KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
🛑piraki Caltuu irati dalaga 😂
Күн бұрын
🛑piraki Caltuu irati dalaga 😂
Рет қаралды
57,005
MUKTAR TUBE
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 770
@caaltuuhirphoojiraayesus5869
Жыл бұрын
Dhisii Amaa pirkii hin godhinii muktari isinii hin betuu hagaa bartufii❤❤❤❤❤❤
@rabia1287
Жыл бұрын
Matii nf taii sanyii
@sabontuoromo1667
Жыл бұрын
Dhugaa keeti
@makkiaagmayaa
Жыл бұрын
Mashaallaah Muktar ,Rabbiin Wolini Umurii isini Haa Dheresuu,Jartii Hin Jedhinii ,Maqaa Baredaa Yamii Dubartii maqaa Baredaa yoo Jarsii Yamee Jalati ,Maqaa isituu Baredaa Caliyee Jedhii...Amaa Piraank Hin Godhini Haa Sutaa Baratuu Waan Maraa ,Cameraa dubaa Barsifadhuu ,Asi irraa Basuu Hin Bayisini Mukatar Dhamsaa Obolumaati,
@rahimaaoromoo9341
Жыл бұрын
Dhugaa keeti 100/100f wollah
@TinaTina-pj6ou
Жыл бұрын
Dhugaa jetee ❤❤❤
@AMINAAmina-t8p
Жыл бұрын
😂 Mashaa Allah garuu hin rifachisinii. Dubarti rifannota hin dandenuu
@ayenalemguta7871
Жыл бұрын
hadhaa mana qashitii argatee waqayyon wajin isin haa jirachisuu ❤❤
@kamsoahmad8110
Жыл бұрын
Naa guurshii jeedhiini yoosni siirti woollli jaaltni❤ atiisi guurshiini
@Raaisaatube
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂
@medinabamud2789
Жыл бұрын
Jaartii tee bayiftee midiyaraa hin fidiin umanii midiyaa kunii keyrii hin qabuu❤❤❤
@bayushnegash529
Жыл бұрын
Muktaar kenyaa bayyee bareeduu 💓💓💓💓❤❤❤ ijollee biyyaa kotii garuu caltuun ijollee badiyya turtee wan tateef wan pirankii jedhaan kana hin bektuu hagaa baratuuf dhisii bboo 😏😏😏
@KharjKharj-fv6eb
Жыл бұрын
an vidioma keessan ega dhugaa Rabbii mashallah hinfan nu fixani mashallah wojii umrii dherradha😘😘
@SopontoSoponto
Жыл бұрын
hinfan jetee silaa😂😂😂😂😂😂😂😂
@EmiratePost-zt4so
Жыл бұрын
Abshiru hayati
@KharjKharj-fv6eb
Жыл бұрын
@@SopontoSoponto kiw jechoon ama ka😂😂😂
@qatarqa289
Жыл бұрын
Obolesaa koo qaalii heduu waliraa dematanii umrii waliin dheradhaa wayiin sii gorasaa garuu akaa oboletii tetitii hadhaa manaa tee yeroo maraa midiyaraa hin fidiin 1 diin rabbii barasifadhuu waan kerii barasisii hijabaa ufisii ijii namaa garimii ❤❤❤❤
@kwtkwt8452
Жыл бұрын
Waliif isin hadhiisu maasha Allaah birank godhin geene xiqoo jaalala qofa keniif umrii waliin dheeradhaa ❤️ 😍
@makii639
Жыл бұрын
Biyyaa teenya bareedu tanaa kessa banee Biyyaa ormaatti akka haattuutti jiraana gadi banee alaa arguun hawwi nuti ta'ee😢
@FATHIMAFathima-cv6it
Жыл бұрын
😢😢😢
@rabiyarabiya3960
Жыл бұрын
😭😭😭
@ummuismaailtube3225
Жыл бұрын
😭😭
@Sumayyaa33
Жыл бұрын
Dhugaa keeti dhumaratti fa'a laalee booyee😢😢
@tamimaa1194
Жыл бұрын
Dhawatanii baratii amshirii mukatar # caaltuu ww mashalaa ❤❤❤❤❤❤
@marymruby5r105
Жыл бұрын
Mashaa allah tabarakala allah rabbiin umrii wolin isiin haa dheresuu suraa guddifadhuni Caliyee bareduu Jedhiin malee lamuu jechii jartii jedhuu akka Afaan keetti hin banee muccatti bareduu tanna suutaa kununfadhuun hin jarjasiinin ok👈👈👈👈
