Jalqabni nama kana gariidhaa xumuura isaa eeggaana.
@GemechuBekana-bm3ss
Ай бұрын
Kanaa Namni Siirriin Jabaadhu Leenca Kun Hojjiitti jira Male akkaa Kan warra B/Aanaa Mi'eessoo garaa isaaf hin bule ❤❤ Yeroo hojjii gaarii qabadhu
@sifaanfayyaakoo7419
Ай бұрын
Mootummaan dugdaa Biyyaaf gzx hubachaa group kada inc. Qaama Bulchiinsa lafaatiin Waraanatu gammaadaa Qaamni Barnootaa Fi Beekunsaa Ogeeyyin fayyaalee ni rifatuu Garuu Mana Murtittii Hawaasni ni gammadaa Gaafa Hooggaansii gubbaa dhufee!!!!❤❤❤❤
@LAMIMOKONNEN
Ай бұрын
Jabaa keenya jabaadhu! hojiin ati hojjechaa jirtu kuni baay'ee namatti tola.
Akkuma taate ta'ii mana too takkarraa naaf gori boss🤲😢 Malee nuti si jaalanna jaabaadhu😍🙏🏾
@ijarsaahamiileedhalootatub6175
Ай бұрын
😂😂😂😂😂sa gargaruu rabbi
@user-hg1wz2in2f
Ай бұрын
yoooyaaa qophesitota qophi caayaa bagaa gara magaala kenya nagan dhuftan malo ijarsa seran ala ykn lafaa caraqa sanirati ciminan nuf gafadha wogota 8ti olif bara baran karan bahe siresina jedhu garu wanuma tokko godhani dhisu qillemsarati gatu umani siqiqin jirata seeranile hin hojatan kan qabu qarshi ofi late ofira dabsa hiyyesi du'u isati
"Lafa qonnaan bulaarra fuune kennina"jedha hattuun kun warraa akkana kana mana hidhaatti osoo naqanii gowwaa kana! kaartaa lafa namaa kennuuf 70K warraa fuudha turan.
@GjfgngGjfcx
Ай бұрын
Asiratii Ani shakinqaba,dubin,abaqabenyaa,jedhamukunii,ammas,laftikun,gurguramutijiraa,uumatafi,bu,amaalbusaa,seramotumatihirkate,lafti,gurguramutijiraa
@SuberMahamed-mh2yq
Ай бұрын
As wr wb akkam anwaar maaloo harargeerratti nuuf hjadhu
Пікірлер: 173