Follow us for more music:
Muzikawi Website : muzikawi.com
Muzikawi Facebook: facebook.com/muzikawi
Muzikawi KZitem: / muzikawi
Muzikawi Instagram : / muzikawi
Muzikawi Tiktok: / muzikawi
_____________________________________________________
Maqaan guutuu isaa Aniis Gabii ti. Namoonni baay’een sagalee bareedaa nama hawwatuun beeku.
Abbaan Aniis, Gabii Ida’oo, weelisaa beekamaa Itiyoophiyaa sirboota Afaan Oromtiin beekamuudha. Maatii muuziqaa keessatti guddachuun isaa umrii daa’imummaa isaatti fedhii fi mul’ata muuziqeessaa ta’uu itti horeera. Amma immoo kaayyoo isaa ganamaa galmaan gahuuf imala isaa wallee baaqqee haaraa “Haadha Milkii” tiin jalqabeera.
Aniis Wallee baaqqee “Haadha Milkii”, Kanaan aadaa Oromoo keessatti mirgoota dubartoonni qabanii fi kenna haqaa SIINQEE agarsiiseera. Walliin “Haadha Milkii” hojii muuziqaa gahee guddaa dubartoonni aadaa Oromoo keessatti qaban kan agarsiisu dha. Muuziqaa kana irratti ogeeyyiin muuziqaa bebbeekamoon hirmaatanii jiru.
Muuziqaan Afaan Oromoo “Haadha Milkii” dhamdhama muuziqaa Ethio-jazz kan qabuudhau fi muuziqeessitonni bebbeekamoon heddu kan irratti hirmaatanii dha.
His full name is Anis Gabi, and many know him for his powerful and captivating voice.
Anis’s father, Gabi Edao, is one of Ethiopia's most renowned Affan Oromo singers. Growing up in a musical family instilled in him the desire and dream of becoming a musician from a very young age. And now Anis has started his journey to achieve his long-time dream with his new single “Haadha Milkii”
ሙሉ ስሙ አኒስ ጋቢ ይባላል። የአኒስ አባት ጋቢ ኤዴኦ በኢትዮጵያ ታዋቂ ከሆኑ የኦሮምኛ ዘፋኞች መካከል አንዱ ሲሆኑ አኒስ ከልጅነቱ ጀምሮ የሙዚቃው ፍቅር በዉስጡ እንዲኖር የእርሳቸው ሚና ከፍተኛ ነበር ።
በሙዚቃ ቤተሰብ ውስጥ ማደጉ ሙዚቀኛ የመሆን ፍላጎት እና ህልምን ያሳደረበት አኒስ ይሄን የረጅም ጊዜ ህልሙን የማሳካት ጉዞውን “ሀደ ሚልኪ” በተሰኘው ነጠላ ዜማው አሃዱ ብሎ ጀምሯል።
“ሀደ ሚልኪ” በኦሮሚያ ባህል ሥርዓት ውስጥ ሴቶች ያላቸውን ትልቅ ስፍራ የሚያሳይ ሙዚቃ ነው። በዚህ ስራው አኒስ በኦሮሚያ ባህል ዉስጥ የሴቶችን መብት እና የፍትህ ስርዓት የሆነውን ሲንቄን በሰፊው ለመዳሰስ ሞክሯል።
በዚህ ሙዚቃ ሥራ የተለያዩ ታዋቂ ሙዚቀኞች የተሳተፉበት ሲሆን የኢትዮ ጃዝ ስሜት ያለው የኦሮምኛ ሙዚቃ ነው።
_____________________________________________________
Credit list
አርቲስት: አኒስ ጋቢ
ፕሮድዩሰር: ሙዚቃዊ
ግጥም: ሌንጮ ገመቹ
ሙዚቃ ቅንብር: አኒስ ጋቢ
ሪ አሬንጅመንት: ጆርጋ መስፍን
ሙዚቃ ቀረጻ ስቱዲዮ: ሙዚቃዊ
ሚክሲንግ ኢንጂነር: ፔድሮ ማርቲኔዝ
ማስተሪንግ ኢንጂነር: ሉዊስ ሄሬራ
ሪኮርዲንግ: ሳሙኤል ሙሉጌታ ፣ ኤልሻዳይ ጌታሁን
ሙዚቀኞች
ድራም: ጋሻሁነኝ መላኬ
ቤዝ ጊታር: ሄኖክ ተመስገን
ኪቦርድ: ቴዎድሮስ አክሊሉ
ፐርከሽን: ሚሊዮን አድነው
ትራምፔት: ሰለሞን በትረማርያም
ሳክስፎን: ጆርጋ መስፍን
ክራር: ፋሲካ ሀይሉ
ጊታር: ኤሊጃ ኔቨርስ
ዳይሬክተር እና ሲኒማቶግራፈር: ቴዎድሮስ ታደሰ
የሙዚቃ ቪዲዮ ስክሪፕት አዘጋጅ: ፍፁም ዘገየ
ካሜራ: ገነነ አበራ
ረዳት ካሜራ: ቻላቸው ታደሰ እና ማስረሻ ገበየሁ
ድሮን: ተመስገን መለሰ
ጊምባል: ማቲዎስ ኃይለሚካኤል