@tasfaadxb343
Жыл бұрын
Anatuu duraa lalee ordoftonii muktar lakii godhaa🎉
@rahmaatube2011
Жыл бұрын
Mashaalallhaa yaa muktar mucatin ijolee badiyati amala hin balesin pirankilee wani betuu suta barsisi wani kerii akka sif baratu midiyani dubati barsisin obsani dhifmaa wolin mee lakofsa isi naf keni anatu wani bayee sif barsisaa yaa obolesaa kiyyaa wolayi rabif jechani isin jaladha
@asiyaaloveasiyaa633
Жыл бұрын
Maashaallaah rabbiin woliin isini haa bulchuu rabbiin ija hamtuu isini irraa haa qabuu mukhtar pirakii mitii video Worabuyuu Hin Gene Gene dhisuu ija nama basuu isini amma mushuraa
@tiyyaorotiyyaoro4955
Жыл бұрын
Mashaa Allah ❤ gariidhaa mukhtar piaank irratii hin dalgini 😢
@MariiMuhammadnur
Жыл бұрын
Mashaallaa mashaallaa heduu isinii jaladhaa umirii wajiin isiin haa dheruusu raabinii garuu pirakii iratii hin dalaginii hin rifataa haa baratuu duraa
@nesimanesi5379
Жыл бұрын
Maashaaa allaah ❤❤❤❤ yeroo waa nyaatanu moo afaan woli ka.aa.ati jalqabaa isi afaan ka.ii isilee barsisii❤❤❤❤❤❤ yaa rabii aba wora koo wojiin woliti nu debisii
@safiyaitalaaarsiisikofimad6623
Жыл бұрын
Mashaa allhaa mashaa allhaa 💓 💓 💓 isinitiihaatoluu jechatinii Anis gafa galuu jaa kiyaa wolinii kaa Kkkkk kkkkkkkkkkkk gatinii meqaa 🤣🤣🤣
@mariammohammed8509
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂
@madinaatube7853
Жыл бұрын
Maashaa'Allaah Adama ni Baredii dhugaa Galatomaa ni dawachisuu ketifi fulii❤❤ Muktarii fi Caltuu ijoollee Qaqaliwwaani Biyyaa tiyyaa ❤ 😘 Kkkkkkk Hojii kee nyadhuu 😅 Mataa kee ufiraa Cirii Muktarii
@nafisas8692
Жыл бұрын
Masha Allah tabarkala rabbi woli isin ha dhisubabaredota ilman oromo arse😍🥰 muhe lakofsa ke nafi ergi malo
@geteshifera9708
Жыл бұрын
Www ijaarraaa nuf hafaa Rabin bareduu tanaa wan sif qophesef jaraa sirraa qabee 😂❤
@foziyaakamaal1120
Жыл бұрын
Fullaa kinneesaa sii hidee moo hin furdaate silaa Mashaa allaah 😍
@fatumat7506
Жыл бұрын
Naamani fudhee gaabata jedhani. Dhaageene Foziyaa😂
@lesaawallaggaa9342
Жыл бұрын
Maashaallaah dhumuurii sinaa dhereesuu akkam baaredii adaamaan❤❤
@Abuuubedaa
Жыл бұрын
Rabii wolifii isinii haa dhisuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 muktarii garuu piraki hin godhinii bayistee middiyaa irralee bayistee hin fidinii midinyanii kunii sumidhaa
@badriyaakedri1228
Жыл бұрын
Birkii woyiitu hin godhiin hagaa isini bartatutii caltuu dubushee tiyyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabbadhuu qalii tiyyaa ❤✅
@makiyaarsii8660
Жыл бұрын
Mashala rabbii wolni urmi isini haa dheresu garu piraki irati hin dalagini isini irraa hin betu jabefadhu ❤❤
@firewotsalamon
Жыл бұрын
Mashaa allaa maburuk bayee namatii tolaa pirakii lee jamartee muktarii mushuraa iratii hin dalaginii hiin rifachisin
