Kabajamootaa keenyaa akkumaa isiin walii biraa tessan qaqitaan motummoon Somalee,Ertiraa fi Masarii mariachuu ni dandaa'u Somaleen Ziyadbaree Oromiyaa irraa lafa kutachuu barbadii kana beekaa.F/ M Birhanuu Julaa Gotaa.Shaabiyaan mata hinqbu.Itiyoophian humna qabdi,Isiin loltuu fi saaynsii lola warraa beekuu osoo hin ta'an farsitoota lolii hin dhaalatatii.Itiyoophiin yadesstii malee hin yadooftuu.Isiin hin yadaaina.Meediyaan keessan akka hin kufinee egaa dhaa.
@AhmednasirAliyyi
4 сағат бұрын
Ahmad
@AbushaAbusha-l4s
5 сағат бұрын
isni sobuudha O M N❌️👎
@AbdiJamal-x2k
6 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😮😮😮😮
@sarrgodanaguyo3892
2 сағат бұрын
Warii yaadha harab namatii xiiyyefataan Kun War barnoota hin Qamnef yoo khaan namootta barnoottaan Kuffeedha😂😂😂😂
@galmoboru259
5 сағат бұрын
Ijoolle booddeen OMN kana tahee?🥱 Yeroo kana mara yaada nama tokkooraa? Sanuu dhimma ummata keenya miidhame hin ilaallanerratti. Rakkoo jedhame kana mara kan uume jaruma kanneen mataa isaaniiti. Miidiyaa kiisha ummatatiin dhaabateen qaama isa miidhaa jiru gorsuun fafa Dhugaadha rakkoo nuti hin beeyne qabaachuu maltu. Yoo akkas tahe akka odutti kan deemaa jiru gabaasanii bira dabruun ni dandayama.
Пікірлер: 30