Namoonni biyya beruut 180 ta'an fi saudi fi Yaman kessatti kan hidhaman fi kan waraqaa jirenya hin qabne mallaqa tokkoo male akka galtan beeksise ministera haja alla
@bertabasha8638
4 жыл бұрын
Hi
@خديجهخديجه-ب2ل
4 жыл бұрын
Yoomi egalaa sa'udi
@milkkumaa2039
4 жыл бұрын
Redii maloo warri manaa madamii mallaqa malee hojjachaa jirruu hoo Mal gonaa tikketii nuf kutaa yoo Jennu nutii dolaraa essa finne tikketi sif kunna nan jedhuu malii malli kenyaa mee adaraa rabbi 😭😭😭😭😭😭
Ano waan na galee tokko qaba Redii. Warrii Beirut kessa jiru Mana Maddamiittii Kan hojjenu Mottuuman nun Bekku moo. Mana Maddamiitti dhuma jira. innoo warra Bakke malee hin dubatuu 😭😭🤔🤔
Пікірлер: 232