Magaalaa Shaggaritti pirojektonni garaa garaa ijaaraman bakka Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde sa’aadaa Abdurahmaan argamanitti eebbifaman.
Magaalichatti barana pirojektonni 315 tajaajilaaf Ga’uus kantiibaan magaalaa Shaggar Dr.Tashoomaa Addunyaa himaniiru.
Негізгі бет Ойын-сауық Pirojektoonni addaa addaa magaalaa Shaggaritti ijaaraman eebbifaman.
Пікірлер