namni akaa kiyaa hin jiraa adaa dhugaa duraa namni akka kiyaa sibaa barbadu hin jiruu garuu naf hin tanii naa wojin nyataa naa nyatuuuuuuuu😢
@Oroomoo11
2 күн бұрын
@@HsvsgsgSggevwh hordooftotatuu metii kulaanii jedhee gafatee Rozaa,badii hin qabduu
@skailall3594
Күн бұрын
Roozaa koo bareduu koo ijoolee Asii misikina dhugaa isilama fi kiritanii walii qodanii nama jalanani garara nama jalatuu ijoolee Asii inafaa lee hini qabani ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@user-hx8tr5ex4i
2 күн бұрын
Betuu hintalaa sikkooo mandoo arsiitii kabajaa betuu mee lalaa obisaan dubatii waaan dubatuu I love you rozaa💞💞💞👌
@FeyisalAmin-u9y
Күн бұрын
Yaa ijoollee keessaani hin fixaataani maali nyaataa dhugiin duraan sani hin yaadataani kesani fixaadhaa ❤❤❤😢😢😢😢😢
Anile argee wly namni suni waga 1 dura barese jira anu gafadhe comenti jalati hin kakati dhuga jete
@Hayatbh5673
2 күн бұрын
Anis arge
@Oroomoo11
2 күн бұрын
Waliitii Araramaa dubii isaatii😢😢😢
@BadiryaaamanMudde-xr5dn
2 күн бұрын
Roziye dhisii ati kan rabbii yaa caalu pls 🙏🏼 ❤😢
@alewiymenza7301
2 күн бұрын
Ws wr wb bil afiyaa roziyee Abshir dhisii atii❤❤❤
@turtuwake7493
2 күн бұрын
Abshir lubbu tiyya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-of1uu8pb9fire
2 күн бұрын
Rozi atti miskina dhugaa waqa akka dubarti amma wal gedi hin utalatu ofi satarte jirenya kee fata jete jirata ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Ati jabadhu namni wan fedhe haa odesuu baredu koo ani bayyee si jaladha mariyamn 🥲❤️❤️❤️🤍🤍🤍qabana too
@marymruby5r105
2 күн бұрын
Roziyee dhisii isiin lamanu hiriyaa yeroo dheraa wan tataanif araramaa rabbiin wolitii isiin haa deebbiisuu. isiin wol bira baredaan ariin wan badaa wolin hin jedhiina. Araramaa
Roza wan fedhe sii haa gotu kulanin midiya irratti ol bate hasayun malif barbachise Block irra kaste malif wan akkana nan jete Maa hin jedhinin isin wan sii dawaltun dhabde hasoyite atti malif debi midia irratti ol bate kenitaf yoo dhugan jalate Block irra hiki dawalif walin hasayi gafa san atti enumtu sijalata sanin alatti midia irratti ol bate maqa nama dhahun badi gudadha kanafu lamata midiyarra Akka hin finne wan akkana pls 😢😢😢
@AmeenaQatar
2 күн бұрын
😂😂❤❤❤❤ ws wr wb masha Allah hojii kee atis buna dhuga jettaa
Roza sirri hin jirtu duras situ midiya irratti dubate dhabadhu midiya irrati wan wali hin hasayina walsatarra midiya irrati misxira wali basu maltu fide
@HKunii
2 күн бұрын
Wan hundaa online irraa hin fidiin wan nutii barumsaa siraa arganu fi itti bashananuun kotuu Roza dubii jeete jeete nurra dhisii nutii wan gammachu argu barbana jirenyaa madami wajjiin jeete jeete kessan dhagahuu hin barbanuu dhifaama yoo sii arse
Пікірлер: 435