Uuuuuuufffffii wollahi hedduu qalbii naa cabsee seenaan kun namni olmaa akkana namaaf oluu inuuma hin jiree homaa mitii jabbadhu abban seena kanaa namni galataa nama hin beenee galataa rabbii hin bekku jedhan rabumaa siif jiraa homa tatu amantaa kee jabeefadhu
@user-oq4pu2kb3s
24 күн бұрын
Ilmo nama guddisuura ilma sare guddisuu woyya jedha oromon
@FgFg-cn2tx
23 күн бұрын
Dhugadha sareni nama dagatu
@user-fw8ok2jn9s
17 күн бұрын
Namni Waaqayyoon qabu Abdii qaba , waaqayyoo gatii kee hin kafaalchisaa, obbolleeso, koo abdii kee gooftaa godhadhuu Inni akka nama mit ☝️☝️☝️ Waaqayyoo gariidha Gariin godhuun waaqayyoo biraati , gatii qaba Abbaan waan facaafatee hamaataa ,Kanaaf isaa facaafatee , yeroon itti hamachuu, kee hin ga'aa , Obsi, Obsi,Obsi, ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@ebiseebise-q9f
4 күн бұрын
Dhiisi obbolessa koo ilma namaarra gaariin hin egamu namni waan facase hammata atis gati ke waqara argata isanis har'a isaani beku male bori isani hin bekani ini har'a soresa bor ni hiyoma,inni har'a hiyesi bor ni soroma kanafu itti hin gabin baga gudiste ati gati ke rabbi bira argata
Amshirri waqayo sii jira baye nama gadisisa rakoni ilma nama wani kesa darbin irfachu keenya gantu nama 😢😢😢
@Deebiimidea8470
24 күн бұрын
Lapheen gudisaa isan yaa gaftuu rabi wani harkaa sani hin dhowati dachaan yaa fudhatani😢😢😢😢😢😢😢waayyoo akkaam nama gubbaa hammaa kan ittii dadhabaan yeroo nama irftuu dubartitinii dara itti dabarftee hardhaa arganan si ganuunii sishee salphinaa ishee turee😮😮
@KajelaMitiku
23 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢
@Masto-n7h
18 күн бұрын
Kun dhugaa yoo ta' e as basii haa gargaramuu garuu hasosama yoo ta' e waan akkaasii dubbiftani dhukubaa onnee namatti hin horinaa
@dareecaalaa9651
24 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@AnnoyedJackrabbit-hr1sd
23 күн бұрын
Gaarii hojjeechuun ofumaf obsi ati kafaltii kee waqayyoo irraa ni argattaa gaarii hojjeechuu keettii hin gaddii waqayyoo guyyaa qaba Kan Isa caalu hin Jiru 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Пікірлер: 234