Abdu baay'ee sii addeefadhaa garuu dhugaa dubbaachuuf uffaatichi kan aadaa oromoo jechuu hin dandeessuu, maliif baay'een sii dinqisifaadha turee.
@mkaa6766
2 ай бұрын
Alhmdulh yarabii 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@tiyatiya3913
2 ай бұрын
Abdu gallatomi ❤❤❤
@MusabbahGhaisi
2 ай бұрын
Abduu keenya jabaadhu ❤❤❤
@simbook7894
2 ай бұрын
Esati bade Abdu❤❤❤
@Abdulaziz-kj9ss
2 ай бұрын
Abduu jabadhu rabbii sii haa jabesuu
@kebederegassa4399
2 ай бұрын
Dhugaakeeti , icciitiin E Taliilaan baase kun wan salphaatti ilaalamu hin turre Ossoo Oromoon Abiyyiin kolafamee Jin jiru ta'ee
@Awelkamaltufaa
2 ай бұрын
Dhugaa kun kekkiyyaaf hin maalu oromoo maalif mufachiftaan dafaa siresaa
@alisatlk2330
2 ай бұрын
Saa dhugaa keti garuu sababa ta anifii jabadhu abduu
@Rahmahrara-di5lr
2 ай бұрын
❤❤
@user-fi5iq9ew7y
2 ай бұрын
❤
@user-ri7iv8mi4e
2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
@selemonkebede4758
2 ай бұрын
Sirbi Bilillee kuni nama hundaaf hin galu. gara Baalee yeroo deemutti marata ijoolleen baalee mataatti uffatan kana marate. kunimmoo rakkoo osoo hin taane Baalee deemee barbaadaa jirachuusaati.
@masaratmasarat7383
2 ай бұрын
በዱ አከም❤
@muntahaaahmad6602
2 ай бұрын
Hedduu namati ifa hintaane bakki kun ishii ni gaafate gafaanaan isaqishte inni tabarbaadu hin argannee tainni akka fakkeenyati badaa jiru ishii guftaa diimaa sanii
Пікірлер: 172