@hayatehayate8929
Жыл бұрын
Yaa rabbi ijoolle tana naaf tiyysi yaadaa muraada isaani naa guutif naaf gammachiisi adunyaaf aakirale waliin jiraachisi ilmaan gagaari ka akka hasaniif huseen rabbiin isiniif haa kennuu diini duniyaan isin Haa gammachiisu muktaariyye wanti sitti dhaamadhu hin dabbaraminaa hin yaadinaa ilmii barsiifadhu qura.ana qaraasifadhu wallahi billahi tallahi yoo san galma geetani inshaa allah maati isii birallee fidii haa bashanannatu kun dhaamsa kooti galatooma ❤
@tigistidejene2873
Жыл бұрын
Mucayoon tun bayee na marartee dhugaa waaqayyoon jaalala tokkuma isaa haa dhangalasuu inaftuun keessan haa qanoftuu umurii dheraa waalin jiradha
@KEDIJA509
Жыл бұрын
Anii wotii siitti dhamu tokko nyaataa gezee nyaatani camera hin wobiin ijii nama garii miiti yaa obbleessaa kiyaa❤❤🎉🎉 rabiin wolii sii haa bolchuu🎉🎉
@8degaSdx-yb9dz
Жыл бұрын
Mashaallaa Allaa ijaar hafa wolin umrii dheraa jadid hoo esa badee fidii yanee jiraa wollah
@user-ml4zg5sm9o
Жыл бұрын
Wl as Wr Wb mashallaa mashallaa bilii Afiyaa garuu harkaa mirgatinii nyadhaa ijolee tanaa horaa bulaa debanaa
@burtukanoromoocore272
Жыл бұрын
itti egaltee mucaa xasaa caaltuu miskinaa tiyaa ❤❤❤
@AbdiiArsii
Жыл бұрын
As wr wb akam jiraan bagaa jiratan Masha Allah amale jiradha jireyna garii isinif hawaa 💯💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍
@shawakaba
Жыл бұрын
Mashallah Mashallah. Calituu.duraa Jariisaketii.Afaan.kaifii❤❤❤
@hqjnk9016
Жыл бұрын
Pirank hin godhiin amma boda yoo bartee eshii muktar bareduu tana ijara hafaa walin humrii dheradha ❤❤
@obseegincii
Жыл бұрын
Qoyii Wal in gurshiitanii 😮in gurshituu atoo jalqabaa yoo ishiin soddatele 😅 umuri dheraa walif jiradhaa ❤️❤️❤️❤️
@Sumayyaa33
Жыл бұрын
maashaa Allah Muktaaroo & Caaliyyee umrii woliin dheeradhaa❤❤😊
@siffanintalaaarsii5408
Жыл бұрын
Mashaallaah wolifi jiradhaa qaliwwaani teenaa mukatar harkaa mirgaatin nyadhuu kaa mali jechuu 🙄🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@smairaadjk
Жыл бұрын
Rabbi isiin Haa qajelchuu worra pirank baree daimni homaa hin beektuu Worumaa Wol barsiftee woliin itti fufi ishee kana irrati sii hin dhifnuu beeki 👌
@JamiilaJamu-yn3kt
Жыл бұрын
Mashaallah tabarakallah rabbiin umurii waliin isin haa dheeressu salaata akka hin dagannee
@KamilaaTube-ny8up
Жыл бұрын
Masha Allah walin umurii dheradhaaa wly Bay'ee dasaa jetuu amma garuu prk mitii fkr barsisii bro Nyataa yero nyataan atiin duraa afaan ka'ii isheenis afaan si haa kesuu barsisiadhuu jalalaatuu duraa fkr jabsesaa ❤🎉m&c
@rabia1287
Жыл бұрын
Maashaallhaa mashaallhaa muktr biiyaa yaanee jiiraa dhugaa Raabii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@samiralove3500
Жыл бұрын
Caliiyee tiyya jedhiin malee jartii tiyya hin jedhiinin bareedu tana mashaa allaha ati akka worra dargii jartii jartii jedha oliin😅😅
