa eebbisuu farfaanan tajaajila kesaa isa toko dha waaqayyo kan galaatefamu karaa farfaanatiin wan ta,eef farfaanadhaf iddo guddan kenaas jalaadhas anii kanaaf namoni farfaana aka sagaale waaqayyoti ykn tajaajila waaqayyoti hin fudhanef goftaan hubanaa yaa kenuuf jenaa eebbifamaa faarfatota Kenya bayee sin jalaadha goftaan sin yaa eebbisuu ameeeen
@momshassen6669
6 жыл бұрын
waaqayyo Isin Haa Eebbisu Addeef Waariyoo
@Amanko
6 жыл бұрын
Addisuu waaqayyo si haa eebbisu. Faarfataa magarsaa Baqqalaa nuuf affeeraa
@alaaamalaaam8705
5 жыл бұрын
Dhugaa anii yeroo xiqumakoo gooftaa qabu turee garuu farfanaa pheenxee imimmaninan dhageefadha turee osomaa jedhuu gooftan dhunfasa na godhatee haleluyyaa farfanaan wan salphaa mittii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Пікірлер: 56