Dogogorri shamaarran keenya yoo nama jaallatan jaalala ija qabu nama hin jaallatan hagam yoon jaalladheyu durbummaa koo gaa'ila dura isaaf hin laadhu maalif jennan egan dabarsee itti of hin laanne deemus dhimma isaa fogogorri cimaan ati olte iddo sanati garuu baga milkofte warqee saa deebisif laalte garaa si ballesu malee homaa sin fayyadu haqa namaatisi ofi keetif durbumma laatefi inni sin dirqamsifne
Hinaffaa , maati gaarii, maatii badduu, dureessaa, hiyyeessaa, jireenya badiyaa, jirrnya magaalaa, jireenya baraataa, jireenya barsissaa, kan doktoraa, kan injineera, kan phayleeti, kan hattuu, kan kashlabbootaa, kan shufeerii, kan hayyootaa, kan barataa cimaa fi jireenya isaa, kan daldalaa milkawee fi kan daldaldalaa milkahoma isaa keessati karaa bade kasaree, kan namoota Wropaa, Amerika fi awstraliyaa akkasuma Afrika kibbas tahe iddoo hunduma jirani fi hariroo isaan Dubartoota biyyaa wajjiin qabsoo fi hariroo dubartiin biyya keessaa isaan wajjiin qabdu, akkasuma waa’ee warreen sooshaal media irraati wal baranii gaarii fi hamttuu hojjatan irraahiis naaf barreessa jechuudhan gaafadhuuti ummata barsisii. Amma ati kan gochadha jirtu hariroo dubartii biyyaa arabaa fi biyyaa keessaa duwwaadha. Kan hunduu keessati if argee beekumsa irraa horaatu global gochuu yoo yaalte hedduu nati tola. Immoo kun yaaduma kooti malee natu siif beeka jechuu koo miti. Kuniis si jaalachuufii si dinqisifachuraa kan ka’eedha malee yaada nagativ siif qabadhe akkan tahiin akka na hubattuun barbaada. Obboo Gammachiis.
@alfaafoomeegaa8077
3 жыл бұрын
Ayyattuu koo jiraa kan waqayyoo siif latee Ayzoshii Abdii hin kutin obboolleetti keenyaa
uuuuuuuuufff senan kee bayyee nama gadisisa homaa motii kode too waqayyoo jirenyaa kee yaa ebisuu inis hin argata gafaa tokko obsii kan darbe dagadhuuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😭😭
@warqiitube3386
3 жыл бұрын
Berhane maati naaf ta'i sanyiikoo
@kookeettube
3 жыл бұрын
Berhane maattii naaf ta'ii sanyii koo
@berhanebekele8621
3 жыл бұрын
@@warqiitube3386 sii ta'e
@berhanebekele8621
3 жыл бұрын
@@kookeettube sii ta'e
@warqiitube3386
3 жыл бұрын
@@berhanebekele8621 galatoomi waan ofii
@tigistarsirobetube4820
3 жыл бұрын
Esho baga gara biri herumte itti milkayi .baguma korlleksi hin dhugin dama tiya😖😖😖😖
@واتيواتي-ف5ف
3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufff 😭😭😭😭
@halimakamal8247
3 жыл бұрын
😭😭💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘🙏
@derartuabera6496
3 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftee gammee
@warqiitube3386
3 жыл бұрын
Baga nagaan dhufte
@princess-ie8vv
3 жыл бұрын
Abishir habibiitii
@masaretcity5093
3 жыл бұрын
Well .Come game❤❤❤❤
@seenafdisaasaa716
3 жыл бұрын
Uuuuufff waqayyo irraa argata kode
@lkioubosafe5771
3 жыл бұрын
😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@chalialamu
7 күн бұрын
Baga bara haarawaa gesse gamme
@bashashaamucawalloosanyiij413
2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️
@mobmob1168
3 жыл бұрын
Uuuuuu yaa Dhiraa Namatii in qaladinaa
@janejanejane2433
3 жыл бұрын
Wel come gammee
@lloveyoumomi5066
3 жыл бұрын
Hhhhhhhh dhiiraa zabaana kana argaakee 🙈🙈🙈🙈maaliif shamaara gahataani 🙄🙄🙄🙄🤔
Пікірлер: 184