@Nabeese
Жыл бұрын
As wr wb Maashaa Allah muktar keenyaa qaalii dhifamaa wajiin hadhaa mana tee qaali jartii hin jedhin hadaraa caltiyee jedhin ykn maqa ofii jalatuu itti bafadhuu yamin atis da,imaa isilee dai,amma maashaa Allah tabarakallah ijaraa hafaa jajabadhaa rabbin walin umari isini haa dheersuu horaa bulaa isni waan heeduu hin bektuu waan ta,ef camera 📸 dubbaa gorsii itii himii jajabeessii nuuf jiradhaa yoomiyuu rabbiif jechaa isnii jalladhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@marym7969
Жыл бұрын
Mashallah garuu jartii kee halaa jirrenya pirankii hin bektuu duraa akataa barsisii malee
@riyadhbest8056
Жыл бұрын
Abboo dhisii mucaatii prank jettee ittii hin taphatini yaa rijal
@AminaAmina-dn5qd
Жыл бұрын
Masha allaa muktara hora bulaa garuu miidiyatii hin basimaa isiin hin bektuu dura akata
@NaimaaAbdurahmaan-nw7gu
Жыл бұрын
Isiin islaamaa Harka miirgaatiin nyadhaa kaa waliif isiin hadhisuu 🥰
@zeenuuirree9798
Жыл бұрын
Mashaallah woyi bayyee namati tolotuu horaa bullaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@samribintislam3063
Жыл бұрын
Camera laala osoo hin taane isii ija keessa laala afaan kaayi san booda mataa keessa dhungadhuni rabbii jaalal walii isiniif haa dabalu❤❤❤❤ akkasuma prank isii rifachisu irratti hin dalagiin
@OBSINAANOROARSII-rl3rb
Жыл бұрын
Miyoon wa'ee pirank hin beytu habibi sutaa barsiisii siti rifatti kamare dubate egaa dalagan kessan kana ta'e😂😂😂😂
@nazirabawari3886
Жыл бұрын
Masha Allah masha Allah rabbiin walliin umurii isiin haa dheeresuu ❤❤❤❤❤❤❤ garuu jartii jetee hin wamiin wllh ❤️❤️❤️
@badreeaarad8115
Жыл бұрын
Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Maashallaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Taabaarakaa Rabbiini Umurii Wolini Si Haa dheeresuu ini Shallaa M & C ❤❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@JibirilAbuuna
Жыл бұрын
Muktar#piraki dhisii waan hin benefii siti aruu dadetii akka obbollee si gorasa
@mesiitub9532
Жыл бұрын
Namatii toltuu ijaa iraa hafaa garuu imoo yo wa nyatanii jalqabaa ishee afanii godhii❤❤❤
@amaniamani512
Жыл бұрын
Misikkinaa waliyyii dhisinii barakii iratii hin dalaginii I LOVE you isin lachuu isinii jaladhaa❤❤❤❤❤❤❤
@BiyyaaKoo-sn7jm
Жыл бұрын
As wr wb mashaallaah mashaallaah Rabbin woliin Isin haa Tursiisuu garu pirankii kana Osoo dhiiftani namatii Tola malif yoo Jettee namni baayeen waanuma akkanaa osoo dalaguu gargara faagata jiranii Arga pirank garu Dhiifama muktar dhaamsaa obbolummaatii🙏🙏
@solafizaid4442
Жыл бұрын
Mashalaa mashalaah Rabiin urmii walinii isinii haa dhisuu 🥰😘😘😘
@TaibaBakri-cn3pp
Жыл бұрын
Masha allah garuu nama islaamaa taatanii bitaachaan hin nyaatinaa
@ustazmobile5613
Жыл бұрын
Prank Hin Goone Prank Godhi mukte hin qoosinii.
