Yeroo bayee ummani keenya hikkaa ireechaa ibsuu dadhabuu’aan rakkatuf Ireecha Jechun Inglifaan aka gadii kanati hikama. Oromifati hikkanee ittin of haa’ibsinuu!! What is Irecha? General meaning of Irrechaa; “Irreechaa is a unique ideology/tale Culture of Oromo People on how wondering of Nature and Cosmological theories align with their civilization of Thanksgiving which make them different from any corner of the world population.” Challa Geletu
@amhaborcha5689
2 күн бұрын
Kabaja isiniif qaba. Oduun gamaa fi gamanaa qilleensa irra jiru nama gaddisiisa. Yeroo ammaa kanatti oromoon hundi (OPDO, PP, WBO, KFO fi kkf) mariin tokko ta'uu qabu.
@mlbmlb7150
23 сағат бұрын
Abiy kanaa jalattaa Fakkeessee totaa Akka Abiy
@mohammedhussein1760
2 күн бұрын
sirrii jirtan dhugaa jettanii hojii akkana osoo afaan amaraatiinille wa ee farsee bulaa kana ibsiitanii bareedaa
@SalihSalih-dj2bc
2 күн бұрын
Biree kiyyaa😂 Aduu tiyyaa😂 Habtamu lamuu
@bashirayyana9771
2 күн бұрын
Dhugaan isin dubbattanuu Addunyaatti haa mul'atu
@kotolaarero3917
2 күн бұрын
Abba Taayyeen waanuma hedduu Gumii takka hojjate Bara Jireenya Isa keessatti Akka Nama lubbuun hin Jirre banani ta isaa dhiisaa isafuu Sagalee taha ijoollee Teennaa
Пікірлер: 67