prank sayhon aykarim ena gin Sumeya nat yesazanachign😢
@AdinaanAdam-f5u
4 күн бұрын
Mucan Aakan Kun hin Arkamu Jabeyfadhu Waylay bilay Mucan namni Tana duraa it hin xabatin nama dhugaa ti ❤💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️🥰🥰
@nazirabawari3886
4 күн бұрын
Ayii sayiido rabbiin wan jabatee hundayuu sif haalafiisuu garuu kan bultiikee diigee gurbiichaa piiraankii kanaa sitiimee tuu bala kana hundaayu sitii fiidee kun gubiichii Argaassaa 😢😢😢😢Inshaa Allah bultii Namaa diigdee keettis bodee hin diigamtii kun mucatiinuu mal lakkii rabbiin wan hakkasi nuraa haqabuu
@hamziyatube
4 күн бұрын
Dhugaa keti😢😢😢😢
@munatube2
4 күн бұрын
👎👎👎👎🐄☠
@AdinaanAdam-f5u
4 күн бұрын
piranki Akana Tanan Jafe Irra hin sadadhee Ani❤❤❤❤❤
@Ali-w3k7r
4 күн бұрын
Abo said kijiba dhisi dirama dalaga jirtanii
@fozo-u1v
4 күн бұрын
ee aniis akasin natii fakat a
@OmanOm-yz8dj
4 күн бұрын
Wly anis nishakee
@HadiaaSultan
4 күн бұрын
😂
@Ahmadbadrii12345
Сағат бұрын
Fuudhuu.qabda sa.iid sammuun sii miidhama yok ni.waly❤❤
@ashakebede-d5u
4 күн бұрын
Sa'idoo Rabbii Rakkoo Kana Keessa Si haa Baazuu dhugaa Rabbiitti💔💔🥹🥹
😂😂😂Maliti beyeta akka durubumaa qabdu silafuu dubaratin durubumaa qabadu osoo hangumaa fete jalate akkan hin tatuu haganatis wan bir keeessa hin galtuu ta durbumaa qabduu ni qanfatii inumaa asphaaltirati takkaman tolee hin jetu itti yada jeti malee osoo hanguma fete jalate amaata kudhaniti galafate dhira meqaa sene bahe yon kan
Subaa Allah subaa Allah akamiti akanati dhira marati kaa nikaya isaa irra hin jiree sayido rabbi si cinaa haa dhabatu dhalatu duraa rakkate bakka itti irakatu soxuu dhaxee xuxee bultii tee jexaa wly uuuuuuuuuuuuufffffffff yaa rabbi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@digodiriba6013
4 күн бұрын
Ayiii wly ana mucaati caalaa saidotu gara na nyaate muciichuma itti si ergee Sanatu kana hundaan si gahee rabbi sif haa lafisuu Ayuu atimmo duraan haariidha Yoo jarjarte kana hundaan of gesse baga rabbi si fayyise Amma itti yaadi mee dhifama godhiifi
@FetihaaBamudii
3 күн бұрын
Anis kanumaa jedhaa😢😢
@abdiiamiin6277
4 күн бұрын
insha'Allah Rabbiin siif haa laaffisuu fuudhi.
@user-tq9mv3lt2g
4 күн бұрын
Saidoon dafqee waalahi miskinaa
@MakiaMakia-q4b
6 сағат бұрын
Ayuu baguma fayitee ka rabii wolifii isini ha qoduu Baye gara na nyate jallali Wani nama gotu hini qabduu
Saido an dura dhuga nama Namuma qabdu si sehayu esa umma sababa birri Gogle tif soba dila kana sirra hin eeguu muccati kiristaa fidde maqa islama birrif jecha kan ballesituuf rabbiin hojji ke siif ha kafaluu oso muccati san beekuu anis akkuma waraa hordoftotaa dhuga senayu
@Jamaal11116
4 күн бұрын
Hin bektaa ati Habiibi dubbiin kunnii Akkaa ati jetuu kannaa tanaan waan saxilamuu qabduu dhuga Rabbii dubbiin jarii deemtuun hin bekamaa namaa hin beeknee haa shawadaani
Wallahi ani mucaa kana hin shakee jira wani kana harkaa keesa qaba naa fakkate rabbin keryiti haa hikuu inshallaah 😢
@FetihaaBamudii
3 күн бұрын
Anilee wly
@aminabale7346
4 күн бұрын
Garuu heduu nama dhiba ati hadha mana fi ijjolle lama qabda sumaaya hoo maal tati lata😢😢😢 Garuu mucaati heduu sii jalati dhuga rabbin sii haa lafisu seido😢😢😢
@kemeriakela9761
4 күн бұрын
Shariyaan 4 jedhaa bari😊
@MariamAbu-dj9uw
4 күн бұрын
@@kemeriakela9761😂😂😂😂😂😂
@AniArsii
4 күн бұрын
sumayyan duranu eyamtef bar jarana video isi dhagafedhaa akka lamafa fudhu qaata hayyate sumayyan
Пікірлер: 1,1 М.