@saadadilpo9705
Жыл бұрын
Maaaashaaaaaallaaa❤❤❤horaa bulaa hiduu baredanii isiniti Haa toluu amaleee❤❤❤❤
@hawwiijaalmarroo634
Жыл бұрын
Maqaa jaalalaan wamii jartii kee bareedduu kana🥰❣️ waan hundaa suutaa barsiifacha deemii🥰
@makiya976
Жыл бұрын
mashaaAllah Rabbiin woliin isaani haa bulchuu garuu muktari ati hin jarjartaa ufii siresii mucatii jajalaa kee hin qabanee fidhii isii malee butee futee sutaa jajalaa barsisii ati waani hundaa argitee jirtaa keesatuu prank kijibaa saani ufiraa dhisii silayuu harmaa bultii kee jabefadhuu mucatii lafaa irrati waan hundaa ittii himii kamerale sutaa barsisii hin jarjarsini mudii ittii hin qabtani hiryotaa kee biratile waa hin jedhini kabajii maqaa jalalatini waamii jabadhuu bultii prank mitii ❤❤
@ميسونميسون-ط3ص
Жыл бұрын
As wr wb akkam fayya jirta obolessa kiyya Dhifama na godhi osoo dalaga ummate videos dalaga akkasiti ofati jiru irra wayya ❤❤❤ Rabbif jecha si jalladha
@radirade1616
Жыл бұрын
Walii fii isiin haa dhisuu rabbin umiri waliin isin haa dhersuu
@FoziyaBaru
Жыл бұрын
Dhugaa mutar waan siin jedhuu yeroo galuu biyyaa dematan mee vidiyoo tokkoo nuu marii biyyaa kenyaa yaneeyuu
@ekarmhussien3901
Жыл бұрын
Mukatar hanga piraki gootuu geenee isni waayee you tubi fi piraanik sila duraa hin beyyenef dura haa baratu. Qajeelati
@Jamiila275
Жыл бұрын
Miskinni tiyyaa isiin haa beeytu hin rifaachiisni Muktar😍😍😍😍😍
@RahmaRahma-lg7bf
Жыл бұрын
Mashalla rabbi wlin sin abulchuu dhisii pirating itti in ojjetin isiin in bektuu miskina
@AbdiiArsii
Жыл бұрын
As wr wb akam jiran mashalhh amale jiradha jireyna garii isinfi hawaa lama tahha cisaa sadii tahha kkaa❤❤
@obseoro6761
Жыл бұрын
Maasha Allhaa rabbin waliif issni haa dhisuu garuu issni lamanuu maaliif harkaa mirgaatini hin nyaanee 😢
@alfiyaasanyiijawar9232
Жыл бұрын
Harkumaa mirgatiin nyatanii barii wanii kameranii achii akaa wanii bitanii nyatanii sii fakataa 😂😂
@falmasharaf3675
Жыл бұрын
Masha alh Masha alh M&C ❤❤❤
@taibataiba3042
Жыл бұрын
Maashaallaa caaliye and mube urmi dheradha adama tiya gara mana kiya oli gora hani ykn fm uuuuu yaade jarsa kiya na yadchistani hoji kesa nyadha❤❤❤❤
@SofiTube-l2y
Жыл бұрын
MashaaAllah dhugaa yomi gale j qoyyi wojjiin shaa jedha😢
@Dunishamiyoodadar
Жыл бұрын
MashaaAlha ani haa bartu irat i hojsdhun isn jaha garu heduu hin rofachisin
@ambiyasulxan5509
Жыл бұрын
