KZ
item
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Кіру
Тіркелу
Кіру
Тіркелу
Негізгі бет
Трендинг
Журнал
Ұнаған бейнелер
Ең жақсы KZitem
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Негізгі бет
SIRNAKKOO sitcom drama Ep - 1
Күн бұрын
SIRNAKKOO sitcom drama Ep - 1
Рет қаралды
209,549
OBORO MEDIA
1
1
Жүктеу
Пікірлер: 688
@biree4074
2 жыл бұрын
Uuuuufee waqayyoo isin haebisuu ijolee kenyaa🤣🤣💞💞💞🥰🥰
@sanyiimedia575
2 жыл бұрын
sanyii koo matii nafii ta,a prank dawaadhuu thank you
@jaleneyadeta783
2 жыл бұрын
Kolfaa akkasii argaachun yeroo kanattii waan guddaa dha.! Galatoomaa....🥰🥰😍😍😍🤩🤩😀😃😄😁😆😅🤣😂
@Dawit_Chala
2 жыл бұрын
maatii naaf ta'i jaalannee
@burtuganbur6453
2 жыл бұрын
Kotu mati waalifi tanaa Sanyii
@zam3032
20 күн бұрын
Wow wow ba'yeen namati toluu ijaraa qeerroo ulfaadha❤😍👏👏
@cimaayoutube
2 жыл бұрын
with in a 5minute after released......jajjabaadhaa qaaliwwan!.
@wudemegersa8983
2 жыл бұрын
👍 💪👌👂👂👊💘💘💘💘💘💘🌷🌹💝💚💔💟💖💖💘💔
@Samimoges14
2 жыл бұрын
Jabaadha jajjabeewwan kenya Tattaaffiin isiin artii oromo guddisuuf godhaa jirtaan kan bayye abdii namatti horu dha
@sukkareegaazzuu7173
2 жыл бұрын
Wowowo jabadhaa baay.ee baredaa qeerroo fi qaarree kenyaa ❤💯💯👌🤛👌👍👍🤲🤲🙏🙏🙏
@tolasajaba462
Жыл бұрын
Wowowww bayyee namatii toluu ijaraa hafaa qeerroo ❤❤❤❤❤❤
@kafalekissi8657
2 жыл бұрын
Woooooow Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk baay'een kolfe dhugaa. Waaqoo hojiikee argadhu!
@loumiloumi4905
2 жыл бұрын
Wow Wow bayyee bayyee namati toltu mattii waqayyoo ebbiifama ❤❤📖📖❣❣🙏🙏Nuf jiraadha💯💯💯💯
@burtuganbur6453
2 жыл бұрын
Kotu mati waalifi tanaa Sanyii
@loumiloumi4905
2 жыл бұрын
@@burtuganbur6453 tole kiyaa koo
@burtuganbur6453
2 жыл бұрын
@@loumiloumi4905 Galatomi kodee ko🥰
@dawitgirma7254
2 жыл бұрын
Amaanu'eel Taaffasee! kennaa kenni yee! kennaa isiniif kennamaa kan jedhu caafameerao! 😂😂😂
@ellenman9284
2 жыл бұрын
Uuuu bga ngan dhuftanii Dhugaa guyyaa gutuun isiin egaa oleem
@oromiyaabiyyaakoo9715
2 жыл бұрын
Bagaa nagaa tatananii baayee namatii tolaa jabadhaa itii fuufaa
@saifmohammed8060
2 жыл бұрын
Wayoo ijoolee kanaa. Jiradhaa💞💞💞❣❣💕💕💕💞💞💞🥰🥰🥰💓💓❣💓🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💓💓
@sanyiiijawar9143
2 жыл бұрын
Ijolee waqayoo Ebifama daachaa diribii waqayoo gooftani isin atuuu
@hawwii2433
10 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂waaqoo biyyii hin ciicisa ati mucatii laxafamtem wayyoo garaa koo😅😅😅😅😅
@idosakenasa8396
2 жыл бұрын
Really it is Amazing!!! Baay'ee namatti tolaa jabaadhaa!!!!
@lattuoromiyaatube2467
2 жыл бұрын
Wowowow baay'ee namati tola dhugaa nuuf jiraadha itti fufa jajjabeewaan keenya ❤️💚❤️✊💔💔💔💔💔💔❤️❤️❤️❤️❤️💓🌺🌺🥀
@Abdiahmed25
2 жыл бұрын
I really love this just keep it up guys waqoo was really funny man 😆😆😆😆😆
@abditakele351
2 жыл бұрын
ajaa'ibaa namaati tolaa baayyee am realy surprised! kkk.......................
