KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
SIMBOOKutaa 2ffaa
Күн бұрын
SIMBOOKutaa 2ffaa
Рет қаралды
59,129
Etv Afaan Oromoo
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 230
@artrobsanmohamed
Жыл бұрын
Welcome dirama Afaan kenyaan hojjetaman haa ilaallu waan kenya haa jaalannu
@yadamam339
Жыл бұрын
Oro koo ituma nu xumuraa karaarati nu jala hin afina❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AnasAbdulaziz-dx1he
Жыл бұрын
Baayye nutti toleera isinuma waliin jirra jabaadha!❤❤❤
@AberuMegarsa
Жыл бұрын
Rachuu dhugaa 😂😂😂😂❤❤❤❤ Ittii fufaa bayya gardhaa
@qalloowarratuulamaashaggar1477
Жыл бұрын
Rachuu suma na kolfachise❤😂😂
@alemitu7639
Жыл бұрын
Rachuu Raachiyye Raachuu koo Gurbaa jabbaadhu fiqiiri nyaata siin ........garu homaa mittii kaa kkkkk
@tizazukelbesa4269
Жыл бұрын
#Eliyas-shafi namaan bayee dinqissifadhuu afaan oromooti yeroo hojatuu calaa kan namaa gammachisuu hinjiruu
@oromtitishawaa539
Жыл бұрын
Rachee Abbaa Fqr 🥰🥰 Jabadhaa kanaa caalaati Garuu daqiqaa nuuf dabalaa
@FifTemam-ly9oy
8 ай бұрын
Ayii Rachu akkuma qorkii iddoo hunda jirta 😂😂 of qusadhubbo marim sibeza yemaral Jedhu warri soddaa
@fatekebato
Жыл бұрын
Tiirendenti oromo.raachiye jabadhu heddu nama tola itti fufa
@WABITUBEno
Жыл бұрын
itti fufaaa namati toltuu❤️❤️🙏 rachuu😂😂
@tigisthaji9561
11 ай бұрын
Jabaadha heddu namatti toltu ni barsiisas❤
@digodiriba6013
Жыл бұрын
bayyee namati tolaa jabadha oro koo rachuu😂❤❤❤❤❤
@KennaDerartu-jv8ob
Жыл бұрын
Rachee 😂😂😂😂❤❤❤
@ShawBahrain-kk5kk
Жыл бұрын
❤❤❤❤ oromo koo jabadha itti fufaa
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Qomoo maatii naafiis ta ii
@MilkiBededo
Жыл бұрын
Bayye namati tola . garuu cameran keessan qulqullina hin qabu. Sana sirreessaa.
@daraartuuoro6694
Жыл бұрын
Woow baayyee namatti tola jabaadhaa❤
@dinkajira524
Жыл бұрын
Wow pls next part
@thomydebela
Жыл бұрын
Your drama is very nice👈👈👈
@boyny7413
Жыл бұрын
Wwwwwwwwwaa jabadhaa itii fufaa bayee natii tolaa❤
@ZediiMusxee-bh3zu
Жыл бұрын
Racheeee😂😂😂😂😂hojii kee nyadhuuu😅😅
@RuqaiyaHussain-ec2xo
Жыл бұрын
Rachee .bagaa nghaa nuu dhuftee
@Deebiikoolove123
Жыл бұрын
Maaliif hangaas gababaatee garuu?
@tesfalemalemu8894
Жыл бұрын
kanii baayyee bareechitee dalagdee itti fufii 😍😍
@joobiratube
Жыл бұрын
Hayyee isinuma waliin imala jirra jabaadha!
