نورالكون
Nural kown
يا نور كل ءكوان
طهرت نفوسا والابدان
صلاة عليك بكل لسان
وسلاما في كل زمان
Haalaa hamaa hundaarraa Eegee
Rahmaantu rahmataan hagoogee
Ilma namaaf jinniidhatti Ergee
Akka jiisuuf qalbii goggogee
Leslesa eju enda har
Afencaw selkaka yemiyamer
Wub new akalu se fexar
Medir demeqech be su Nur
Qabeenyin an qabu jaalala khe qofaa
Maqaa khee yoomiin yaamee quufaa
Jechoonni osoon gahin hafaa
Maal ja'een jamaalii wassafaa
من أينَ أبدأ ُوالحديثُ غرامُ؟
فالشعرُ يقصرُ والكلامُ كلامُ
من أينَ أبدأ ُفي مديحِ محمدٍ؟
لا الشعرُ ينصفهُ ولا الأقلامُ
Reufu rehim kululem wedajo
Ahli wa alegelem rahmet bejiho
zayulun umeti ane leha
Gish kiyamebe yikhunal shefea
Bareedaa booddeen tole maqaa
Hikmaan nu barsisee kara haqaa
nutumaaf dandaye Rakkoo meeqa
Biyya Dhaloota irraa baahe baqaa
يا نور كل ءكوان
طهرت نفوسا والابدان
صلاة عليك بكل لسان
وسلاما في كل زمان
Bay'inni Rakkoo sin dhaabne takkaa
Jal'inni kuufriitu si rakkaa
Halakamu irraa nu qabdee harkaa
haqaani injifattee seente makkaa
Be mekka ketema ayelu qureshoch
Be resul sahaba ena betasaboch
Makarana seqay hone le unetagnoch
Be mehonachew new le dinu temagnoch
Emranzo khanema anbadew melahkhu.
Eghaw wededkhuma sehabachkhu geferkhu.
Alewawededeyu nejashi sehabachkhu.
Dandikhu memlahbem misal khanelekhu
من أينَ أبدأ ُوالحديثُ غرامُ؟
فالشعرُ يقصرُ والكلامُ كلامُ
من أينَ أبدأ ُفي مديحِ محمدٍ؟
لا الشعرُ ينصفهُ ولا الأقلامُ
an Carraan na mudus zamana boodaa
Ati osoo nan arkin turte na yaadaa
Anilleen yaabbadhee markaba yaadaa
Oollaa khee jannata tahuun barbaadaa
Eega Dukkanarraa ifaan wal barree
Jaarraa fi waggaa hedduu dabarree
Si hordofna faana keerra hin gorree
Si jaalanna malee ijaan sin agarree
يا نور كل ءكوان
طهرت نفوسا والابدان
صلاة عليك بكل لسان
وسلاما في كل زمان
#Ululazm #afaan_oromoo #ethiopan_nashed #Muaz_mohamed
Негізгі бет "NURAL KOWN" | Nashiidaa gamtaa haarawa|Best Ethiopian Oromic Nashed|
Пікірлер: 248