Yadaan Fayasaa; kan oromo fayiisu. Kan biyaa araarsu! Kan biiyaa leliisu Kan oromo olbaasuu Fayiisaa bagaa dhalatee! Namaa dhuigaa dubatuu qiileensaa wajiin hin booba’u. Jabaadhuu!
ታላቅ ጀግና የኢትዮጵያ ልጅ!!! ለደረክልን ታላቅ ትግል! ለዛሬው ለውጥ ማዬት እንድንችል ላደረከው ታላቅ ጀግንነት እግዝአብሄር ይባርክህ እድሜ ይጨምርልህ ቤተሰቦችህንም እግዝአብሄር ይባርካቸው!!! Thank you my HERO, Thank you for your contribution to bring this change! May God bless you and your family!!!
Mee isin warii omn kun Artistootaa hin kesumesinaa wan hin tanee gafatanii Ajechaa iraan kan gaha jiruu isinii Raabiin sodadha kana bodaa hin kesumesin Ykn Gaafii hin gafatinaa Dhifamaa wajiin otoo isin Hacaluu gafii Gafachuu batanii hin du.uu
@roziiyoutube7210
4 жыл бұрын
Dhugaa jetee argaa isaa muca gafii gafatuu kana wanuma hin tanee gafatee hacaluu nujala ajesise
@mothersday3532
4 жыл бұрын
Right
@mizanuamenu511
4 жыл бұрын
Hubataadha ati atlet Fayyisaa ilaalchi ati qabdu gaariidha mee ammaan boodas qabsoon hin dhaabatu atis jabaadhu
Fayyisaa goota Oromoo💪💪haasaa bilchaataa👏🏽👏🏽kan nama dhibu keessaa dheengaddas Haacaaluu waa’ee economy isaa jabeessitee gaafatta maalii oromoon yoo duroome rakkoo maalitii qaba😡😡oromoon hojjatee jijjiiramuu HiN danda’uuy..WTF😡😡oduu duwwaa tun OMN hiyyoomatti nu hambisaa waa’ee barumsaa, dinagdee oromoo hin haasa’inaatii oduu gadadoo odeessaa😡😡oromoo ganaa waggaa 50 duddubbatti deebiistuu isin deemsa keessan kanaan baraan wal nyaachuu qofa; bara Minilikii kaasee oromootu wal gurgura barumsa irraa barachuullee hin feene; paartiilee oromoo uummata oromoo ceesisuuf deeman takkattiillee hin jirtu dheebuu barcuma isaanii guutuuf fiiguu😡😡daa’imiti oromoo tokko daabboo nyaatee haa bulu osoo hin ta’iin eessaan teessumatti ol ba’aa qofa; atimmooo akka journalist takkaatti neutral ta’iitii gaaffii gaafadhu malee side Jawar fi ideology Jawar qabattee interview hin godhin baayeettu siif haa hafa; namni kamiiyyuu mirga dhaaba kamii deggeruu qaba dirqama kan kiyya haa ta’u jechuun duddubatti hafummaadhaa qaroomina barbaachisa; tokkummaan ni barbaachisa. Hayyoolii oromoo jettan tokko ilmaan oromootiif illee aguuggii afaanii takka hin bitne oduu siyaasaa fi barcumaa qofaaf kaatu😡😡eegaa kanatu biyyan bulcha jedhagaa oduu qofti.Eegaa Abiyyiin achii dha’uuf fiigdu nafxanyaan dhuftee mataarra isin yaati... kan ofii gorfachuutu salphata orma waliin hamii taa’uurra; isin warra TPLF faana fiigdan confidence kan hin qabne Abiyyiin kuffiisuuf kaattuu kaleessa ilmaan oromoo allaattii sooraa turte har’a faana hiriirtuu😡😡idiots
@loleabera3019
4 жыл бұрын
Dhugaan ni qallatti malee hin ciituu waanuma dhugaa jaraa kanaa irraatti xinxaltee jirta ummanni oromoo kana hubachuutu irraa jiraataa jarri kun minlik fi Abiy irraa maal godhuu maaliif hojiii idilee isaanii hin hojjanne?minilk waan itti fakkaatee hojjatte darbee jira,abiy s taanan waan sammuun isaa ajajjee biyyaa isaattif seenaa hojjacha jira garu jarri tun maalif hojjii namootan biroo dalagaa guyyaa isaanii godhatan? Maaliif Jawaar akka Ergamatti ilaaaluu? Kun gadaadoo keessaa nuu hin baastuu maalif qabeenya ummata oromoo argachuuu keenyatti gaddaan...?kkk fakkataan gaaffii jarri dhaaba siyaasa oromoo maqaan oromoottin ofaa jiraan kun deebisuu danda'u qabanii dha.maqaa oromootiin daldaluun nuu haa gahuu we need freedom we need true democracy we need equality but we haven't need ethnical extrenism
Пікірлер: 268