@tadaluugonfaa7047
Жыл бұрын
Like godhaa jajabesaa maloo❤❤❤
@Seenuu501
Жыл бұрын
Gaariidha jabaadha Qulqullinaa Camera sirreessaa❤❤
@quluceiluu5780
Жыл бұрын
Waraban xumuran gadhisuu akkamiti sirresure kana bodaa
@memem6833
Жыл бұрын
Kan caala fuula kettiti ha laxafani heda moo camera 🤣🤣🤣
@Karim2024Walid
Жыл бұрын
Rachu Argee seene Ee Raachu Jinjanna dhuke irra kaastee
@mahdiibro9444
Жыл бұрын
Baay'ee nammatti tola garuu Yeroo isa darbe yaadachiiftani fi Yeroo jalqaba irratti beeksiftan san gaggabaabsaa
@shakerbahraq1123
Ай бұрын
Haaay girigri dhiisa keenya kkkkkkk❤❤❤❤
@KamilaaHuseen55
Жыл бұрын
Rachuu atii janajanaa moo diramaa dalagaa jirtamoo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@hamzashow704
Жыл бұрын
Waw waaw jabadha daqiiqa dheeressa xiqqo
@BeshadMaramijima
2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤ bayyee baredaa wowwwww🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@hawwii2433
Жыл бұрын
Heduu namati tola iti fufaa raachee koo😂😂😂😂❤
@Ayyu-fy3nw
10 ай бұрын
rachuu😂😂😂😂😂😂😂 ❤❤❤ garidha jebdhaa
@RobsenTesfaye-i9v
3 ай бұрын
Diramaanamatitola
@zedarsiioro2277
Жыл бұрын
Raachuu😂asiin baatee😅
@loveyou-n4h2j
Жыл бұрын
Baayee gababaa kuni beekisisa kuta lamaf jeena me😢😢
@hawwiiintalaatawayidootube9335
Жыл бұрын
.baay'ee bareedaa jabadhaa
@Zubeyda-z1p
Жыл бұрын
Qalla terdanti oromo rachee 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@lemlem4849
Жыл бұрын
Wawoo heduu namati tolaa ❤❤❤❤❤
@KadijaKabeto
Жыл бұрын
Rachee❤❤ jabadhaa bayee gaaridha
@artanasaliyyii
Жыл бұрын
Qomoo koo maatii naafiis ta ii
@HaadhaSimboo-fz8pe
Жыл бұрын
Dhugaa baayee namatti tola jajjabeefamuu qabu
@dararetolcha
Жыл бұрын
Drama moo beskisaa lalee jenaa daqiqa itii dabalaa😢
@gadisetenu5920
Жыл бұрын
Artistii Eeliyaas Shaafii kana dura fiilmota afaan biraa keessattan beeka ture, aartii Oromoo jabeessuuf gara qe'ee isaa deebiuusaatti jabduu natti tole....Diraamicha si'aayinaan akkan eegu shoora qaba Raachunis, hojii Baankii dhiisee sosochii tiktookii cinaatti amala 'Stand up comedy' qabatee diraamaa kana keessatti hirmaachuunsaa miidhagina...... walumaagalatti Taatota gaggaarii inuma qabna
@kuliyeejawar8935
Жыл бұрын
Rachee abbaa Fikr ❤️💚❤️
@SadamAbda-q8b
6 ай бұрын
Fonnii haadga koo rachee qashtii mucaa❤
@gelanemegeresa-nb8xc
Жыл бұрын
Rachu kkkkkkk tiridanat 😅😅😅 tap tap...
@fireyotalemu1689
Жыл бұрын
Wayyoo Rachuu kenyaaa jabaadhaa
@Lamineyamal-u7z
Жыл бұрын
Torbee dhufuu hin jirumooo maali
@KennaDerartu-jv8ob
Жыл бұрын
Wow bagaa nagani dhufitani maloo❤❤❤❤❤❤ 😂😂😂😂
@gdgd856
Жыл бұрын
Jabadhaa bayyee namatii tolaa
@sinbootasfayee246
Жыл бұрын
Ittii fuufa pls addan hin kuutinaa❤
@sabboontuuwallaggaalixaa
Жыл бұрын
Bagaa nagan dhuften ❤❤
@nafurtewood
Жыл бұрын
Baga ngyaan nu egde
@mulumulu-qi1be
Жыл бұрын
Rachuu gir girii dhissi kaa😂😂😂
