#Gadaa #Oromoo_Democracy #Oromoo #oromia #Afaan_oromoo
Warri yeroo jalqabaaf gara KZitem keenya dhuftaan Subscribe godhaa akkasumas mallattoo bilbilaa bira jirtutti gurra lama baasaan isiinin jedha.
=====================================================
Yunivarsiitiin Bulee Horaa barnoota Sirna Gadaa sadarkaa digirii lammaffaatin jalqabe irratti dabaluun, bara 2013'tti sadarkaa PhD barsiisuu jalqabuuf.
Yunvarsiitichi waggaa sadiin dura instituutii qorannoo sirna Gadaa fi Aadaa hundeessuun, Sirni Gadaa bifa saayinsawaa ta'een qoratamee akka dagaaguuf hojii kan jalqabe.
Daayirektarri Inistituutii kanaa Obbo Ayyalaa Kabbadaa BBC'tti akka himanitti yunvarsiitichi bara darberraa eegaluun yeroo Jalqabaatiif barattoota 11 digirii lammeessoo sirna Gadaafi Bulchiinsaatiin barsiisaa jira.
Bara barnoota itti aanurraa ammoo Sirna Gadaa barnoota digrii 3ffaa (PhD) dhaan barsiisuuf qophii xumuraa jiraachuu himan.
"Ji'a lamaan dura hayyoota yunvarsiitii Finfinnee fi Bulee Horaa waliin ta'uun kaarikulamii isaa qopheesine.
Негізгі бет Sirna Gadaa | Oromo Democracy | Oduu Afaan Oromoo | Gumbii Media
Пікірлер: 1