Mashaa allah walin umirii dheradhaa M💔 &❤C💞
@aishaalabdu5073
Жыл бұрын
Caaliyyee, habiibtii ,warqee bareedduuko jedhiin maaliif akkasitti waamta Muktaar
@user-ii8is1zm9i
Жыл бұрын
Mashaa allah waal gurshaa akkasitii barreeda nyaani jarasafi jaratii
@saaidaysa3677
Жыл бұрын
Mashallaa mashallaa mashallaa tabarkala rabbi umrii isnifff haa dhrsuu
@safaasafaa8013
Жыл бұрын
Miskinaa wollah mutarii tii dhsii firakhii hin gudhin issii❤❤❤❤❤
@MuneeraMuneera-tm6nh
Жыл бұрын
Mashallaa allaah mashallaa allaah dhawaa isiinfi haatuu isiinfi haa siifaa uuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@zeinabmuusaa5223
Жыл бұрын
Ijollee Adaman biyuma Ala fakkati masha alh
@DfY-zh2nu
Жыл бұрын
Mashaallah walah jaratini bobii dhosotii bareduu Mashaallah
@ummusiham1145
Жыл бұрын
MashaAllah qashtiwan kenya hedduu walirra bareeddan wallahi. Horaa bulaa ❤❤❤❤
@FatmaFa-lu5qs
Жыл бұрын
Maashaa Allah bilafya nyaadha garuu Muktaar haati mana kee ijollee baadiyyati kamera itti qabde nyaata hin nyaachisin adara kee
@hawwalala5399
Жыл бұрын
Maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa laaaaa maaaaashaa 💕💕💖🥰😘💖😍❤️💖🥰😘
@kukilegesa3050
Жыл бұрын
Woww she’s so cute 🥰🥰🥰🥰please don’t doing on her prank bayee baredi Dhugaa waggaa dheraa walin jiradha
@saidok974
Жыл бұрын
Gurshaa barsiisi ❤❤maasha allaah wajjiin isin haabulchu anis galee qashti akka caaltuu teeti fuudha yoo rabbi jedhe
@RoRo-nq9pb
Жыл бұрын
Pirakii ammaa iratii hi hojatii Wojiin umurii dheradhaa Ammafii caltuu iratii Pirakii dhisii ❤❤❤❤❤
@jameelajameela7132
Жыл бұрын
Hin dimanee jeetii yee wadii sii wodhishii 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@munirataju1355
Жыл бұрын
Rabbiin walti sin hajalatu ❤❤ adaraa agaa waa midiyaa bartutii ishe hin rafchisin bro😢
@ilhanomar-vy3fu
Жыл бұрын
😢muktar dhisi piraki hin godhin haga isin si baratu ok male tidari si digama😢❤❤❤❤
@mawardii835
Жыл бұрын
Mashaa Allah tabarakalah ijara hafa walifi isin ha dhisuu
@ahmadfeeruuzaa6972
Жыл бұрын
yaaman biya wara si jatu keesa gate bazawe jata😂😂😂😂😂 jatin te Raabin ira deebe ume tuuni ta iratii
@fetra5416
Жыл бұрын
Garuu yero nyata nyaattan nama duratti hin nyatinaa xuruu miti waliif isin haa dhiisu
@burtugalburtugal5567
Жыл бұрын
Muktar gaalatoomii Biyaakiiyaa Adama waaninahrigiisisiteefi❤❤❤❤❤❤
@seenaatub8359
Жыл бұрын
Maashaallah maashaallah umarii Oliin dheeradha
Пікірлер: 770