@waktolalamesa9475
2 жыл бұрын
wow!!!!!!!!!!!!!!!!!!! sanyii eebbifamooooooooooooooooooooooo!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! umurii nuuf dheeradhaa,baayyee kan nama gamachiisuu fi barsiisuudha,isinan jaalladha,dhalootaaf ergaa dagatamuu hin qabne nuuf dabarsaa jirtu!!!! oogummaa caaluun misaa dagaagaa,daraaraa,firii eebbifamaas dhalootaaf dagaagsaa!!!!!!!!!!!!! harki keessan,sammuun keessan yoomuu haa mirgisu!!!!!!!!!!!!!
@rumiyadawid2196
2 жыл бұрын
Oh yeah it's so funny jabdaa oromo koo jabdaa I really like the way you guys work 💕💕💕💕
@animucaakakuuti2197
2 жыл бұрын
Isinis happy birth day💐💐💐💐 jabaadhaa ijoollee😃😃😃😃😃
@chalabalcha1439
2 жыл бұрын
wooow baay'ee nati tole. jabaadha itti fufa. kanaan caalatti waan baay'ee sin irra eegna. itti fufa.
@lalimegersathankyougood987
2 жыл бұрын
Wowow bayye namatii toltu jabadha
@chitochito8886
2 жыл бұрын
Wowowowowo ebifamaa baayyee Namati tolotuu
@kiyyaaloveekenaajesus4721
2 жыл бұрын
Qaboo dinagdee Milkii kkkkkkkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Kolfaa mucuqii 🤣🤣🤣🤣🤣
@lominegese5348
2 жыл бұрын
Bayyee namati tola jabadhu😃😃😃🥰🥰🥰
@bashatuubashat3082
2 жыл бұрын
Wawwoo nuuf jiradhaa bay.ee namattii tolaa jabadhaa
@preciousmorningstar
2 жыл бұрын
welcome kofinochee baduu keessaniif aaren ture dhugaa naga deebitan
@abdiikoogooftadhaa9088
2 жыл бұрын
Jabadhaa jababee waan kenyaa 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
@kiyyaaloveekenaajesus4721
2 жыл бұрын
Dhugaa uuuuuuii kolfaa mucuqii 🤣🤣🤣🤣😂🤣😎😂😂
@yaawaaqakosittuubeeka7260
2 жыл бұрын
Kkkkkkkkķkkkkkk Wwwwwwooooo kennaa✍️ Qaboon hababboo kenniif kennani maliif artee akkastii
@Wolhaabarru
2 жыл бұрын
Sosinaat maatii tahhii kzitem.info/news/bejne/poFqq3epgHtlnWU
@waqayootikisekotianihomahi9215
2 жыл бұрын
wayooo gara ko EBIFAMA jabadha jajabewan 😁😁😁🥰
@zamzamkamaal5018
2 жыл бұрын
Waw umataa kashtii jarsii kiyaa adunyaa qoratutii jiraa
@sifanyoutube7240
2 жыл бұрын
Bayye namati tolla jabadha I love you
@chaltudugasa8910
2 жыл бұрын
"Isinis happy birthday"😂😂😂.....namatti toltu
@wudeetube9355
2 жыл бұрын
Chaltiyee matii naf ta'ii lubbu❤❤
@lalisejaleta5423
2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@lalisejaleta5423
2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyi ko
@lalisejaleta5423
2 жыл бұрын
@@wudeetube9355 malo kotu mati naf time
@wudeetube9355
2 жыл бұрын
@@lalisejaleta5423 kotu walif tanaa
@nesreenkishko5575
2 жыл бұрын
waaqoo waan hojii keetii moo😂😂😂😂 mucan gubbatee kootii bafatee Ababoo keniteef jenani uuufiiiii baayyeen kolfee gaara koo 😂😂😂😂😂😂❤💚❤
@kiyyaamasfine1192
2 жыл бұрын
Kkkkkkk wooowww namati toltuu jabadhaa
@sabotuumusilimaadxb8409
2 жыл бұрын
Kkkkkk bay'eemaa natii tolee dhugaa jabadhaa
@genetgenet68
2 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan qaqaliiwwaan ijoolee oromoo Koo 💗❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️💟 bagaa dhalatee 🎊🎊🎉🎉🎉🎊🎊🎉🎉🎊
@lalisejaleta5423
2 жыл бұрын
Maloo mati naf taime sanyiko
@ebisakidanu2114
2 жыл бұрын
#We_love_you so much! Don't go back! You are doing something good that fits our nation!