ኤዲተር: መሰረት ካሳ
ከለር: ዮፍታሄ መስፍን
ፎቶግራፈር: ሚኪያስ መለሰ
ግራፊክስ ዲዛይነር እና አርት ዳይሬክተር : ሰናይ መኮንን
አጃቢ ድምፃውያን : ሎዛ አድማሱ
የባህል ተወዛዋዥ: ቱሉ ሂርኮ እና ሌሎ ዘውዴ
ኮንተምፖራሪ ዳንሰር : ሽፈራው ታሪኩ (ሽታቬ) እና መቅደስ ሽርበዛ
ኮስቱም: ሜሮን አበበ እና ናታኒም ወንድወሰን
ሎኬሽን እና ካስቲንግ: ታጠቅ አድማሱ
ሜካፕ: ማርታ ሀጎስ
ማርኬቲንግ እና ኮምዩኒኬሽን: ናርዶስ ፍቃዱ እና በፀሎት አንዳርጋቸው
ሎጂስቲክስ እና ፋይናንስ: ሜሮን አበበ
Artistii: Aniis Gabii
Produusara: Muuziqaawwii
Istuudiyoo Waraabbii:Istuudiyoo Muuziqaawwii
Walaloo: Leencoo Gammachuu
Gulaala Qindeessuu: Joorgaa Masfin
Qindeessaa: Aniis Gabii
Muuziqeessitoota
Diraamii: Gaashaahunanyi Malaake
Gitaara Baasii: Heenook Tamasgeen
Kiyboordii: Tewodiroos Akliiluu
Perkuushinii: Miliyoon Adinawu
Tiraampeeti: Salamoon Batiramaaram
Saaksifoonii: Joorgaa Masfin
Kiraara: Faasikaa Hayiluu
Gitaara: Elijah Nevers
Injinara Miiksingii: Pedro Martinez
Injinara Mastariingi: Luis F. Herrera
Waraabbii: Saamu’eel Mulugeetaa fi Elshaadaayi Geetaahun
Barreessaa Seenaa: Fitsum Zagayyee
Daarektara fi Sinimaatoograafara: Tewodroos Taaddasa
Ogeessa Kaameeraa: Gannanaa Abarraa
Gargaaraa Kaameeraa: Chaalaachoo Taaddasaa fi Maasrashaa Gabayyoo
Dirooniu: Tamasgeen Mallasaa
Gimbal: Maatiwoos Hayilamikaa’el
Footograafar: Mikiyaas Mallasaa
Dozaayinara Giraafoksii fi Daarektara Artii: Sannaayi Makonnin
Gulaalaa: Masarat Kaasaa
Kalaristii: Yoftaahee Masfin
Jalaa Qabdoota: Loozaa Admaasuu
Ragadaa Aadaa: Tulluu Hirkoo fi Leelloo Zawudee
Ragada Ammayyaa: Shifarraawu Taarikuu fi Maqdas Shirabazzaa
Uffata: Meeroon Abbabaa fi Naataaniim Wandiwasan
Bakkaa fi Filannoo Artistii: Taaxaqi Admaasuu
Dibata: Maartaa Hagoos
Marketing fi Komunikeeshinii: Naardoos Fiqaaduu fi Batsaloot Andaargaachawu
Loojistikii fi Faayinaansii: Meeroon Abbabaa
_____________________________________________________
TAGS:
#oromomusic #Ethiopianmusic #muzikawi #anisgabi #new #ethiopian #2022 #newethiopianmusic #Ethiopiques #jazz #Ethiopia #anis #addisababa #Addis #selam #selamsessions #swedenembassy #festival #musicvideo #HaadhaMilki
-----------------------------------
Muzikawi is a new Ethiopian music company that will take our Ethiopian creatives to the global market! Muzikawi is built on 17 years of experience in Ethiopian music culture combined with 25 years of international music industry experience. Every week from April 1st and throughout 2022 we will present 16 artists and more than 100 releases! Read more: www.muzikawi.com
Негізгі бет Музыка አኒስ ጋቢ - ሀደ ሚልኪ | ANIS GABI - Haadha Milkii | New Afaan Oromo Music 2022 (Official Video)
Пікірлер: 273