@AadelAlyammahi
Жыл бұрын
Rachuu qalla ta'e😂😂 Itti fufaa namati toltu
@sudiyyaamahamad-se7pi
Жыл бұрын
rachuu tiridentii oromoo jabbadhuu
@asmeraasmera238
Жыл бұрын
Wayyii Raachuyee 😅😅❤❤ kan itti Aanu💯
@yoomiilataa2599
Жыл бұрын
Rachuu gurbatii jalalaa ❤
@sgstube5760
Жыл бұрын
Baayyee gaariidha jabaadhaa
@ganttube9036
Жыл бұрын
Commentn akkaa jiruu Rachee Rachee jedhaa 😅❤
@obseeshow9855
Жыл бұрын
Tesoo bufatan ta'u dha cometi dubisudha kkkkkk😂
@Humblme
11 ай бұрын
Amazing 👍👍👍👍
@gemechubikila5027
Жыл бұрын
Ayi rache hin qaneefatam😅😅
@SooleeTube6
Жыл бұрын
Welcome rachu
@rabbirraailmasabaa7867
Жыл бұрын
Jabaadhaa isin waliin jirra
@myphone7481
Жыл бұрын
Baga nagaan dhuftaan ❤❤❤❤❤❤❤
@kwkw2880
Жыл бұрын
Rachuu qashttii ❤️❤️❤️💝💝💝💝
@ramaadam6958
Жыл бұрын
rachuu sasakiii kee😂😂😂😂
@sudiyyaamahamad-se7pi
Жыл бұрын
namichi kun afaan oromoo bekkay yeroo bayee dirama jarati hojjeta
@Amiraa.123
10 ай бұрын
Rachee jusii kee fixetaa😂😂
@mariyam4000
Жыл бұрын
Rachee.jabadhuu
@Loveschool11
Жыл бұрын
Rachuu well come ❤❤😂😊🎉🎉🎉❤
@dawitmtaal4306
Жыл бұрын
Essey jabaadha oroko❤❤
@JiituumucaaAmbo430
Жыл бұрын
Wel come Rachee♥️🥰
@shakerbahraq1123
Ай бұрын
Garmaamu toola❤❤❤
@wegebifa
Жыл бұрын
Jabadhaa
@gamteessaaentertainment3565
Жыл бұрын
Rachee Eshi dhisii 😂😂
@abdiikooyesu4698
Жыл бұрын
We come nagaa dhufta ❤ 💚
@mimiyeeoro8177
Жыл бұрын
Itti nuf fufaa❤❤❤
@feraol507
Жыл бұрын
homtuu manaa jiruu demii Rachuu 😂
@saamriidaamisee3286
Жыл бұрын
Rachuu my heirt👍
@EftuGutema-bh4rm
Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan ❤
@oromoentertainment8052
Жыл бұрын
baayyee baredaa nuuf jiraadhaa.
@KamilaaHuseen55
Жыл бұрын
Rachuu girgiriii dhisiii😂😂😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉❤❤
@BetelihemTeshome-j7n
Жыл бұрын
Rachuu my king ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BonsS32172
Жыл бұрын
Rachuu ojikee nyadhuu 😂😂😂😂
@amiinaabulloo
Жыл бұрын
Qallaa😂❤❤ trident keenya ❤
@oromoentertainment8052
Жыл бұрын
Diraamaa baayyee bareeduu dha.
@lilybaye4206
Жыл бұрын
Jaabadha xiqqo qulqulini camera 📸 hin hafa
@raihanaliwa2749
Жыл бұрын
Baga nagaan dhuftaan
@belayenshbacha3303
Жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufitan❤❤❤
@JamalAlamu
7 ай бұрын
Garidha
@dawajema
Жыл бұрын
Baay'ee namatti tola Camera qulqullina qabu fayyadamaa itti fufaa.!
@MaariyaAfmad
Жыл бұрын
Raachuu boss 🎉of the boss 🎉
@Sumayaa183
Жыл бұрын
Rachuu dirqama jalqabde
@MisraarsiArsi
Жыл бұрын
Rachuu ♥️♥️♥️♥️
@jaalovital9644
Жыл бұрын
Kutaan kun Baayyee namattin tolu akka hawwiin eegaa turree miti
@kiyyakumsa5747
Жыл бұрын
Rachuu koo 🥰 lubbuu koo 🥰
@kennamaariyaam4968
Жыл бұрын
Bayyee gariidha ❤
@fakiafakia7020
Жыл бұрын
comentiin hudiinu Rachuu jedhaa malidhaa 😂😂😂Rachuu tap tap jechuun inafee dablii gayis jedhii kottuu😂😂😂😂😂
@kebedelema4107
Жыл бұрын
Jabajabadhaa
Пікірлер: 230