Artistoni oromo kan tatan ija umata oromo fi guraa oromo kan tatan siriti of ega gantun aka sini nyane!
@tarikeekaaftaamu1284
4 жыл бұрын
Hacee kenyaa nyaatee mal gafaata kaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@meseretabdiadisfitratnegn3278
4 жыл бұрын
Tarikee kaaftaamu enyutu nyate bira jirta ? Ija keetin argiteta dubii uman hin bekne fb you tube irraa funantani wan hin tanen maqa nama hin balesina:: galaanafi hacaaluu caala kan walti dhiyatu hin jiru,, gafa haceen waregame jalqaba kan bira gahe hiriya hacaaluu ingiduu dha kan hospitala gese ergasiti galaanan kan dhagahe kanafu dubii soban maqa mucaa hin balesina ;; isaa moo siriti qabachun kabajachun dirqama oromoti,,alagati dabarsani lachuu oso hin ta’iin 👈 galoo yartuun aka hacee aka sin nyanee adera of egii bro””
@tarikeekaaftaamu1284
4 жыл бұрын
@@meseretabdiadisfitratnegn3278 lakki maf akkas jetaa sistu koo ani galaanaadha yomaan jedhee jechaa koo lalii mee finfineerati nyatamneen jedhe malee
@tarikeekaaftaamu1284
4 жыл бұрын
@@meseretabdiadisfitratnegn3278 hundii kenyaayuu biraa hin jiruu kan bekuu waqaa qofaa malee gumaa kenyaa waqayoon nuf yaa kafaluu
@meseretabdiadisfitratnegn3278
4 жыл бұрын
Qomoo koo dhifama dhugaa ijole umti mediya kanara dubi soban dhuga fakeesani wan na arsanif miraa tane keessa galen kani barese dhifama 🙏
@Rahamajamal
Жыл бұрын
❤❤❤❤wagan galana arge wanin hace arge nat fakata ❤❤❤❤❤
Пікірлер: 194