#𝕊𝕙𝕖𝕝𝕠𝕠 𝕋𝕦𝕓𝕖#subscribe#like#share#𝔾𝕠𝕔𝕙𝕦𝕦𝕦𝕟 𝕞𝕒𝕒𝕥𝕚 𝕜𝕖𝕟𝕪𝕒𝕒 𝕥𝕒𝕙𝕒𝕒#faarfannaa_afaan_oromoo#barumsaa #𝕙𝕒𝕗𝕦𝕣𝕒𝕒 𝕚𝕣𝕣𝕒𝕒#𝔸𝕣𝕘𝕒𝕥𝕦𝕦
Mat. 24
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³⁶ Yesus itti dabalee, "Guyyicha sanaa fi yericha sana garuu abbaa koo duwwaatu beeka malee, ergamoonni waaqa irraa, ilmis, namni tokko illees kana hin beekan.
³⁷ Bara Nohitti akkuma ture, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a.
³⁸ Bara sana bishaan badiisaa dura, hamma gaafa Nohi markabatti galetti, namoonni nyaachaa, dhugaa, fuudhaa, heerumaas turan.
³⁹ Isaan hamma gaafa bishaan badiisaa dhufee hunduma isaanii haree sokketti, utuu hin beekin akka turan, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a.
Негізгі бет utuu hin beekin akka turan, bara dhufa ilma namaattis akkasuma in ta'a.
Пікірлер