Tarkaanfii cululuuqaa WBO
haala yeroo ammaa hoggantootni WBO irra jiran
Taateeewwan Oromiya Mara keessati adeema jiran
lagannaa gabaa ajjecha Finxaleyi Faannoo fi Waraana Mootummaa Fashisti pp Ummata jireenyi ofiifuu itti qala'ee huma dhaban dirqiin waan isaan qaban harkaa guuruu
bu'aa qabsoo Waraana Bilisummaa oromootin argamee fi dhiibbaa inni Motummaa irran ga'aa ture
Muddamaa hamaa karaa dangaan isa mudatee qolachuuf qoteebultoota jaarsaa jartii xinnaa fi guddaa osoo hin Janne leenjii waraanummaa gabaabaa keenneefii booda lolaatii naquuf murni fi kaadrootni Bilsiginnaa halkanii fi Guyyaa carraaqaa oolaa jira
maqaa Waraana Bilisummaa Oromootiin maatii qabsaa'otaa hidhuu saamuu dararuu jabeessanii kutaalee Oromiyaa hundarrati cimsanii itti fufaniiru
Tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo yeroo ammaa kutaalee hunda keessati fudhachaa jiruun kan baaragte Bilsiginnaan Ummatati as debi'uun araa saniin haloo bachaa jiran hundaa'uu isin biraan geenyaa hanga xumaraati nu faana tura
Негізгі бет Музыка Tarkaanfii cululuuqaa WBO haala yeroo ammaa hoggantootni WBO irra jiran Taateeewwan Oromiya Mara
Пікірлер: 1