@obseeobseekita3519
2 жыл бұрын
Wow wow welcome qomoo koo eduu nama gamachisa hojii keessanii jabbadha
@hadhaako
2 жыл бұрын
Heduu sin jaladha jabadhaa hunduu keessanu
@geteguta3924
2 жыл бұрын
Wowowowo ebbiifaamtota kenyaa 😄😄😄😄😁😁🤣
@zinashg9239
2 жыл бұрын
Wowowowo jabaadha akanumaati ittii fufaa
@obseemeshallag8206
2 жыл бұрын
Isinis HBD kkkk baayyee Namatti tola jabaadhaaa
@chaltuutemesgen4737
2 жыл бұрын
Wowwowo bagaa nagan nudhuftaniiì
@gadisetesfaye6008
2 жыл бұрын
Maaloo waan xiqqo irraa maaliif turtuu??yaa oromoo uuuffff
@taaddutube3200
2 жыл бұрын
Woowwwww bayyee namati tolaa jabadhaa jajabee waan keenyaa baayee isin jalanaa 😁😁😁😁😁
@maskedesta9735
2 жыл бұрын
Jabbabe wayiii koo jabbadha💪💪💪💪💪💪💪💪😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘
@sabotuumucaaoromookwt336
2 жыл бұрын
wow dhugaa bayyee namati tolatuu jabadhaa sanyii koo 👍👍
@sabontuuoromoojirtuu7401
2 жыл бұрын
Kkkkkkkk Qosaan kee bayyee namatii tolaa waqoo ittii fufaa hundii kesanuu jabadhaa😂😂😂😂❤❤💚💚❤❤
@martadebelaa930
2 жыл бұрын
Dhuga dubaachuuf dirman keessan bayee baredaa garuu halumaa biyyaa kenyatu nuu kolfisu dida male jabadhaa
@nkoogoftako851
2 жыл бұрын
Baay ee namattii toltuu jabaadhaa ♥️💯✔️🎻🎤🥁
@immabeettube5009
2 жыл бұрын
Kootu maati naaf ta"ii mee hadhoo koo
@demegudeta189
2 жыл бұрын
Jajjabduu Ijoollee! Go ahead.
@EthanTube47
2 жыл бұрын
wow jabaadha i like
@mustiitube1632
2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkk qaboo hoji kee nyadhu
@bosonacilaalo4252
2 жыл бұрын
Wow, waan bayye dabarsitan daqiiqa murta'a keessatti. Jabaadha itti fufa
@kiyyaatube9073
2 жыл бұрын
Baayyee namaati toltuu itii fufaa qomokoo😁😁😁😁❤❤❤
@diinnikogowaadha7027
2 жыл бұрын
Akkan isinjaalladhu hunda keessaan ❤💚❤
@getisbntuoromo9970
2 жыл бұрын
Hedduu nama boiharsaa jabaadhaa
@sabontu-h1n
2 жыл бұрын
𝐁𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐣𝐚𝐥𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐧𝐮𝐣𝐢𝐫𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚💯💯💯💯💯💯💯❤️🙏
@margeeyesuusiif4484
2 жыл бұрын
Waaw nuuf jiraadha hedduu nama gammachisa
@biree4802
2 жыл бұрын
Waqayyoo isin haebusuu ijolee kenyaa
@koofiabdiijiraa6338
2 жыл бұрын
Wwwwwoo jabbaadha jajabbee koo!!
@fenetabdisa9968
2 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍😍😍😍baay'ee namati toltu jajjabadha qaaliiwaan koo
@lomimulugeta460
2 жыл бұрын
Baayee namaatii tolaa jabaadhaa
@chaltuerko7137
2 жыл бұрын
Kkkkkkk bagumaa dhalatanui dhugaa bayenii sintii gamadee
@naanimagarsa473
2 жыл бұрын
Wowowow baga nagaan dhuftaan qashitiwaan keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💗
@alamusimeboja673
2 жыл бұрын
Baayyee galatoomaa dhugaa rabbii baayyen kolfe kkkkk
@obsekabbada6556
2 жыл бұрын
Kkkkkk giriigirrii keessan waaqoon intalaa hamaateee😂😂😂😂
@saraethubia117
2 жыл бұрын
Dirmaa jedhaa Hadhokoo obbolsootaa Waan waqayyoo gooftaa has dagnii
@Daadhii1320
2 жыл бұрын
Wowwww BBB NAMATII TOLTUU NUU JALAA GABABSITANII MALEE
@kanenusgraphics
2 жыл бұрын
Really mitiim Happy' Na ajjeese😂😂😂😂😂😂👌👍👋😘 wow Ijoollee keenya Hojiin keessan nu boonsee nu bohaarseera maaloo jabaadhaa Itti nuuf fufaa
@nuuwaalif
2 жыл бұрын
Nuuf jiraadha waqayyoo baraafi jireenyaa keessan haa eebbisuu, Hama hunduuma irraa isin haa eeguu
@waadaatube6775
2 жыл бұрын
Waaqo 🤣🤣🤣 jabduu koo akkam das jetta sa
@dheratube8299
2 жыл бұрын
Wowwwww jajjabadha heddu namati tolaa .
@haayatwallagga6295
2 жыл бұрын
Dhugaa Akka isiin jaaladhu jajjabeeko Oromoon Marti jabeessa ijoolle kana dhugaa ❤️
@lemlem4849
2 жыл бұрын
Baay'ee namati tolitu jabadhaa
@mesadagne8743
2 жыл бұрын
Kkkkkkk qaliwan jajabewan kenyaa nuf jiradhaa please nu jala in badina adaraa🥰🥰🥰🥰🙏🏼🙏🏼🙏🏼
@seenaaoromoo6024
2 жыл бұрын
Wow bayyee namati tolaa💕💕💕
@abdureshow1415
2 жыл бұрын
Gaari ture garuu yeroo isaan kolfan sana isheen aaruu qabdi ture
@tilahunblemi8086
2 жыл бұрын
Jabaadhaa sinirraa bareeda qaaliwwan keenyaa
@fate7ahfate7ah13
2 жыл бұрын
Wwww baye baredu nufi jabadhaaa
@hundemarro4480
2 жыл бұрын
Baguma keenya taataan! Kabajaaf jaalala guddaan Isiniif qaba tokkoon tokkon keessaniif nu jiraadha hamaan isin hin argin.
@yonastakele7590
2 жыл бұрын
Wow 1ffaa dha jabadha qaxalewan ko❤❤
@zaraamanuel7847
2 жыл бұрын
Bayeee bareedadhaa jabbadhaa😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@kenasaderejeofficial6973
2 жыл бұрын
Barsiisuu, Bashannansiisuu jechuun akkas kunoo! Jabaadhaa! Milka'aa!
@burtuganbur6453
2 жыл бұрын
Kotu mati waalifi tanaa Sanyii
@abrahamgirma2021
2 жыл бұрын
Hahahahahahaha suutuma jettee xash gootim akkas akka nun kofalchiisnee
@MdevegmailcomMdeve
2 жыл бұрын
Wowowo bayye namatti tolla jabadha🎂🎂
@hhdjiigddh88hr44
2 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftanii
@fiqirteealamuu3023
2 жыл бұрын
Abet.ojaa.kesaan.anii Diramumaa.kesan.laluutii.madamiin.chorbaa.hoisii.jenaan.baraadisti.angaa.matatii.gubatee.jiraaa.anii.diramumaa.kanan.egaa.bayeen.hisin.jadhaa.jabadhaa
@ebewagari4913
2 жыл бұрын
Baga nagaan dhuuftanii sanyiiwaan kooo❤💚❤💘👈
@Wolhaabarru
2 жыл бұрын
Ebe maatii tahhii kzitem.info/news/bejne/poFqq3epgHtlnWU
@oromiyaajiituu5506
2 жыл бұрын
Jabadha bayy'ee namaatti tolitu nuuf jiradhaa obbolotaa ko❤❤❤❤❤❤
@Bari.980
2 жыл бұрын
Waan bareedaadha jabaadha itti fufaa!
@sifenshume7726
2 жыл бұрын
Eba dirba bayye natti toltaa jabaadha dargagoo keenyaa ❤️
@kininiitube7963
2 жыл бұрын
Jabbadhaa qaliwaan ijjollee oromoo
@almasgutama5535
2 жыл бұрын
Bayee namatii tolituu jabadhaa
@faruoro2207
2 жыл бұрын
Wwww Bayyee namatti tollo jabbaadha oromoo koo ❤️❤️💔
@abditsegaye2683
2 жыл бұрын
What a sound track wako and ebo Jabaaadha
Пікірлер: 688